Galata /Acknowledgement/ Seensa


Iskoor Kaardii Garee Hojii Deggarsa Qophii Karooraa, Baajataa, Hordoffii fi Gamaggamaa



Yüklə 2,42 Mb.
səhifə20/20
tarix12.01.2019
ölçüsü2,42 Mb.
#96459
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   20


      1. Iskoor Kaardii Garee Hojii Deggarsa Qophii Karooraa, Baajataa, Hordoffii fi Gamaggamaa

Ergama Waajjiricha(Organizational mission):- Godina Lixa Shawaa keessatti; Dubartonni hirmaattootaa fi fayyadamtoota misoomaa akka ta’an, dhiibbaan isaan irra ga’u akka hafu taasisuu, rakkoo hawaas-diinagdee dubartootaa fi daa’immanii furuuf hawaasa barsiisuu,deeggersa kennuu, dhimmamtotafi deeggertoota waliin qindoominaa uumuun hojjechuu fi kenna tajaajilaa fooyyesuuf qorannoo fi sakkatta’iinsa ittifufiinsa qabu gaggeesuu dha.

Mul’ata Waajjiricha (Organizational vision):- Bara 2012ti Godina walqixxummaan korniyaa, gahoominni dubartootaa fi mirgii fi  nageenyi daa’iimmaniii keessatti mirkanaa’ee uumuu

Duudhaa (Sona) Muummee Mana Hojichaa (Core values of the Organization)

  1. Ittigafatamummaa fudhachuu

  2. Iftoomina

  3. Tajaajila gahuumsa qabu kennuu

  4. Qophaa’ina jijjiiramaa

  5. Beekumsaa fi amntaan hogganu

  6. Hirmaachisummaa

  7. Aadaa Qusannoo fi bu’a qabeessuummaa

  8. Aantummaan daa’immaniif

Adeemsa Hojii : Garee Hojii Deggarsa Qophii Karooraa, Baajataa, Hordoffii fi Gamaggamaa

Kaayyoolee Tarsiima’aa

  1. Amantaa ummanni mootummaa irratti qabu guddisuu

  2. Ittiquufiinsa maamilaa dabaluu

  3. Gahumsaa fi Bu’a qabeessummaa baajataa foyyessuu

  4. Itti fayyadama maallaqaa fi qabeenyaa fooyyessuu

  5. Hojimaata Bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajila fooyyeessuu

  6. Sirna qabiinsa ragaa fi odeeffannoo fooyyessuu

  7. Sirna karooraa, hordoffii fi gamaggamaa fooyyessuu

  8. Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi ogeessotaaa fooyyessuu

  9. Fayyadama  teknoolojii hammayyaa  dabaluu

  10. Aadaa fi naannoo hojii fooyyesuu



Kallattii Madaallii

Kaayyoo Tarsima’aa

/strategic objectives

Hulfaatina

Safartuulee/Measurments

Hulfaatina

Ka’umsa

/Base line/

(2007

Manii/Targets

Tarkaanfilee

2008-2012

2008

2009

2010

2011

2012




Maamilaa (20%)


1. Amantaa daa’imman mootummaa irratti qaban guddisuu

10

1,Amantaa dabale (%n)

10

70

85

73

76

79

83

85

Sagantaa sakatta’insa yaada fi itti quufinsa uummataa

2. Itti quufiinsa daa’immanii dabaluu

10

2,Itii qufiinsa dabale %n

10

75



90

77

80

83

86

90



Sakkatta’iinsa sadarkaa itti quufinsa maamilaa

Faayinaansii (15%)


3. Gahumsaa fi Bu’a qabeessummaa baajataa foyyessuu

10

3,Gahumsa Ittifayyadama baajataa dabale %n

5

82

95

84

85

90

92

95

Sagantaa fooyya’iinsa bulchiinsa fi to’annoo baassi motummaa

4,Bu’a qabeessuummaa itti fayydama baajetaa dabale

5

75

90

77

80

93

86

90

4.Ittifayyadama mallaqaa fi qabeenyaa fooyyessuu

5

5,Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)

5

15

5

13

11

9

7

5

Adeemsa Keessaa (45%)

5,Hojiimaata bulchiinsa gaarii fi Kenniinsa tajaajila fooyyeessuu

12

6,Komiii uummataa xiqqaate %n

6

20

5

17

14

10

7

5

  • Sakatta’insa kenna tajaajilaa

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH)

  • BSC

  • Paakejii Bulchiinsa gaarii(PBG)

  • Sgantaa Foyya’insa Sivil Sarvisii(SFSS)

7,Kenna tajaajilaa fooyya’e (%n)

6

80

95

83

86

89

92

95

6, Sirna qabiinsa ragaa fi odeffannoo ykn fooyyeessuu

12

8, Ragaa teeknooloojiin deggramee qindaa’e (%n)

4

50

80

56

64

70

75

80

  • Sgantaa babal’ina teeknooloojii

9,Qulqullina ragaa dabale(%n)

4

40

70

45

50

60

65

70

10,Ragaalee bu’uuraa walitti qabamanii qindaa’an (%n)

4

75

85

77

79

81

83

85

7, Sirna karoora ,hordoffii, deggrsa, too’annoo fi gamaggamaa fooyyessuu

21

11,Fooyya’insa raawwii hojii dabale (%)

6

85

90

86

87

88

89

90

  • Sakatta’insa hojii

  • BSC

  • SPM

  • BPR

12,, Uwwisa duub deebii dabale (%)

5

50

80

56

64

70

75

80




13,Uwwisa deggarsa fi hordoffii fi gamaggamaa dabale dabale (%)

5

50

80

56

64

70

75

80

14,Qophii karooraa teeknooloojiin deggrame (%n)

5

0

75

15

30

45

60

75

Ijaarsa Dandeettii (20%)

8,Humna raawwachiisummaa hoggantoota fi ogeessotaaa cimsuun kenna tajaajilaa fooyyeessuu

fooyyessuu

6

15,Raawwii ogeessotaaa dabale(%)n

3

80

90

82

84

86

88

90

-Sagantaa Foyya’insa Oggansa Qabeenya Humna Namaa

-SFSS


16,Baayyina hoggantoota fi ogeessotaa leenjii hojiirraa argatan dabale (lakkn.)

3

18

22

22

22

22

22

22

9, Fayyadama  teknoolojii hammayyaa  dabaluu

4

17,,Hojjattoota Teeknooloojii ammaayyaan fayyadaman (%) n

4

50

80

56

62

68

74

80

Sagantaa Baballina Teknooloojii

10,,Aadaa fi naannoo hojii fooyyesuu

10

18,.Itti quufiinsa hojjetootaataa dabale (%)n

2.5

82

90

84

85

86

88

90

-Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Trsimoo’aa.(BSC)

-Sakata’iinsa ittiquufiinsa hojjettootaa(employee satisfaction servey)



19,Garee Raayyaa siviil sarvaantii bu’a qabeessa ta’e (Lakk)

2.5

0

1

1

1

1

1

1

20,Naannoo hojii mijataa uumame dabale (%n)

2.5

65

90

70

75

80

85

90

21,,Deggarsa fi hordoffii ogeessotaaf taasifame dabale (yeroo)

2.5

2

4

4

4

4

4

4



      1. skoorkaardii kaayyolee Tarsiimo’aa Garee Hojii Deeggarsa Bulchiinsa Qabeenya Humna Namaa

Gareen BQHN kaayyolee tarsimaa’aa akka mana hojii keenyatti jiran keessaa kaayyolee kallattiidhaan hojii hundaaf Adeemsi BQHN wal qabatan, kan waliiniifi kan hundaaf qabaman keessaa fudhatee haala itti aanuun iskoorkaardii Adeemsichaa qophaa’ee jira.

Ergama Waajjiricha(Organizational mission):- Naannoo Lixa Shawaa keessatti; Dubartonni hirmaattootaa fi fayyadamtoota misoomaa akka ta’an, dhiibbaan isaan irra ga’u akka hafu taasisuu, rakkoo hawaas-diinagdee dubartootaa fi daa’immanii furuuf hawaasa barsiisuu,deeggersa kennuu, dhimmamtotafi deeggertoota waliin qindoominaa uumuun hojjechuu fi kenna tajaajilaa fooyyesuuf qorannoo fi sakkatta’iinsa ittifufiinsa qabu gaggeesuu dha.

Mul’ata Waajjiricha (Organizational vision):- Bara 2012ti Godina walqixxummaan korniyaa, gahoominni dubartootaa fi mirgii fi nageenyi daa’iimmaniii keessatti mirkanaa’ee uumuu

Duudhaa (Sona) Muummee Mana Hojichaa (Core values of the organization)

A. Ittigafatamummaa fudhachuu

B. Iftoomina

C. Tajaajila gahuumsa qabu kennuu

D. Beekumsaa fi amntaan hoggenu

E. Hirmaachisummaa

F. Aadaa qusannoo fi bu’a qabeessummaa

G.qophaa’ina jijjiiramaa



H. Aantummaan daa’immaniif

Gabatee kallattii Lammii , Kaayyolee tarsimaa’aa, Safartuu raawwiifi Tarkaanfilee Garee Hojii Deggarsa Bulchiinsa Qabeenya Humna Namaa

Kalattii madaallii

Ulfaatina kallattii Madaallii

Kaayyoo Tarsima’aa

(strategic objectives)

Ulfaatina kaayyolee Tarsimaa’aa

Safartuulee/Measurments

Ulfaatina safartuulee Tarsimaa’aa

Ka’umsa/ Baseline

Mannii / Target

Manii/Targets

Tarkaanfilee Tarsimaa’aa

2008-2012

2008

2009

2010

2011

2012




Lammii

20

1.Amantaa dubartootni fi daa’imman mootummaa irratti qaban guddisuu

10

1.Amantaa dabale (%n)

10

70

85

73

76

79

83

85

Sagantaa sakatta’insa yaadaa fi itti quufinsa uummataa (public opinion & satisfaction survey

2. Itti quufiinsa dubartootaa fi daa’immanii dabaluu

10

2. Itii qufiinsa dabale (%n)


10

75

90

77


80

83

86

90

Sakatta’insa sadarkaa itti quufiinsa maammilaa

Faayinaansii

15

3. Gahumsaa fi bu’aa qabessummaa baajataa dabalu

8

3. Gahumsa Ittifayyadama baajataa     dabale (%n)

4

82

95

84

85

90

92

95

sagantaa fooyya’iinsa bulchiinsa fi to’annoo baassi motummaa

4.Bu’a qabeessuummaa itti fayyadama baajetaa (%n)

4

82

95

84

85

90

92

95

sagantaa fooyya’iinsa bulchiinsa fi to’annoo baassi motummaa

4 Gahumsa fi itti fayyadama qabeenya fooyyeessuu

7

5..Qisaasama qabeenyaa hir’ate    (%n)

7

15

5

13

11

9

7

5

Sagantaa Foyya’insa Bulchiinsa To’annoo Fi Baassii Motummaa

Adeemsa Keessaa /Internal Process

45


5.Hojiimaata Bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajilaa foyyessuu

6

6.Komii ummataa xiqqaate  (%n)

7

20

5

17

14

10

7

5

  • Sakatta’insa kenna tajaajilaa

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH) ,BSC

  • Paakejii Bulchiinsa gaarii

Tarsiimoo kiraasassabdummaan ittin gogfamuu

7.Kenna tajaajilaa foyya’e(%n)

8

80

95

83

86

89

92

95

6, Gurmaa’insaa fi Bulchiinsa Qabeenya Namaa Fooyessuu

20

8,Caasaa mana hojii sadarkaan jiru fooya’e(%n)

4































9,Caasaa sadarkaan jiru irratti humna namaa Guutame(%n)

4

41

90



















10,Jijjiiraa,qacarrii, fi sadarkaa Guddinaa qajeelfama eegee raawwate(lakk.)

4

1

20

4

8

12

16

20




11,Pirofaayilii hojjatoota sekterichaa sadarkaan jiranii qinda’e(%)

4

50

95

60

70

80

90

95




12,Sirna to’annoo hojjatootaa fooya’e(%)

4

























7,.Sirna qabiinsa ragaa fi odeeffannoo foyyessuu

6

13,Ragaa Teeknooloojiin Deeggaramee Qindaa’e (Lakk)n

3

50

100

75

80

87

93

80

Sagantaa Baballina Teeknooloojii qunnamtiifi odeeffannoo

14,.Ragaalee bu’uuraa walitti qabaman (lakkn)

3

50

80

96

97

98

99

100

Sagantaa Baballina Teeknooloojii qunnamtiifi odeeffannoo

8,Sirna karoora , hordoffii, deeggarsa, to’annoo fi gamaaggamaa foyyeessuu

10

15,Fooyya’iinsa raawwii hojii dabale(%)n

4

85

90

91

92

93

94

95

  • Sakata’iinsa

  • “BSC”

  • Sagantaa fooyya’iinsa ooggansa       qabeenya namaa

SPM

16,Uwwisa duub deebii dabalee(%’n)

3

50




77

79

81

83

80

17,Uwwisa deeggarsa hordoffii fi gamaaggamaa dabale(%’n)

3

50

80

82

84

86

88

80

9,Qu’annoo fi qorannoo guddisuu


3

18,.Baayyina sakatta'iinsa mana hojii dabalee (lakk.)

3

2

17

5

8

11

14

17

  • Sakatta’iinsa Muxannowwan gaggaarii baballisu

  • Projeektii Qo’annoo fi Qorannoo




+Ijaarasa Dandeettii /Learning & Growth

20


10,.Humna raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyeessu

8


19,.Raawwii Ogeesotaa dabale(%)n

3

80

90

82

84

86

88

90

  • Sagantaa Foyya’insa Oggansa Qabeenya Humna Namaa

  • Sagantaa Fooyya’iinsa siivil servisii

PJMD

20,.Baayyina hoggantoota fi raawwattoota leenjii hojiirraa argatan dabale (lakkn.)

3

118

289

57

115

127

229

289

21,,.Baayyina hoggantoota fi raawwattoota barnoota hojiirraa argatan dabale (lakkn.)

2

1

20

4

8

12

16

20

11,Uwwisa fi .itti fayyadama teeknooloojii ammayyaa dabaluu

3

22.Hojjattoota Teeknooloojii ammaayyaan fayyadaman (%) n

3

50

80

56

62

68

74

80

Sagantaa Baballina Teknooloojii

12,Aadaa fi naannoo hojii foyyessuu

9

23. Itti quufiinsa hojjetootaataa dabale (%)n

2

82

90

84

85

86

88

90

  • Sirna Mdaallii Bu’aa Karoora Trsimoo’aa(BSC)

Sakata’iinsa ittiquufiinsa hojjettootaa(employee satisfaction servey

24.Garee Raayyaa siviil sarvaantii bu’a qabeessa ta’e (Lakk)

3

4

11

6

8

11



11

11

25.Naannoo hojii mijataa uumame dabale (%n)

2

65

90

70

75

80

85

90




26.Deggarsa fi hordoffii Ogeesotaaf taasifame dabale (yeroo)

2

2

4

4

4

4

4

4

  • Sagantaa foyya’insa hoggansa qabeenya humna namaa

  • SFSS

Ida’ama Ulfaatina

100 %




100 %




100 %

























      1. Iskoor Kaardii Kutaa Hojii Qondaala Naamusaa fi

Farra Malaammaltummaa

Ergama Waajjiricha(Organizational mission):- Godina Lixa Shawaa keessatti; Dubartonni hirmaattootaa fi fayyadamtoota misoomaa akka ta’an, dhiibbaan isaan irra ga’u akka hafu taasisuu, rakkoo hawaas-diinagdee dubartootaa fi daa’immanii furuuf hawaasa barsiisuu,deeggersa kennuu, dhimmamtotafi deeggertoota waliin qindoominaa uumuun hojjechuu fi kenna tajaajilaa fooyyesuuf qorannoo fi sakkatta’iinsa ittifufiinsa qabu gaggeesuu dha.

Mul’ata Waajjiricha (Organizational vision):- Bara 2012ti Godina walqixxummaan korniyaa, gahoominni dubartootaa fi mirgii fi  nageenyi daa’iimmaniii keessatti mirkanaa’ee uumuu

Duudhaa (Sona) Muummee Mana Hojichaa (Core values of the Organization)

1.Ittigafatamummaa fudhachuu

2.Iftoomina

3.Tajaajila gahuumsa qabu kennuu

4.Qophaa’ina jijjiiramaa

5.Beekumsaa fi amntaan hogganu

6.Hirmaachisummaa

7.Aadaa Qusannoo fi bu’a qabeessuummaa



8.Aantummaan daa’immaniif

Adeemsa Hojii : Kutaa Hojii : Qondaala Naamuusaa Fi Farra

Malaammaltummaa

Kaayyoolee Tarsiima’aa :

  1. Amantaa ummanni mootummaa irratti qabu guddisuu

  2. Ittiquufiinsa maamilaa dabaluu

  3. Gahumsaa fi Bu’a qabeessummaa baajataa foyyessuu

  4. Itti fayyadama maallaqaa fi qabeenyaa fooyyessuu

  5. Hojimaata Bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajila fooyyeessuu

  6. Sirna oodiitii fi inspeekshinii fooyyeessuu

  7. Sirna qabiinsa ragaa fi odeeffannoo fooyyessuu

  8. Sirna karooraa, hordoffii fi gamaggamaa fooyyessuu

  9. Dandeettii raawwachiisummaa hoggantootaa fi rogeessotaa fooyyessuu

  10. Fayyadama  teknoolojii hammayyaa  dabaluu

  11. Aadaa fi naannoo hojii fooyyesuu


Gabatee kallattii Lammii , Kaayyolee tarsimaa’aa, Safartuu raawwiifi Tarkaanfilee Kutaa Hojii Dagaagina Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa

Kallattii Madaallii

Kaayyoo Tarsima’aa

/strategic objectives

Hulfaatina

Safartuulee/Measurments

Hulfaatina

Ka’umsa

/Base line/

(2007

Manii/Targets

Tarkaanfilee

2008-2012

2008

2009

2010

2011

2012




Maamilaa (20%)


1. Amantaa daa’imman mootummaa irratti qaban guddisuu

10

1,Amantaa dabale (%n)

10

70

85

73

76

79

83

85

Sagantaa sakatta’insa yaada fi itti quufinsa uummataa

2. Itti quufiinsa daa’immanii dabaluu

10

2,Itii qufiinsa dabale %n

10

75



90

77

80

83

86

90



Sakkatta’iinsa sadarkaa itti quufinsa maamilaa

Faayinaansii (15%)


3. Gahumsaa fi Bu’a qabeessummaa baajataa foyyessuu

10

3,Gahumsa Ittifayyadama baajataa dabale %n

5

82

95

84

85

90

92

95

Sagantaa fooyya’iinsa bulchiinsa fi to’annoo baassi motummaa

4,Bu’a qabeessuummaa itti fayydama baajetaa dabale

5

75

90

77

80

93

86

90

4.Ittifayyadama mallaqaa fi qabeenyaa fooyyessuu

5

5,Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)

5

15

5

13

11

9

7

5

Adeemsa Keessaa (45%)

5,Hojiimaata bulchiinsa gaarii fi Kenniinsa tajaajila fooyyeessuu

10

6,Komiii uummataa xiqqaate %n

5

20

5

17

14

10

7

5

  • Sakatta’insa kenna tajaajilaa

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH)

  • BSC

  • Paakejii Bulchiinsa gaarii(PBG)

  • Sgantaa Foyya’insa Sivil Sarvisii(SFSS)

7,Kenna tajaajilaa fooyya’e (%n)

5

80

95

83

86

89

92

95

6, Sirna qabiinsa ragaa fi odeffannoo ykn fooyyeessuu

10

8, Ragaa teeknooloojiin deggramee qindaa’e (%n)

5

50

80

56

64

70

75

80

  • Sgantaa babal’ina teeknooloojii

9,Ragaalee bu’uuraa walitti qabamanii qindaa’an (%n)

5

75

85

77

79

81

83

85

7, Sirna deggarsa fi hordoffii To’annoo keessaa fooyyessuu

17

Oditii faayinaansii fi qabeenyaa dabale(%n)

4

50

100

60

70

80

90

100

Sagantaa Sagantaa Foyya’insa Bulchiinsa To’annoo Fi Baassii Motumma


10, Uwwisa odittii dabale (ji’aan )

3

12

12

12

12

12

12

12

11, Qulqullina gabaasa oditii dabale ( %n)

4

60

90

66

72

78

84

90

12, Dogongora qabiinsa herreegaa hir’ate (%n)

3

20

5

17

14

11

7

5

13,Argannoo bu’aa ooditii hojiirra oole (%n)

3

60

90

66

72

78

84

90

8, Sirna karoora ,hordoffii, deggrsa, too’annoo fi gamaggamaa fooyyessuu

8

15,Fooyya’insa raawwii hojii dabale (%)

2

85

90

86

87

88

89

90

  • Sakatta’insa hojii

  • BSC

  • SPM

  • BPR

16,Hojii irraa oolmaa karooraa dabale (%n)

2

60

85

63

69

75

80

85

Uwwisa duub deebii dabale (%)

2

50

80

56

64

70

75

80

Uwwisa deggarsa fi hordoffii dabale( %)

2

50

80

56

64

70

75

80


Ijaarsa Dandeettii (20%)


9,,Humna raawwachiisummaa hoggantoota fi raawwattootaa cimsuun kenna tajaajilaa fooyyeessuu

fooyyessuu


6

17,Raawwii ogeessotaa dabale(%)n

3

80

90

82

84

86

88

90

-Sagantaa Foyya’insa Oggansa Qabeenya Humna Namaa

-SFSS








18,Baay’ina ogeessota leenjii hojiirraa argatan (lakk)

3

3

3

3

3

3

3

3

10. Fayyadama  teknoolojii hammayyaa  dabaluu

4

19,,Hojjattoota Teeknooloojii ammaayyaan fayyadaman (%) n

4

50

80

56

62

68

74

80

Sagantaa Baballina Teknooloojii

11,,Aadaa fi naannoo hojii fooyyesuu

10

20,.Itti quufiinsa hojjetootaataa dabale (%)n

4

82

90

84

85

86

88

90

-Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Trsimoo’aa.(BSC)

-Sakata’iinsa ittiquufiinsa hojjettootaa(employee satisfaction servey)



21,Naannoo hojii mijataa uumame dabale (%n)

3

65

90

70

75

80

85

90

22,,Deggarsa fi hordoffii ogeessotaaf taasifame dabale (yeroo)

3

2

4

4

4

4

4

4

GULANTAA SAGLAFFAA(Step Nine)

  1. SIRNA HORDOFFII , DEGGARSAA , MADAALLII , FI GAMAGGAMAA

Hojiiwwan karoorfaman raawwiin isaa hordofamee rakkoolee adeemsa keessa qunnaman karooran maqsuun, tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuun galma gahinsa hojiiwwan karoorfamanii mirkaneessuu dha.

Adeemsi Gamaggamaa , Hordoffii fi deeggarsi, karoora qophaa’e tokko galmaan gahuuf sirna ittiin hordofamu keesaa meeshaa hoggansaa isa tokkoo dha. Kanaafuu, Sirna Madaallii Bu’aa Karoora Tarsiimoo (SMBKT) akka Godinaa Dhimma Dubartootaa fi Daa’imman Lixa Shawaatti qophaa’e kun akkaataa karoorfameen akka gara hojii qabatamaatti jijjiiramuu danda’utti sirni hordoffii ,gamaggamaa fi madaalli diriirfamuun isaa barbaachisaa dha. Haaluma kanaan sirni hordofii, deeggarsaa, gamaggama fi madaallii karoora tarsiima’aa kanaa akka kanaa gadiitti ibsamee kan jiruu dha..



    1. Sirna Hordoffii fi Deggarsa SMBKT

Hordoffii fi deggarsi walitti fufaa , tarsiima’aa fi qinda’aa ta’e karoora kana galmaan gahuu keessatti gahee olaanaa qaba . Kanaafuu adeemsota Godinaa keessatti aragamanii fi caasaa godinaa, magaalaa fi aanaatti argamanuf sirni ittiin hordofamuu fi deggaramu akka kanaa gadiitti kan ibsame ta’a.

      1. Sirna Hordoffii fi Deggarsa Adeemsota Godinaa

Adeemsotni Ijoo fi Deggarsaa mana hojichaa keessatti argaman hundi saffisa,qulqullina , haala bu’aa eegamu buusuu danda ’aniin hordoffii fi deeggarsa babrbaachisaa ta’e taasisuun barbaachisaa dha. Sirni ittiin geggeeffamus:

  • Hordoffii fi deggarsaa guyyaan guyyaan kennuu kan qaban geggeessitoota adeemsa hojii ti.

  • Hoggantootni Godinaa torban lama lamaan gaggeessitoota adeemsotaa waliin hojii mana hojichaa keessaatti hojjetamaa jiru kutaa jiru hunda irraa naanna’uun ilaaluun cimina fi dadhabina jiru addaan baasuun galmeessuu.

  • Rakkoo adda baasamee jiru fala inni furmaata argachuu danda’u lafa ka’uun akka duub-deebiitti kutaa hojii hunda akka qaqqabu taasisuu.

  • Geggeessitootni Adeemsa Hojii hundi torban tarbanii raawwattoota hunda waliin hojii hojjetamaa jiru irratti rakkoolee ykn hanqinoota fi cimna jiruu irratti maree geggeesuu.

  • Rawwattootni akkataa gurmaa’ina tokko shanee isaaniitiin olmaa hojii guyyaa guyyaa ilaaluun rakkoo ykn hanqina uumamee fi cimina irratti maree geggeesuu fi hojiilee oolmaa qorachuu



      1. Sirna Hordoffii fi Deggarsa Caasaa Godinaa fi Aanoolee

Karoorri qophaa’e kun kan inni hojii irra itti oolu caasoolee kana biratti waan ta’eef sirni hordoffii fi deggarsaa tarsiima’aa ta’e diriirsuun hojiirra oolchuu dirqama fi murteessaa dha.Kanaafuu sirni deggarsa fi hordoffii kunis kallattii inni itti geggeeffamu;

  • Adeemsota ijoo Godinaa hunda irraa gareen walitti bahan qabxiiwwan deggarsi fi hordoffiin irratti geggeeffamu qopheessuun manaajimentiif akka dhiyaatu taasisuun gabbatee akka qophaa’u godhama.

  • Deggarsi fi hordoffiin kan geggeeffamu kurmaana kurmaanan yammuu ta’u garee adda addaatti ogeessota qooduun kutaa godinichaa hunda haala wal gahuu danda’uu kan geggeessamuu dha.

  • Deggarsi kunis akka taasisameen duub-deebiin ogeessota hojii kana irratti hirmaataniin qopheeffamee godinaalee fi magaalota hunda akka qaqqabu taasisama.

  • Godinaaleen sadarkaan haaluma Godinaatiin ogeessota haala hirmaachiseen aanooleef kurmaana kurmaana deggarsa fi hordoffii geggeessuu qabu. Duub –Deebiis akkaatuma kanaan qopheessanii aanoolee hunda waliin gahuu qabu.

  • Godinaanis ta’e godinni bakka rakkoon jira jedhamee amanametti utuu kurmaanni hin gahin deggarsa fi hordoffii geggeessuu ni danda’u.

  • Kallattiin hordoffiin ittiin geggeessamu inni biraa gabaasa ji’a ji’aan yammuu ta’u adeemsi karooraa fi adeemsi ijoo hundi qindoomina barbaachisaa uumuudhaan raawwii godinaalee fi magaalotaaa akkataa gabaasa dhufuun hordofun bakka barbaachisaa ta’etti tarkaanfii sirreeffamaa fudhachaa kan deemamu ta’a.

    1. Sirna Gamaggamaa fi Madaallii SMBKT

Galma ga’iinsa sirna madaallii bu’aa karoora tarsiima’aa haala tarsiima’aa ta’een itti fufiinsaan madaala fi gamaggamaa adeemuun barbaachisaa dha. Raawwii karooraa kanaa irratti gamaggama geggeessuun madaallii barbaachisu gochuudhaan qabxii karaa iftoomina qabuun kennuu dhaan fiixa ba’insa guddina naannoo fi biyya keenyaa mirkaneessuun caasaa mna hojichaa irraa kan eegamuu dha . Kanaafuu tarsiimoon gamaggamaa fi madaallii caasaa Godinaan Dhimma Dubartootaa fi Daa’imman Lixa Shawaa akkataa armaan gaditti ibsameen ta’a.

      1. Sirna Gamaggamaa fi Madaallii SMBKT Sadarkaa Godinaalee fi Magaalota

  • Aanaaleen hundi akka haala qabatamaa isaanitti qabxii gamaggamaa fi madaallii barbaachisu qopheessuun manaajimentii isaaniitiin eegaa mirkaneeffamee booda utuu gamaggamnii fi madaalliin hin gaggeeffamin torbana lama dura aanoolee hunda akka qaqqabu gochuudhaan kan hojii irra oolu godhama.

  • Aanaaleen bakka aanooleen hundi argamanitti waggaatti yeroo lama lama karoora fi raawwii ji’a ja’aa aanooleen akka dhiyeessanu taasisuun bifa wal barsiisuu danda’uun hirmaannaa hundaatiin gamaggamni barbaachisaan hojii qofa irratti akka geggeeffamu gochuu dhaan karaa iftoomina qabuun madaalli godhamee qabxiin fi sadarkaan aanoolee hundaaf akka bahu taasifama. Raawwiin gamaggamaa fi madaallii kanaas gabaasni isaas qindeeffamee torban tokko keessatti Godinaa akka qaqqabu godhama.

  • Sektaroota idileessa dhimma koorniyaa fi daa’immanii gamaggamni kan geggeeffamu kurmaana kurmaanaan ta’ee adeemsi ijoon idileessa koorniyaafi M/M/N daa’immanii waliin qindeessuun kan hojjatamu ta’a.

      1. Sirna Gamaggamaa fi Madaallii SMBKT Sadarkaa Godinaa

        1. Sirna Gamaggamaa fi Madaallii SMBKT Sadarkaalee Adeemsaalee Waajjira Dh.D.D. Godinaa Lixa Shawaa

Adeemsonni sadarkaa Godinaatti aragamanu hundi tarsiimoon gamaggama fi madaallii isaanii

akka kanaa gadii ta’a.



  • Qabxiin gamaggamaa fi madaallii Adeemsa Baajetaa , Karooraa, Hordoffii fi Gamaggamaan qophaa’ee manaajimentiitti dhiyaatee eegaa mirkaneeffamee booda utuu gamaggamni hin gaggeeffamin torban tokko dura kutaa hunda akka qaqqabu godhamee kan hojiirra oolu ta’a.

  • Gamaggama fi madaallii kana kan geggeessanu Hoggantoota Aanaa fi Adeemsa Adeemsa Karooraa, Hordoffii fi Gamaggamaatiin ta’a.

  • Gamaggamni fi madaalliin akka Godinaattii hojjettootni hundi bakka argamanitti Adeemsonni gabaasa raawwii hojii ji’a ja’aa dhiyeesuun gamaggamni fi madaallin ni geggeeffama.

  • Qabxiin fi sadarkaan bifa iftoomina qabuun adeemsota hundaaf ni kennama.

  • Bu’aan gamaggama fi madaallii kanaas duub –deebiin isaa qopheeffamee kutaa hunda akka qaqqabu taasisama.

  • Sektaroota idileessa dhimma koorniyaa fi daa’immanii gamaggamni kan geggeeffamu kurmaana kurmaanaan ta’ee adeemsi ijoon idileessa koorniyaafi M/M/N daa’immanii waliin qindeessuun kan hojjatamu ta’a.



        1. Sirna Gamaggamaa fi Madaallii SMBKT Aanaalee Waajjira Dh.D.D. Godina Lixa Shawaa Geggeessu

  • Qabxiin gamaggamaa fi madaallii Adeemsa Karooraa, Bajata, Hordoffii fi Gamaggamaan fi ogeessoota adeemsota ijoo irraa tokko tokko filatamaniin qophaa’ee adeemsota hundatti dhiyatee gabbatee manaajimentiitti Godinaan dhiyaatee eegaa mirkaneeffamee booda utuu gamaggamni sadarkaa Naannootti hin gaggeeffamin ji’a tokko dura Godinaalee fi magaalota hunda akka qaqqabu godhamee kan hojiirra oolu ta’a.

  • Gamaggama fi madaallii kana kan geggeessanu Hoggantoota Godinaa , Adeemsota ijoo, Ogeessota Godinaa Olaanoo, fi hunda yammuu ta’u namota waltajjii geggeessanu hoggantuu ykn manaajimentii Godinaan kan ka’amanuta’u.

  • Gamaggamni fi madaalliin akka godinaatti fi Aanaalee hundi bakka argamanitti Hoggantootni gabaasa raawwii hojii ji’a ja’aa dhiyeesuun gamaggamni fi madaallin ni geggeeffama.

  • Qabxiin fi sadarkaan bifa iftoomina qabuun magaalota fi godinalee hundaaf ni kennama.

  • Bu’aan gamaggama fi madaallii kanaas duub –deebiin isaa qopheeffamee godinaalee fi magaalota hunda akka qaqqabu taasisama.

    1. Sirna Hordoffii , Deggarsaa , Madaallii , fi Gamaggamaa Keessatti Dhimmoota Xiyyeeffannoon itti kennamu.

Hojii irra oolmaa sirna madaallii bu’aa karoora tarsima’aa kana keessaatti hordoffii, deggarsa,madaalli fi gamaggama geggeessuu dhimmoonni xiyyeeffannoo guddaan itti yaadamee qaamota hojii kana hojii irra oolchan hunda biraatti hojjetamuu qaban:

  1. Ragaa Qulqulluu fi dhugaa ta’e dhiyeessuu

Adeemsa qophii gabaasaa mootummaa keesattii raga qulqullu fi haqumaa ykn dhugummaa qabu dhiyeesuun dhimma murteesaa fi karoora itti aanuu qopheesuuf meeshaa ijoo dha.

Kanaafuu qamni hojii kana raawwatu hundii ragaa sobaa, yeroo yerootti kan jijjiiramu irraa bilisa ta’uu mirkaneessuun sadarkaa sadarkan ol erguu akka danda’amutii hunbannoo barbaachisaa kennuun dirqama ta’a. Kanneen raga dogongora fi qulqullina hin qabne dabarsanu irratti sadarkaa sadarkaan tarkaanfiin barbaachisaan ta’e kan irratti fudhatamu ta’a.



B.Gabaasa Dhugaa,fi Qulqulluu Yeroon erguu

Gabaasnii aanaan godinaaf ergu, godinni immoo Godinaaf erguu dhugaa kan ta’e , qulqullina kan qabu fi yeroo isaa kan eeggate jechuunis kan ji’a fi kurmaanaa kallattii ka’ameen itti xiyyeeffatamee kan ergamu ta’a .Kana hordofuufis godinnni sirna gabaasa aanoolee kana itti fufiinsaan hordofu qopheeffachuu qaba. Godinaanis Adeemsi karooraa,Baajetaa, Deggarsaa fi Gamaggamaa itti fufiinsaan sirnaan galmeessuun ittiin hordofaa deemu qopheessuu yeroo yeroon duub-deebii isaa kennaa kan deemu ta’a.



C.Sirna Duub-Deebii Barsiisuu Danda’u Yeroo Yeroon Kennuu

Gabaasnii sadarkaa sadarkaadhan dhiyaatuu kammiyyuu ciminaa fi hanqina inni qabu akkasumas kallatti fuladuraatiif akka isa gargaaruu sirni duubdeebii kennuu idileeffamee hojjetamuu qaba.Kunis sadarkaa Godinaa fi godinaaleetti cimee kan irratti hojjetamu ta’a.



@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@ END@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@@







Kitaaboolee fi Bareefamoota Wabii /References/




  1. KGT I ffaa iraWaaj Dhimma Dubartootaa fi Daa’imman Godinaa Lixa Shawaa

  2. Robert S.Kaplan, David Norton. (2001), Strategy Focused Organization. Harvard Business School Press.Boston, Massachusetts.

  3. Robert S.Kaplan, David P Norton. (1996), “The Balanced Score Card” translating strategy into action.

  4. Robert S.Kaplan, David P Norton. (2004), Strategy Maps; converting intangible assets in tangible outcomes.

  5. Robert S.Kaplan, David P Norton, (2008), “The Execution Premium”, Linking strategy into operatons for competitive advantage.

  6. Paul R.NIven. (2008), “Balanced Score Card step by step” for Government and non-profit Agencies, 2nd edition.

  7. Gamaaggama Raawwii waggaa shanii (2003-2007)

  8. Nasisie Chali, (2010). Oromia Today. Finfinne.

  9. Labsii, Dambii fi Qajeelfamoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa. 199/2008

  10. Sanada BSC Mootummaa Naannoo Oromiyaa.

  11. Imaammata Dhimma Dubartoota Itiyoophiya


Yüklə 2,42 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   20




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin