Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə89/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   85   86   87   88   89   90   91   92   ...   156
    Bu səhifədəki naviqasiya:
  • Bu’aa
Kaayyoowwan Tarsiimoo’aa
irna hirmaachisaa, iftoomina, qulqullinaa fi itti gaafatamummaa qabu qaama hawaasa hunda qixa sirrii ta’een hojii
suphaa daandii keessatti akka hirmaatan hubannoo uumuu fi hojii irra oolchuu akkasumas, hordoffii taasisuun tarkaanfii sirreeffamaa fudhachaa deemuun bu’a qabeessa waan ta’eef xiyyeeffannaan guddaan itti kennamee ni hojjatama.

Bu’aa: Hirmaannaa uummataa fi qooda fudhattootaa dabale

Milkaa’ina: Suphaa daandii hirmaanaa uummataa fi qooda fudhattootaan guddate


Ibsa: Baay’ina ummata naannoo kenyaa keessaa irra-caalaan isaa dubartoota fi dargaggootaa waan ta’aniif sochii kallattii kamiinuu taasifamu keessatti gahumsi isaanii ijaaramee hirmaanaan isaanii dabaluu qaba.

Rakkoo ilaalchaa, dandeettii fi dhiyeessii gama kanaan jiru sirriitti gadi fageenyaan qorachuudhaan hubannoo ga’aa uumuu fi beekumsaa fi ogummaa qaban cimsuuf carraa leenjii fi barnootaa waytawaa ta’e kennuu akkasumas meeshaalee hojii ammayya’aa fi saffinaa fi qulqullina hojii dabalu danda’u dhiyeessuun barbaachisaa dha.

Gahumsi isaanii cimee meeshaalee hojii ammayya’aa ta’en gargaaramanii dorgomaa cimaa humna misoomaa akka ta’an yeroo yeroon duuka bu’uu fi hordoffii fi deeggarsa kennuun barbaachisaa dha. Dhuma irrattis, humna misoomaa of danda’anii hirmaannaa suphaa daandii keessatti qaban daran akka guddatu taasisuu. Keessattuu dargaggoota qaamaa fi sammuun cimanii dammaqinaan sochii suphaa daandii keessatti hirmaatan uumuu irratti ni hojjatama

Bu’aa: Dargaggootaa fi dubartoota gahumsii isaanii fooyya’e

Milkaa’ina: Dargaggootaa fi dubartoota dorgomaa ta’uu danda’an


              1. Qindoomina dhimmoota sektaroota hundaa guddisuu

Ibsa: Koorniyaa, dargaggootaa fi HIV/AIDS fi kkf dhimma gurguddoo Abbaa Taayitaa keessatti idilaa’anii xiyyeeffannaa aragachuun irratti hojjatamu barbaadu dha.

Suphaa daandii keessatti hojii kana bu’a qabeessa taasisuuf hojimaata fooyya’aa ta’e diriirsuu, hubannoo uumuu fi akka idilaa’anii akka hojjataman gochuun dhimma irratti xiyyeeffatamee hojjatamu dha.

Bu’aa: Uwwisa dhimmota sekteroota hundaa dabale

Milkaa’ina: Jijjirama amalaa mirkanaa’e
1   ...   85   86   87   88   89   90   91   92   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin