Galata /Acknowledgement/ Seensa



Yüklə 2,42 Mb.
səhifə14/20
tarix12.01.2019
ölçüsü2,42 Mb.
#96459
1   ...   10   11   12   13   14   15   16   17   ...   20

Gulantaa Torbaffaa(Step Seven)

  1. Automeshinii

Gulantaa kana kessatti kan ilaalamu akkaataa SMBKT hojjetame gara kompitaraatti galee ogessoota ICT dhaan kan ittiin to’atamu yo ta’u dokmantiniis ogessa ICT biratti kan argamu fi kan to’atamu ta’a.

Gulantaa Saddettaffaa(Step Eight)

  1. Hojii Caccabsuu (Cascading)

Gulantaa kana kessatti kan hojjetamu hojii caccabsuu yoo ta’u kana jechuuniis OMTI (Ojective,Measurment,Target and Initiatve) akka mana hojitti hojjetame jiru waliin hojjechuu akka danda’amutti caccabsanii gara adeemsoota hojii fi caasaalee sadarkaan jiranitti qooduu jechuu yoo ta’u akkaataa Lamaan kan raawwatamu ta’a.

Isaaniis Irraan gadee (Vertical ) fi Dalga ( Horizontal ) dha .

Horizontal (dalga) jechuun OMTI akka mana hojitti hojjetame gara Adeemsoota Hojii mana hojii kessatti jiranii , ademsoota hojii xiqqaa fi raawwattoota Waajjirichatiif qoodu yo ta’u ,Vertical cascading jechuun gara Godinootaa(Magaalootaa) fi Aanoolee ,sadarkaan jiranitti qoodu jechuu dha.

8.1.Adeemsoota Hojii Waajjira Kessatti jiran


    1. Adeemsota Hojii Ijoo Kaayyoolee Mana Hojii Waliigalaa Irraa Fudhatan

Kalattii madaallii

Ulfaatina kallattiilee

Kaayyoo Tarsima’aa

(strategic objectives)

Ulfaatina kaayyolee tarsiima’aa

Safartuulee/Measurments

Haala

Kaayyooleen

Itti gada bu’e

Adeemsota Ijoo Mana Hojichaa

Gahoomina

Koorniyaa

Daa’imman


Lammii/maamila

20

1.Amantaa dubartootni fi daa’imman mootummaa irratti qaban guddisuu


10

1.Amantaa dabale (%n)

Hundaaf


X

X

X

2. Itti quufiinsa dubartootaa fi daa’immanii dabaluu

10

2.Itii qufiinsa dabale (%n)


Hundaaf


X

X

X

Faayinaansii

15


3. Gahumsaa fi bu’aa qabessummaa baajataa dabalu

10

3.Gahumsa Ittifayyadama baajataa     dabale (%n)

Hundaaf


X

X

X

4.Bu’a qabeessuummaa itti fayyadama baajetaa (%n)

Hundaaf


X

X

X

4 Gahumsa fi itti fayyadama qabeenya fooyyeessuu

5

5.Qisaasama qabeenyaa hir’ate     (%n)

Hundaaf


X

X

X




45

5.Hojiimaata Bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajilaa foyyessuu


1

6.Komii ummataa xiqqaate  (%n)


Hundaaf


X

X

X

7.Kenna tajaajilaa foyya’e(%n)

Hundaaf


X

X

X

6.Sirna qabiinsa ragaa fi odeeffannoo foyyessuu


1

8.Ragaa Teeknooloojiin Deeggaramee Qindaa’e (%)n

Hundaaf


X

X

X

9.Ragaalee bu’uuraa walitti qabaman (lakkn)

Hundaaf


X

X

X




7.Sirna karoora , hordoffii, deeggarsa, to’annoo fi gamaaggamaa foyyeessuu

1.5

10.Fooyya’iinsa raawwii hojii dabale(%)n

Hundaaf


X

X

X

  1. Uwwisa duub deebii dabalee(%’n)

Hundaaf


X

X

X

  1. Uwwisa deeggarsa hordoffii fi gamaaggamaa dabale(%’n)

Hundaaf


X

X

X

8.Gahumsa Dubartootaa dabaluu


8

  1. Dubartoota Ogganasa irra jiran humni raawwii isaanii cime (lakk)n

Adda

X







  1. .Dubartoota Oggansatti fiduuf humni raawwii isaanii cime (lakk)n

Waliin

X

X




  1. Baayyina dubartootaa hojiiwwan madda galii iratti hirmaatanii(Lakkn.)

Adda

X







  1. Baay'ina Dubartoota Leenjii Ogummaa argatanii hojii uummatanii (lakk)

Adda

X







  1. .Shamarran harka qalleeyyii deeggarsa argatan (lakkn




Adda

X







  1. Shamarran Carraa barnoota bilisaa argatan (lakk)n

Adda

X







  1. Dub. Teeknooloojiiwwan hummnaa fi yeroo qusatanitti fayyadamtoota ta'an dabalee(lakk)

Adda

X







  1. Dubartoota qusannoo irratti hirmaatan(lakk)n

Adda

X







  1. Dubartoota fayyadamtoota liqii ta’an (lakk)n

Adda

X







  1. Baay'ina dubartootaa miseensota garee walgargaarsaa dabale (lakkn.)




Adda

X










  1.   Baay'ina dub. miseensota WHG dabale (Mil.) (Lakkn.)

Adda

X










9. Mirgaa fi Nageenya dubartootaa fi daa’immanii irratti hirmannaa Ummataa fi dhimmamtootaatiiin ilaalcha hawaasaa fooyyessuu


7

  1. Gaggeesitoota marii imaammataa fi waliigalteewwan idil-addunyaa irratti hirmaatan (Lakk)

Hundaaf

X

X

X

  1. Hojjatoota sivil sarvaantii maarii irratti hirmaatan(Lakk)

Hundaaf

X

X

X

  1. Namoota marii imaammatootaa waligaltewwana idil-addunya mirgoota dub. fi daa'immanii irratti hirmaatan(Lakk)

Hundaaf

X

X

X

  1. Namoota Bakka bu'oota uummataa marii irratti hirmaatan (Lakk)

Waliin

X




X




  1. Barmaatilee midhaa gesisaan hir'ate (%n)

Waliin

X




X

  1. Baay’ina aanaalee fi gandoota BMG irra bilisa ta'an (%n)

Waliin

X




X

  1. Namoota nageenya hawaasummaa dubartootaa fi daa'imaanii mirkaneessuuf hubannoo argatan (Lakk)

Waliin

X




X




  1. Magaaloota sararri bilbila bilisaa hundeeffameef (Lakk)

Adda







X

  1. Baayyina Namoota marii hawaasaa irratti hirmaatanii (Lakk)

Waliin

X




X

  1. Baayyina daa'imman galmee kabajaa irratti galmaa'aanii(%n)

Adda







X

  1. Miidhaa daa'immanii hir'ate (%n)

Adda







X

  1. Taateewwan dubartootaa fi daa’immankii kabajaman (Lakk)

Hundaaf

X

X

X







  1. Yeroo qilleensaa ('air time") hojiirra oolee ( Sa’aatii)

Hundaaf

X

X

X







10,Kunuunsa fi deeggarsa dubartootaa fi daa’imman miidhaa adda addaaf saxilaman guddisuu


12

  1. ,Baay'ina miidhaamtoota korniyaa bu'uureffate(GBV) haromsaa fi deeggarsa argatan(lakkn.)

Adda

X










  1. Baayyina Namoota kunuunsa daa'immanii hawaasa bu'uureffate irratti hubannoo argatan (Lakk)

Adda







X

  1. Daa'imman deeggarsa hawaasa bu'uureffate argatan(Lakk)

Adda







X

  1. Baayyina qabeenya deeggarsaa fi kunuunsaaf walitti qabamee(Lakk)

Adda







X

  1. Maatii hayyamamaa qophaa'ee,(Lakk)

Adda







X

  1. Daa'imman deeggarsa maatii imaanaa ("foster family") argatanii(Lakk)

Adda







X

  1. Daa'imman guddifachaa biyya keessaa argatan(Lakk)

Adda







X

  1. Dh.M.M. hayyamni hojii kennameef fi haaromsame(Lakk)

Adda







X

  1. Daa'imman maatii isaanitti deebi'anii makaman(Lakk)

Adda







X

  1. Dhaabbilee guddisa daa'immanii sakatta'amanii(Lakk)

Adda







X

  1. Daa'imman guddifacha biyyaa alaa kennaman hir'ate(Lakk)

Adda







X

  1. Manneen sirreesaa haalli deegarsii daa'imaanii mijateef(Lakk)

Adda







X

  1. Deeggarsa daa'imman daandii irra jiraataniif mijateef(Lakk)

Adda







X




  1. Daa’imman balaa tasaaf (emergency ) saaxilamanii deggaraman (Lakk)

Adda







X

  1. Baay’ina daa’imman dhaabbata keessatti kununsa hunda galeessa argatnii dabale (Lakk)

Adda







X

  1. Piroojektota deeggarsa dubartootaafi daa’immaniif qophaa’e (lakk. dokimentii)

Hunda

X

X

X

  1. Maallaqa maddisiifame (Qarsh.)

Hunda

X

X

X

  1. Piroojektota misooma dubartootaafi daa’immanii mirkanaa’e (lakk. Dok)

Hunda

X

X

X




11, Gurmaa’insa dubartootaa fi daa’immanii mirgoota diimookraasii isaanii dagaagsanii fi kabachiisan cimsu


5

  1. Baay'ina jaarmiyaalee dubartootaa deeggaramani dabale (Lakkn

Adda

X







  1. Baay'ina dubartoota ijaarama irratti hubannoo argatan(lakk)n

Adda

X







  1. Daa'imman ijaarama isaaniitiin hubannoo argatanii dabale (lakk.)

Adda







X

  1. Jaaramoota mirga daa'immanii kabachiisaan manneen barnootaa fi magaalota keessatti hundeeffaman (lakk.)

Adda







X

  1. Baayina Miseensota paarlaamaa daa'immanii dandeettiin isaanii cime Lakk

Adda







X

  1. Baayina dubartoota miseensa RMDD tiin ijaaramanii dabalee (lakk.)

Adda

X







12,Qu’annoo fi qorannoo guddisuu

2

  1. Baayyina muuxannoowwan gaarii akka Birootti qindaa’an babaldhatanii (Lakk)n

Hunda

X

X

X

  1. Baayyina Qorannoowwan gaggeefamanii(lakk.)

Hunda

X

X

X

  1. Argannoo bu'aalee qorannoo irratti dhimmamtootaa fi qaamolee hawaasaa mari'ate dabalee (lakk)

Hunda

X

X

X

  1. Baayyina sakatta'iinsa mana hojii dabalee (lakk.)




Hunda

X

X

X

13.Idileessa Dhimmoota seektarootahunda guddisuu


1

  1. Baayyina dhimmoota seektaroota hundaa ulaagaa kennameen mana hojii keenyaa keessatti idilaa’anii (Lakk.)

Adda




X







14. Idileessa dhimmota Koorniya fi daa’immaniitiin hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii guddisuu

6.5

  1. Karoora seektarootaa keessatti dhimmi dubartoota fi daa’immanii galuu mirkaneesuu(sektaroota lakkn)

Wallin




X

X

  1. Raawwii seektarootaa gama hirmaanaa dubartootaa fi daa’immanii hordofuufi gamaaggamuu (kurmaanaan)

Wallin




X

X

  1. Fooramii mariifi konfirensii gamaaggama seektaroota waliin hundeesuu fi yeroo yeroon geggesuu.(waltajjii)

Wallin




X

X

  1. Xiinxala raawwii seektarootaa kallattii fayyadamummaa dubartootaa .fi daa’immaniin qopheesuu (dokimentii)

Wallin




X

X

  1. Haala raawwii isaanitiin sadarkeesa seektarootaa (Leveling Of Sectors) geggesuu

Wallin




X

X

  1. Baayyinna seektaroota " Gender Audit" geggeessee

Adda




X







  1. Baayyina daa'imman deggarsa baajata Idilee %1 dabale (Lakk)

Adda







X

Ijaarsa dandeettii

20

15, Humna raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyeessu

6

  1. Raawwii raawwattootaa dabale(%)n

Hunda

X

X

X

  1. Baayyina hoggantoota fi raawwattoota leenjii hojiirraa argatan dabale (lakkn.)

Hunda

X

X

X

  1. Baayyina hoggantoota fi raawwattoota barnoota hojiirraa argatan dabale (lakkn.)

Hunda

X

X

X

16, Uwwisa fi .itti fayyadama teeknooloojii ammayyaa dabaluu

4

  1. Hojjattoota Teeknooloojii ammaayyaan fayyadaman (%) n

Hunda

X

X

X

  1. MIS mana hojii kessatti diriire (%n.)

Hunda

X

X

X




17. Aadaa fi naannoo hojii foyyessuu

10

  1. Itti quufiinsa hojjetootaataa dabale (%)n

Hunda

X

X

X

  1. Garee Raayyaa siviil sarvaantii bu’a qabeessa ta’e (Lakk)

Hunda

X

X

X

  1. Naannoo hojii mijataa uumame dabale (%n)

Hunda

X

X

X

  1. Deggarsa fi hordoffii ogeessotaaf taasifame dabale (yeroo)

Hunda

X

X

X

Yüklə 2,42 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   10   11   12   13   14   15   16   17   ...   20




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin