Finfinnee Waxabajjii, 2003


Misoomaa Daandii (Road Development)



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə96/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   92   93   94   95   96   97   98   99   ...   156

Misoomaa Daandii (Road Development)


Bu’aa: Daandii baay’inaa fi qulqullinaan dabale


Uummata/Lammii (society/citizens)




Faayinansii (finance)




Adeemsa Hojii Keessaa (internal process)




Ijaarsa Dandeettii






Maappii Tarsiimoo’aa


    1. Maappii Toora xiyyeeffannoo tarsiimo’aa 2ffaa :

Bulchiinsa Qabeenya Daandii

Bu’aa tarsiimo’aa : Daandii itti fufinsaan tajaajila gahaa kenne


Uummata/Lammii (society/citizens)




Faayinansii (finance)




Adeemsa Hojii Keessaa (internal process)




Ijaarsa Dandeettii






Maappii Tarsiimoo’aa

    1. Maappii walii-galaa (ORA Corporate Map) ATDO


Kaayyoolee Maappii Walii-galaa

Kallattiiwwan madaallii

Kayyoolee Tarsiimaa’oo Maappii wali-galaa(Corporate Strategic Objectives)

Uummata/Lammii

  1. Amantaa uummatni mootummaa irratti qabu guddisuu

  2. Itti quufinsaa Uummata/Lammii guddisuu

  3. Itti fayyadamummaa Uummata/Lammii guddisuu

U-1

U-2


U-3

Faayinaansii

              1. Gahumsaa fi bu’aa qabeessummaa itti fayyadama baajataa dabaluu

              2. Itti fayyadama qabeenyaa fooyyessuu

F-1

F-2


Adeemsa Hojii Keessaa

  1. Qulqullinaa daandii dabaluu

  2. Uwwisa suphaa daandii dabaluu

  3. Bulchiinsa qabeenya daandii fooyyessuu

  4. Sadarkaa daandii olguddisuun fooyyessuu

  5. Haguuggii daandii dabaluu

  6. Dhiheessa teeknooloojii fi galteewwan daandii guddisuu

  7. Qo’annoo fi qorannoo daandii babal’isuu

  8. Muuxannoowwan gaggaarii qindeessuudhaan babal’isuu

  9. Hirmaannaa uummataa fi qindoomina qooda fudhattoota guddisuu

  10. Gahumsa dargaggootaa fi dubartootaa fooyyessuu

  11. Qindoomina dhimmoota sektaroota hundaa guddisuu

  12. Hojimaata karooraa, hordoffii, deeggarsaa, gamaaggamaa fi duub-deebii fooyyessuu

  13. Kenniinsaa tajaajilaa fooyyesuu

AK-1

AK-2


AK-3

AK-4


AK-5

AK-6


AK-7

AK-8


AK-9

AK-10


AK-11

AK-12


AK-13

Ijaarsa Dandeettii

  1. Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyessuu

  2. Dhiyeessii fi itti fayyadama teeknoloojii guddisuu

  3. Aadaa fi naannoo hojii fooyyessuu

ID-1

ID-2


ID-3


Maappii Tarsiimoo’aa


    1. Maappii Toora Xiyyeeffannoo 1ffaa

Misoomaa fi Bulchiinsa Qabeenya Daandii (Road Development & Asset Management)

Bu’aa: Daandii baay’inaa fi qulqullinaan dabalee itti fufinsaan tajaajila gahaa kenne

    1. Uummata/Lammii (society/citizens)




      Faayinansii (finance)




      Adeemsa Hojii Keessaa (internal process)




      Ijaarsa Dandeettii





      I
      Maappii Tarsiimoo’aa
      bsa Kaayyoolee Tarsiimoo’aa Waliigalaa (Corporate Level Strategic Objectives Commentary)


  1. Amantaa uummatni mootummaa irratti qabu guddisuu

Ibsa: Ergamaa fi itti gaafatamummaa mootummaan waajjirichatti kenne galmaan gahuuf uummata amanamummaa fi haqaan tajaajiluun amantaa uummatni amantaa waajjiricha irratti akkasumas mootummaa irratti guddisuun barbaachisaa ta’a. Galma gahinsa kaayyoo kanaaf, amantaa uummatni nu irratti qabu madaalaa adeemuun waajjiricha keessatti hojii hojjetamu yreoo yeroon madaalaa adeemuun, fooyyessaa adeemuun, amantaa uummataa guddisaa addeemuun barbaachisaa ta’a.

Haaluma kanaan waajjira keenya keessatti siivil sarvaantii ilaalcha uummatummaa qabu uumuun uummatni tajaajila saffisaa, qulqullina qabu fi loogii irraa bilisa ta’e haala itti fufinsa qabuu fi walirraa hin citneen akka argatu taasisuun daandii gaggeeffamu irraa fayyadamaa akka ta’u taasisuu fi amantaa uummataa gabisaa adeemuun hojii xiyyeefatamee hojjetamu ta’a. Kanaafuu, hojiin waajjiricha keessatti raawwatamu hunda bu’aa fi itti fayyadamummaa uummatichaan wal bira qabamee madaalamaa adeemuun itti quufinsi fi amantaan isaa madaalamaa akka deemuu fi akka mirkanaa’u gochuun dhimma murteessaa dha.




Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   92   93   94   95   96   97   98   99   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin