Galata /Acknowledgement/ Seensa



Yüklə 2,42 Mb.
səhifə18/20
tarix12.01.2019
ölçüsü2,42 Mb.
#96459
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   20

Ida’ama

100

Ida’ama =100

100%








      1. Adeemsa Hoji Ijoo Mirkaneessa Mirga fi Nageenya Daa’immanii

Ergama Waajjiricha(Organizational mission):- Naannoo Lixa Shawaa keessatti; Dubartonni hirmaattootaa fi fayyadamtoota misoomaa akka ta’an, dhiibbaan isaan irra ga’u akka hafu taasisuu, rakkoo hawaas-diinagdee dubartootaa fi daa’immanii furuuf hawaasa barsiisuu,deeggersa kennuu, dhimmamtota fi deeggertoota waliin qindoominaa uumuun hojjechuu fi kenna tajaajilaa fooyyesuuf qorannoo fi sakkatta’iinsa ittifufiinsa qabu gaggeesuu dha.

Mul’ata Waajjirichaa (Organizational vision):- Bara 2012ti Godina walqixxummaan korniyaa, gahoominni dubartootaa fi mirgii fi   nageenyi daa’iimmaniii keessatti mirkanaa’ee uumuu

Duudhaa (Sona) Muummee Mana Hojichaa (Core values of the organization)

A. Ittigafatamummaa fudhachuu

B. Iftoomina

C. Tajaajila gahuumsa qabu kennuu

D. Beekumsaa fi amntaan hogganu

E. Hirmaachisummaa

F. Aadaa qusannoo fi bu’a qabeessumma

G. Qophaa’ina jijjiramaa



H. Aantummaan daa’immaniif

Adeemsa Hojii Ijoo :- Mirkanessaa Mirgaa fi Nageenya Daa’immanii

Bu’aa Tarsimaa’aa:- Daa’imman mirgi fi nageenyi isaanii kabajamee guddatanii abdii gaarii egeree biyya ta’an.

Kallatii/perspective

Kaayyoo Tarsimaa’aa

Lammi/maamila

  1. 1.Amantaa daa’imman mootummaa irratti qaban guddisuu

  2. Itti quufiinsa daa’immanii dabaluu

Faayinaansii

  1. Gahumsaa fi Bu’aa qabessummaa baajataa    fooyyeessuu

  2. Ittifayyadamaa maallaqaa fi qabeenyaa fooyyeessuu

Adeemsa keessaa

  1. Hojiimaata Bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajilaa foyyessuu

  2. Sirna qabiinsa ragaa fi odeeffannoo daa’immanii foyyessuu

  3. Sirna karoora , hordoffii, deeggarsa, to’annoo fi gamaaggamaa foyyeessuu

  4. Mirgaafi Nageenya daa’immanii irratti Hirmannaa Ummataa fi dhimmamtoota guddisuu

  5. Kunuunsa fi deeggarsa daa’immanii miidhaa adda addaf saxilaman guddisuu

  6. Gurmaa’insa daa’immanii mirgoota diimookraasii isaanii dagaagsanii fi kabachiisan cimsu

  7. Sirna sakatta’iinsaafi qorannoo guddisuu

  8. Dhimma daa’immanii idileessuun hirmaannaafi fayyadamummaa daa’immanii guddisuu

Ijaarsa Dandeettii

  1. Humna raawwachiisummaa hoggantoota fi raawwattootaa cimsuun kenna tajaajilaa fooyyeessuu

  2. Fayyadama teeknooloojii ammayyaa dabaluu.

  3. Aadaa fi Naannoo hojii foyyessuu

Adeemsa Hojii Ijoo :- Mirkaneessa Mirga fi Nageenya Daa’immanii


Amantaa daa’imman mootummaa irratti qabanu guddisuu
Bu’aa tarsimmaa’aa:- Daa’imman mirgi fi nageenyi isaanii kabajamee guddatanii abdii gaarii egeree biyya ta’an.

Lammii

/maamila


Ittiquufiinsa daa’immanii dabaluu


Fayina

ansii



Gahumsa fi bu’a qabeessummaa baajataa fooyyeessuu

Ittifayyadama maallaqaa fi qabeenyaa fooyyeessuu



Adeemsa Hojii

Keessaa


Hojiimaata Bulchiinsa Gaarii fi kenna Tajaajilaa fooyyeessuu

Qo’annoo fi Sakatta’insa babal’isuu



Kunuunsa fi deggarsa daa’immanii guddisuu


Dhimma daa’immanii idileessuun hirmaannaa fi fayyadamummaa isanii dabaluu



S/K/H/D/T/G fooyyeessuu




Sirna Qabiinsa Ragaa fi odeeffannoo daa’immanii fooyyeessuu



Gurmaa’ina mirgoota diimookraasii daa’immanii babal’isan guddisuu




Hirmaannaa uummataa fi dhimmamtootaa guddisuu


Ijaarsa Dandeettii


Fayyadama teeknooloojii hammayyaa dabaluu

Aadaa hojii fi naannoo fooyyeeessuu

Dandeettii raawaachiisummaa cimsuu


Safartuulee Raawwii Tarsiimo’aa Adeemsa Hojii Ijoo Mirkaneessa Mirga fi Nageenya Daa’immanii (Strategic Performance Measures)

Kallattii Madaallii

Kaayyoo Tarsima’aa

/strategic objectives

Hulfaatina

Safartuulee/Measurments

Hulfaatina

Ka’umsa

/Base line/

(2007

Manii/Targets

Tarkaanfilee

2008-2012

2008

2009

2010

2011

2012




Maamilaa (20%)


1. Amantaa daa’imman mootummaa irratti qaban guddisuu

10

1,Amantaa dabale (%n)

10

70

85

73

76

79

83

85

Sagantaa sakatta’insa yaada fi itti quufinsa uummataa

2. Itti quufiinsa daa’immanii dabaluu

10

2,Itii qufiinsa dabale %n

10

75



90

77

80

83

86

90



Sakkatta’iinsa sadarkaa itti quufinsa maamilaa

Faayinaansii (15%)


3. Gahumsaa fi Bu’a qabeessummaa baajataa foyyessuu

10

3,Gahumsa Ittifayyadama baajataa dabale %n

5

82

95

84

85

90

92

95

Sagantaa fooyya’iinsa bulchiinsa fi to’annoo baassi motummaa

4,Bu’a qabeessuummaa itti fayydama baajetaa dabale

5

75

90

77

80

93

86

90

4.Ittifayyadama mallaqaa fi qabeenyaa fooyyessuu

5

5,Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)

5

15

5

13

11

9

7

5

Adeemsa Keessaa (45%)

5,Hojiimaata bulchiinsa gaarii fi Kenniinsa tajaajila fooyyeessuu

1

6,Komiii uummataa xiqqaate %n

0.5

20

5

17

14

10

7

5

  • Sakatta’insa kenna tajaajilaa

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH)

  • BSC

  • Paakejii Bulchiinsa gaarii(PBG)

  • Sgantaa Foyya’insa Sivil Sarvisii(SFSS)

7,Kenna tajaajilaa fooyya’e (%n)

0.5

80

95

83

86

89

92

95

6, Sirna qabiinsa ragaa fi odeffannoo daa’immanii fooyyeessuu

1

8, Ragaa teeknooloojiin deggramee qindaa’e (%n)

0.5

50

80

56

64

70

75

80

  • Sgantaa babal’ina teeknooloojii

9,Ragaalee bu’uuraa walitti qabamanii qindaa’an (%n)

0.5

75

85

77

79

81

83

85

7, Sirna karoora ,hordoffii, deggrsa, too’annoo fi gamaggamaa fooyyessuu

1.5

10,Fooyya’insa raawwii hojii dabale (%)

0.5

85

90

86

87

88

89

90

  • Sakatta’insa hojii

  • BSC

  • SPM

  • BPR




11, Uwwisa duub deebii dabale (%)

0.5

50

80

56

64

70

75

80

12,Uwwisa deggarsa fi hordoffii fi gamaggamaa dabale dabale (%)

0.5

50

80

56

64

70

75

80

8, Mirga fi nageenya daa’immanii irratti hirmaannaa uummataa fi dhimmamtootaa guddisuu

9

13,Geggeessitoota mare imaammata fi waliigaltee idile-addunyaa irratti hirmaatan (Lakk)

0.5

12880

1,394


278

557

835

1113

1394

  • Koonveeksjhinii Mirgoota daa’immanii (CRC )

  • Chaarterii Mirga fi Nageenya daa’imman Afrikaa

  • Sagantaa Maree Hawaasaa

  • Tarsiimoo dhabamsiisa BMG

  • Seera Aadaa Hawaasaa

  • Sagantaa eegumsa fi deggarsa daa’immanii



14,Hojjettoota siivil sarvaantii mare irratti hirmatan (Lakk)

1

0

24,595


4919

9838

14757

19676

24595

15, Namoota mare imaammatoota waliigalteewwan idile –idile addunyaa irratti mirgaoota daa’immanii irratti hirmaatan (lakk)

1

12880

157949

31590

63180

94770

126390

157949

16,Namoota bakka bu’uuta uummataa mare irratti hirmaatan (Lakk)

0.5

0

10,330

1,653

3,512

5,682

7,954

10,330

17,Barmaatilee miidhaa geessan hir’ate (%)

0.5

35

5

25

20

15

10

5

18, Namoota nageenya hawwasummaa daa’immanii irratti hubannoo argatn (lakk)

1

3900

418,122


83624

167248

250872

334496

745405




19,Magaalota sarara bilbilaa bilisaa hundeeffame (Lakk)

1

0

5

1

2

3

4

5

20,Namoota mare hawaasaa irratti hirmaatanii (lakk)

1

3900

418,122


83624

167248

250872

334496

745405

21, Baay’ina daa’imman galmee kabajaa irratti galmaa’anii (%n)

1

3

50

11

19

29

39

50

22, Miidhaa daa’immanii hir’ate (%n)

0.5

70

30

64

56

48

39

30

23,Taatewwan daa’immanii kabajaman (Lakk)

1

2

2

2

2

2

2

2

9, Kunuunsa fi deggarsa daa’immanii miidhaa adda addaatiif saaxilamanii guddisuu

19.5

24,Baayyina Namoota kunuunsa daa'immanii hawaasa bu'uureffate irratti hubannoo argatan (Lakk)

1.5

10471

650,247

130049

260098

390147

520196

650247

  • Sagataa eegumsa fi deggarsa daa’immanii

  • Filannawwan kunuunsa fi deggarsa daa’immanii

25,Daa'imman deeggarsa hawaasa bu'uureffate argatan(Lakk)

2

28632

76,945

15389

30778

46167

61556

76945

26,Baayyina qabeenya deeggarsaa fi kunuunsaaf walitti qabamee(Lakk)

2

6,992,500

35,799,838

7159967

14319935

21479902

28639869

35,799,838

  • Sagatntaa sakatta’iinsa atattamaa balaa tasaa daa’immanii (Rapid assessment )

  • Sagantaa hirmaannaa uummattaa

  • Qajeelfama Kennaa eyyama dhaabbailee miti-mootummaa

  • Qajeelfama guddifachaa daa’immanii

  • Seera Maatii Lixa Shawaa

27, Maatii hayyamamaa qophaa'ee,

(Lakk)


1

68

1009

202

404

606

807

1009

28,Daa'imman deeggarsa maatii imaanaa ("foster family") argatanii(Lakk)

1

0

190

30

65

105

146

190

29,Daa'imman guddifachaa biyya keessaa argatan(Lakk)

2

30

491

98

196

295

393

491

30,Dh.M.M. hayyamni hojii kennameef fi haaromsame(Lakk)

1

30

491

98

196

295

393

491

31,Daa'imman maatii isaanitti deebi'anii makaman(Lakk)

2

46

494

98

197

296

395

494

32,Dhaabbilee guddisa daa'immanii sakatta'amanii(Lakk)

1

3

3

3

3

3

3

3

33,Daa'imman guddifacha biyyaa alaa kennaman hir'ate(Lakk)

1

0

0

0

0

0

0

0

34,Manneen sirreesaa haalli deegarsii daa'imaanii mijateef(Lakk)

1

2

2

2

2

2

2

2

35,Deeggarsa daa'imman daandii irra jiraataniif mijateef(Lakk)

1

0

100

16

34

55

77

100

36,Daa’imman balaa tasaaf (emergency ) saaxilamanii deggaraman (Lakk)

2

0

260

40

140

180

220

260

37,Baay’ina daa’imman dhaabbata keessatti kununsa hunda galeessa argatnii dabale (Lakk)

1

0

0

0

0

0

0

0

10, Gurmaa’insa daa’immanii mirgoota diimookiraasii isaanii dagaagsani fi kabachiisan cimsuu

3

38,Daa'imman ijaarama isaaniitiin hubannoo argatanii dabale (lakk.)

1

0

307,443

49,191

104,531

169,094

236,731

307,443

  • Konveekshinii Mirgoota daa’immanii




  • Chaarterii Mirga fi Nageenya daa’imman Afrikaa

39,IJaaramoota mirga daa'immanii kabachiisaan manneen barnootaa fi magaalota keessatti hundeeffaman (lakk.)

1

0

246

39

84

135

189

246




40,Baayina Miseensota paarlaamaa daa'immanii dandeettiin isaanii cime Lakk


1

180

90

166

149

131

111

90

11,.Qorannoo fi qo’annoo babal’isuu

4

41,,Baayyina muuxannoowwan gaarii akka Waajjiratti qindaa’an babaldhatanii (Lakk)n

1

1

4

1

2

3

3

4

  • Sakkatta’insa muuxannoowwan gaggaarii babal’isuu

  • Projektii qu’annoo fi qorannoo

42,Baayyina Qorannoowwan gaggeefamanii(lakk.)

1

1

4

1

2

3

3

4

43,Argannoo bu'aalee qorannoo irratti dhimmamtootaa fi qaamolee hawaasaa mari'ate dabalee (lakk)

1

184

29

63

101

142

184

184

44, Baayyina sakatta'iinsa mana hojii dabalee (lakk.)

1

1

6

2

2

3

5

6

12, Dhimma daa’immanii idileessuun hirmaannaa fi fayydamummaa daa’immanii guddisuu

6

45, Karoora seektarootaa keessatti dhimmi daa’immanii galuu mirkaneesuu ((sekt lakkn)

1

29

32

32

32

32

32

32

-Manuwaalii idileessa dhimmoota daa’immanii




46,Raawwii seektarootaa gama hirmaanaa daa’immanii hordofuufi gamaaggamuu (kurmaanaan)

1

2

4

4

4

4

4

4

47,Fooramii mariifi gamaaggama see ktaroota waliin hundeesuu fi yeroo yeroon geggesuu.(waltajjii)

1

2

4

4

4

4

4

4

48, Xiinxala raawwii seektarootaa kallattii fayyadamummaa daa’immaniin qopheesuu (dokimentii)

1

0

4

4

4

4

4

4

49,Haala raawwii isaanitiin sadarkeesa seektarootaa (Leveling Of Sectors) geggesuu

1

1

2

2

2

2

2

2




50, Baayyina daa'imman deggarsa baajata Idilee "HIV" %1 dabale (Lakk)

1

898

4102

820

1641

2462

3282

4102

Qajeelfama deggarsa daa’immanii baajeta mootummaa %1

Ijaarsa Dandeettii (20%)

13,Humna raawwachiisummaa hoggantoota fi raawwattootaa cimsuun kenna tajaajilaa fooyyeessuu

fooyyessuu

6

51,Raawwii raawwattootaa dabale(%)n

3

80

90

82

84

86

88

90

-Sagantaa Foyya’insa Oggansa Qabeenya Humna Namaa

-SFSS


52, Baayyina hoggantoota fi raawwattoota leenjii hojiirraa argatan dabale (lakkn.)

3

118

289

57

115

172

229

289

14,Fayyadama  teknoolojii hammayyaa  dabaluu

4

53,Hojjattoota Teeknooloojii ammaayyaan fayyadaman (%) n

4

50

80

56

62

68

74

80

Sagantaa Baballina Teknooloojii

15,Aadaa fi naannoo hojii fooyyesuu

10

54,.Itti quufiinsa hojjetootaataa dabale (%)n

2.5

82

90

84

85

86

88

90

-Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Trsimoo’aa.(BSC)

-Sakata’iinsa ittiquufiinsa hojjettootaa(employee satisfaction servey)



55,Garee Raayyaa siviil sarvaantii bu’a qabeessa ta’e (Lakk)

2.5

1

1

1

1

1

1

1

56,Naannoo hojii mijataa uumame dabale (%n)

2.5

65

90

70

75

80

85

90

57,Deggarsa fi hordoffii ogeessotaaf taasifame dabale (yeroo)

2.5

2

4

4

4

4

4

4



      1. Yüklə 2,42 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   20




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin