Finfinnee Waxabajjii, 2003


Bu’aa: Aadaa hojii guddate Milkaa’ina



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə95/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   91   92   93   94   95   96   97   98   ...   156
Bu’aa: Aadaa hojii guddate

Milkaa’ina: Raawwii hojii dabale

Maappii Tarsiimoo’aa

  1. Sadarkaa Arfafaa (Step Four)

  1. Maappii Tarsiimoo’aa Qopheessuu (Preparing Strategy Map)


Sadarkaalee hojii ijaarsaa sirna madaallii bu’aa tarsiimoo keessaa tokko qophii maappii tarsiimoo dha. Maappiin tarsiimoo fakkii galmoota tarsiimo’aa kallattiwwan madaallii adda addaa keessatti kaa’aman sababaa fi bu’aadhaan walitti hidhamanii faayidaa dabalataa uumuudhaan bu’aan tarsiimoo’aa akkamitti dhufuu akka danda’u wal-siminsi galmootaa kan itti mul’atuu fi tarsiimichi gabaabbinaan kan ittiin ibsamuudha.
Maappiin tarsiimoo’aa, tarsiimicha haala salphaa ta’een ibsuudhaan hubachiisuun hogganaan, raawwattootni fi qaamni hundi hubannoo isaanii akka gabbifatan meeshaa gargaaruudha. Dabalataanis, bu’aalee duraa fi boodaa (leading and lagging) gidduu walitti hidhaminsa cimaa jiraachuu isaa kan ittiin mirkaneessinu ta’ee ifaa fi gabaabaa akkasumas, xiinxalootni tarsiimoo’aa fi sababni qunnamtii bifa mul’achuu danda’uun fakkii ittin ibsinuu dha.

Kallatti madaallii isa ol’aanaa irraa ka’uudhaan hanga isa gadiitti galmootni sababaa fi bu’aan walitti hidhamanii bu’aa barbaadamu tajaajilamtootaa fi qaamota biroof kan uumu ta’uu isaa fakkichaan ni ibsama. Maappicha irratti galmootni kallattiwwan madaallii ol-aanaan kaa’aman qabiyyeen tarsiimichaa maal akka ta’e, galmootni kallattiwwan madaallii gar-jalaa kaa’aman ammoo qabiyyeen tarsiimichaa akkamitti argamuu akka danda’u kan argisiisaniidha.



Bu’uruma kanaan maappiin tarsiimo ATDO akka armaan gaditti dhiyaateera.


    1. Maappii Tarsiimoo’aa
      Maappii Toora Xiyyeeffannoo 1ffaa:


Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   91   92   93   94   95   96   97   98   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin