Gabaasa Raawwii Karoora Waggaa emtqoo


Gabatee7. Raawwii Karoora Waggaa Hojiiwwan Gurguddoo Bara 2007 Argisiisu



Yüklə 0,65 Mb.
səhifə5/6
tarix28.10.2017
ölçüsü0,65 Mb.
#18562
1   2   3   4   5   6


Gabatee7. Raawwii Karoora Waggaa Hojiiwwan Gurguddoo Bara 2007 Argisiisu

Hojiiwwan gurguddoo

Safartuulee raawwii

Karoora waggaa

Karooraa fi raawwii kurmaana 4ffaa

Karooraa fi raawwii waggaa

Raaw. Karoora waggaa irraa %n

Yaada

kar

raaw

%

kar

raaw

%

1.Pirojektii sakatta’iinsa itti quufinsa maamilaa gaggeessuu

Qophii ka’umsa hojii (TOR) fi meeshaalee ragaan ittiin funaanamu qopheessuu

Doc

2

1

1

100%

2

2

100%

100%




Sakatti’iinsa gaggeessuu, ragaa sassaabame qaaccessuudhaan qindeessuu

Doc

2

1

1

100%

2

2

100%

100%




Bu’aa argame irratti hundaa’uun yaada furmaata hanqinaalee kaa’uu fi duub-deebii kennuudha

Doc

2

1

1

100%

2

2

100%

100%




2. Piroojeektii Qophii Karooraa, Baajataa, Sirna Gamaaggamaa fi Hordoffii Raawwii Karooraa

Karoora mana hojichaa hirmaachisaa fi qulqullina qabu qopheessuu

%

100

100

100

100%

100%

100%

100%

100%




Karoora baajataa ulaagaa irratti hundaa’e haala iftoomina qabuun qopheessuun akka hojii irra oolu gochuu(%1)

%

100

100

100

100%

100%

100%

100%

100%




Manuwaalii fi unkoota karooraa fi gabaasaa qophaa’an irratti sadarkaa naannoo , godinaa fi aanaleef raabsuu

lakk

1

-

-

-

1

1

100%

100%



Raawwii karooraa fi baajataa ilaalchisee horddoffii fi gamaggamaa gaggeessuu fi duub-deebii kennuu (physical and financial performance evualation)

lakk

4

1

1

100%

4

4

100%

100%




Sirna deeggarsaa fi hordoffii cimsuu

Lakk.

4

1

1

100%

4

3

75%

75%





3.Pirojektii Hojii E-Government


3.1 Piroojektii Kenna Tajaajila Cimdaa fooyyessuu

Cimdaa manneen hojii sadarkaa naannootti jiru sakatta’uudhaan bu’aa sakatta’iinsa yaada furma atatiif dhiyeessuu

dok

2

1

1

100

2

2

100

100




Tajaajila woredanetii fi ruralconnectivity deeggaruu fi Hordofii gaggeessu

Ji’a

12

3

3

100

12

12

100

100



Tajaajilli bilbiila baadiyya kallatti mootummaan ka’een uumataaf tajaajila akka kennuuf qaamoota sadarkaa sadrkaadhan jiran biratti hubannoo uumuu,

Marsaa

2

1

1

100

2

2

100%

100%




Sarara qunnamtii ”Optical Fiber, ADSL,VSAT” fi Tooftaa kan Biro 'Alternative WAN line” sakatta’uu fi dhiyeessuu.

Doc.

2

1

1

100%

2

2

100%

100%




Sirreeffamoota sarara cimdaa woredanet ( VPN) sadarkaa mana hojii keenyatti raawwatamuu danda’an hojjachuu.

Lakk.

24

6

6

100%

24

20

83.33%

83.33%




Sararii cimdaa ADSL sadar kaa naannoo, godinaalee fi Aanaalee jiranu, hundi accawantii waliigalaa keessa galuu isaanii adda baasuun, hordoffiif deeggarsa kennuu.

Lakk

293

77

77

100

293

430

146.7%

146.7%


Fedhiin gaaffii sarara haaraa yeroo dhiyaatu saayiticha qorachuu, baajeeta qabamee jiru ilaaluun waliigala ragaa hogganaaf dhiyeessuu, hordofuu, deeggarsa kennuu

Lakk.

20

10

10

100%

20

20

100%

100%




Suphaa cimdaa gaggeessuu ilaalchisee, rakkoon jiru lakk. Bil. 980 irratti galmeessisuu fi furmaata argachuu isaa hordofuudhaan adda baasuu,

lakk

60

15

15

100

60

60

100

100



Ogeessota TQO 980 irratti galmeessisuuf carraan ‘pirevilage’ laatameef itti fayyadamaa jiraachuu isaanii hordofuu, ogeessi gadilakkise jiraannaan qaama ilaallatuuf gabaasuu fi kan bakka bu’etti akka jijjiramu taasisuu,

lakk

12

3

2

66.6


12

10

83.3

83.3



Tajaajila Viidiiyoo konfireensii Qulquullina qabu fi walirra hin cicciinne kennuu,

guyyaa

156

39

39

100

156

156

100

100




Daataa qulqulluu fi odeeffanno hunda qabate /site name, type, IP-Address, speed, telephone no, conactperosn.../ sarara cimdaa hundaatiif galmeessuudhaan dokumantii qindaa’aa qabachuu

Dok

1

-

-

-

1

1

100

100



3.2 Projeektii kenna tajaajila E-mail, portalii fi FTP ol-guddiisuu fi saffiisiisuu (mail server portal & FTP server upgrading & Accelareting project)

Email serveriin haala irra jiru guyyaa guyyaan hordoofuun tajaajila kennaa jiraachuu isaa mirkan eeffachuu(%1)

guyyaa

260

63

63

100

guyyaa

260

63

63




MIS seektaroota Dhaabbatni Methodic PLCtiin Misoomanii fi sababa addaatiin hinxumuramin jiran /kan seektarra Qonnaa, Bii roo Dhimmooa Komuni kesh anii Mootummaa, BSSBGO, Biiroo Maa llaqaa fi Misooma Diinagdee, Biir oo Fayyaa fi Ejansii Geejjibaa haa la irra jiru yeroo yerootti hordo fuudhaan haala irra jiru qaama ilaallatuuf gabaasuu, /kurmaana hunda keessatti/(%2)

Dok

4

1


1

100

4

4

100

100



Hojiiraa oolmaa MIS Biroolee sad arkaa naannootti hojiirra oolchuuf sakatta’insa gaggee ssuun hojii rra oolmaa isaa irratti deeggarsa kennuu

Biiroolee

20

5

5

100

20

20

100

100




Kenniinsa tajaajila portalii sadarkaa biyyooolesatti guddisudhaan manneen hojii mootummaa akka iiti fayyadaman hordofuu, deegarsa kennuu

biiroolee

44

12

4

33.3

44

10

22.2

22.2

Hojii teelee waliin hojjatamu

Kaadimaa “FTP server” “Anti-virus update, Application & File sharing” giddugaleessan qophee ssu , ”configaration” gaggeessuu, dokimantoota barbachisan irratti fe’uun tajaajilamtoota bira ga’uu isa mirkaneessu.

Lakk.

4

-

-

-

-

-

-

-

Sababii leenjiin harkifatee laatamee fi bittaan Mosajjiiwwan hingaggeeffamneef bara 2008tti darbeera


Applikashinoota MIS “Virtualization” (application meintenance fi upgrade) raawwachuu. (%1)

Lakk.

1

-

-

-

-

-

-

-

Fedhii fi itti fayyadamtoota poortaalii irraa funaanamu duub-deebii kennuu, deeggarsa teeknikaa irratti hubannoo uumuu

Dok

2

1

1

100

2

1

50

50




3.3 Projeektii haroomsaa fi standardazeshinii BWO

Tajaajila waradaneetii naannichaa ga’uumsa isaa fooyyessuuf hojii Ethio telecom waliin bandwidth ol-guddisuuf eegalalme raawwachiisuudhaan tajaajilli saffina qabu akka laatamuu gochuu,

Mega bits

60mb










60mb

60mb

100%

100%




Tajaajila wiirtuu Dataa (WD) haala wal irraa hin cinneen kennuu,

Guyya

240

60

60

100

240

235

95

95


Meeshaleen BWD keessa jiran akkaataa Standardii BWD biyyoolessaatti hojii akka eegalan gochuu (1%)

Lakk


3

-

-

-

3

1

33.3

33.3




Tajaajila ‘traffic monitoring and management filtering adda addaa gaggeessuu,

Ji’aan

12

3

3

100

12

10

83.3

83.3




Tajaajila kuusaa Daataa “backup” waliigalaa akka rawatuu gareewan cimdaa waliin hojjachuu fi “data center backup poliy”, hordofuu (%1)

Dok

1

-

-

-

1

1

100

100




Tajaajila “Replication across data center” akka waligalattii qindeessu fi hogganuu(%1)

%

%100

-

-

-

100

90

90

90




Keniinsa tajaajila BWD ilaalchisee hubannoo waliigalaa ‘common understandin’ uumuu danda’an ogeessota TQOtiif leenjii keenuu(%1)

Marsa

1

1

1

100

1

1

100

100




Mosajjiiwwan saffisiisaan“WAN Optimization and application acceleration” gaggeessuu fi hordofuu.(%1)

Lakk.

9

-

-

-

-

-

-

-

Sababa Hanqina humna namaa wiirtuu daataa

3.4 Projeektii dandeettii rawwachisummaa suphaa meeshaalee TQO

Fedhii Sakataa’insaa suphaa meeshalee TQO adda baasuu,

Lakk.

1

1

1

100

1

1

100

100




Suphaa Meeshaalee TQO olaanoo kan akka “Router’’ ,Switch, fi kkf raawwachuufi kan humnaa ol ta’an gabaasuun gara dhimmichi ilaallatutti dabarsuu

Lakk

18

6

3

50

18

10

55.5

55.5




Yüklə 0,65 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin