Finfinnee Waxabajjii, 2003



Yüklə 4,87 Mb.
səhifə98/156
tarix02.01.2022
ölçüsü4,87 Mb.
#33263
1   ...   94   95   96   97   98   99   100   101   ...   156
B
Maappii Tarsiimoo’aa
u’aa:
Uummata tajaajila isaa kennameen itti quufinsi dabale

Milkaa’ina: Hirmaannaa uummataa dabale

  1. Itti fayyadamummaa Uummtaa guddisuu

Ibsa: Misoomaa fi suphaa daandii irraa uumannii sadarkaa sadarkaan jiru itti fayyadamaaa akka ta’u gochuun dhimma murteesaa dha. Itti fayyadamummaa uummata guddisuu yommuu jennu guddina misoomaa fi suphaa daandii hirmaannaa uummataatiin mirkanaa’ee daandii walgahee fi tajaajila mijaa’ee diriiree jiru irraa haalaa fi yeroo barbaadameettii oomishaa isaa gabaatti baafate uummanni sadarkaa sadarkaan fayydamaa akka ta’u gochuu dha.

Haaluma kanaan, uummanni daandii irraa fayyadama ta’uu isaa haala mirkaneessuu danda’u irratti xiyyeeffatame hojjatama. Dabalataanis, itti fayyadamummaa uummataa mirkaneessuu keessatti sakatta’insi itti fayyadamummaa uummataa daandii babalate irratti gaggeessuun sirreeffama barbaachisu irratti xiyyeeffannoon ni kennama. Walumaagalatti, uummanni bu’aa daandii argamu irraa karaa fedhii isaa deebisuu danda’uun fayyadamaa akka ta’u gochuu dha..




Yüklə 4,87 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   94   95   96   97   98   99   100   101   ...   156




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin