Galata /Acknowledgement/ Seensa


GULANTAA JAHAFFAA(STEP 6)



Yüklə 2,42 Mb.
səhifə13/20
tarix12.01.2019
ölçüsü2,42 Mb.
#96459
1   ...   9   10   11   12   13   14   15   16   ...   20

GULANTAA JAHAFFAA(STEP 6)

  1. TARKAANFILEE TARSIIMA’AA (STRATEGIC INITIATIVES)

6.1. Safartuu raawwii fi maniilee (Performance measure and targets at corporet level of the strategic objectives) akkaataa kaayyoo tarsimaa’aa Olaanaa Mana Hojiittin gabatee armaan gadii keessatti tarreffamaniiru.

Kalattii madaallii

Kaayyoo Tarsima’aa

(strategic objectives)

Safartuulee/Measurments

Ka’umsa

/Base line/

(2007)

Manii(Target)

Tarkaanfiilee Tarsimmaa’aa(Intiatives)

Ibsa

2008-2012







Lammii/maamila

    1. Amantaa dubartootni fi daa’imman mootummaa irratti qaban guddisuu




1.Amantaa dabale (%n)

70

85

Sagantaa sakatta’insa yaadaa fi itti quufinsa uummataa (public opinion & satisfaction survey




    1. Itti quufiinsa dubartootaa fi daa’immanii dabaluu

2.Itii qufiinsa dabale (%n)


75

90

Sakatta’insa sadarkaa itti quufiinsa maammilaa




Faayinaansii

    1. Gahumsaa fi bu’aa qabessummaa baajataa dabalu

3.Gahumsa Ittifayyadama baajataa     dabale (%n)

82

95

sagantaa fooyya’iinsa bulchiinsa fi to’annoo baassi motummaa




4.Bu’a qabeessuummaa itti fayyadama baajetaa (%n)

75

90

sagantaa fooyya’iinsa bulchiinsa fi to’annoo baassi motummaa




  1. Gahumsa fi itti fayyadama qabeenya fooyyeessuu

5.Qisaasama qabeenyaa hir’ate     (%n)

15

5

Sagantaa Foyya’insa Bulchiinsa To’annoo Fi Baassii Motummaa




Adeemsa Hojiikeessaa

5. Hojiimaata Bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajilaa foyyessuu

6.Komii ummataa xiqqaate  (%n)

20

5

  • Sakatta’insa kenna tajaajilaa

  • Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH) ,BSC

  • Paakejii Bulchiinsa gaarii

  • Tarsiimoo kiraasassabdummaan ittin gogfamuu




7.Kenna tajaajilaa foyya’e(%n)

80

95

      1. Sirna qabiinsa ragaa fi odeeffannoo foyyessuu




  1. Ragaa Teeknooloojiin Deeggaramee Qindaa’e (%)n

50

80

  • Sagantaa Baballina Teeknooloojii qunnamtiifi odeeffannoo




  1. Ragaalee bu’uuraa walitti qabaman (lakkn)

75

85

  • Sagantaa Baballina Teeknooloojii qunnamtiifi odeeffannoo




7.Sirna karoora , hordoffii, deeggarsa, to’annoo fi gamaaggamaa foyyeessuu

  1. Fooyya’iinsa raawwii hojii dabale(%)n

85

90

  • Sakata’iinsa

  • “BSC”

  • Sagantaa fooyya’iinsa ooggansa       qabeenya namaa

  • SPM




  1. Uwwisa duub deebii dabalee(%’n)

50

80

  1. Uwwisa deeggarsa hordoffii fi gamaaggamaa dabale(%’n)

50

80

8.Gahumsa Dubartootaa dabaluu


  1. Dubartoota Ogganasa irra jiran humni raawwii isaanii cime (lakk)n

450

615


  • PMJD)/ PMDNHB)

  • Dhimmoota Sektaroota Hundaa Idileessuu

  • Sagantaa Qophii Projektii fandii Misooma dubartootaa fi daa’immanii




  1. .Dubartoota Oggansatti fiduuf humni raawwii isaanii cime (lakk)n

483

6,148


  1. Baayyina dubartootaa hojiiwwan madda galii iratti hirmaatanii(Lakkn.)

54500

152,210


  • PMJD/PMDNHB

  • Sagantaa fooyya’iinsa hirmaannaa uummataa

  • Maanuwaalii idileessa koorniyaa







  1. Baay’ina Dubartoota Leenjii Ogummaa argatanii hojii uummatanii (lakk)

1467



14,264



  1. .Shamarran harka qalleeyyii deeggarsa argatan (lakkn

1467

18,446




  1. Shamarran Carraa barnoota bilisaa argatan (lakk)n

15

50


  1. Dub. Teeknooloojiiwwan hummnaa fi yeroo qusatanitti fayyadamtoota ta’an dabalee(lakk)

6,085

122,977


  • PMJD/PMDNHB

  • Sagantaa sosochii Finiinsa hawaasaa

  • CDAW






  1. Dubartoota qusannoo irratti hirmaatan(lakk)n

15,519

273,691


  1. Dubartoota fayyadamtoota liqii ta’an (lakk)n

12,090

171,135


  1. Baay’ina dubartootaa miseensota garee walgargaarsaa dabale (lakkn.)




592

342,103


  1.   Baay’ina dub. Miseensota WHG dabale (Lakkn.)

6,295

231,688


  • Sagantaa baballina waldaalee







9.Mirgaa fi Nageenya dubartootaa fi daa’immanii irratti hirmannaa Ummataa fi dhimmamtootaatiiin ilaalcha hawaasaa fooyyessuu


  1. Gaggeesitoota marii imaammataa fi waliigalteewwan idil-addunyaa irratti hirmaatan (Lakk)

12880

1,394


  • Sagantaa marii hawaasaa

  • Koonveenshinii mirgoota daa’imman

  • Chaartarii waliigaltee mirgoota daa’immanii Addunyaa fi Afrikaa

  • Maanuwaalii fi hojmaata koorniya idileessuu






  1. Hojjatoota sivil sarvaantii maarii irratti hirmaatan(Lakk)

0

24,595


  1. Namoota marii imaammatootaa waligaltewwana idil-addunya mirgoota dub. Fi daa’immanii irratti hirmaatan(Lakk)

12880

157949

  1. Namoota Bakka bu’oota uummataa marii irratti hirmaatan (Lakk)

0

10,330

  1. Barmaatilee midhaa gesisaan hir’ate (%n)

35

5

  • Tarsiimoo dhabamsiisa BMG

  • Sagantaa Marii hawaasaa

  • Wiirtuu tajaajila bakka tokkoo







  1. Baay’ina aanaalee fi gandoota BMG irra bilisa ta’an (%n)

5

60

  • Tarsiimoo dhabamsiisa BMG

  • Seera aadaa hawaasaa

  • Koree




  1. . Namoota nageenya hawaasummaa dubartootaa fi daa’imaanii mirkaneessuuf hubannoo argatan (Lakk)

12880

157949

  • Sagantaa eegumsaafi deeggarsa daa’immanii

  • Sagantaa marii hawaasaa

  • Sagantaa eegumsaafi deeggarsa daa’immanii










  1. Magaaloota sararri bilbila bilisaa hundeeffameef (Lakk)

0

1

  1. Baayyina Namoota marii hawaasaa irratti hirmaatanii (Lakk)

3900

418122

  1. Baayyina daa’imman galmee kabajaa irratti galmaa’aanii(%n)

3

50

  1. Miidhaa daa’immanii hir’ate (%n)

70

30

  1. Taateewwan dubartootaa fi daa’immankii kabajaman (Lakk)

5

5

  • Sagantaa marii hawaasaa

  • Sagantaa eegumsaafi deeggarsa daa’immanii

  • Pirojeektii Maxxansaa Fi Midiyaalee




  1. Yeroo qilleensaa (’air time”) hojiirra oolee ( Sa’aatii)

0

0




10,Kunuunsa fi deeggarsa dubartootaa fi daa’imman miidhaa adda addaaf saxilaman guddisuu



  1. ,Baay’ina miidhaamtoota korniyaa bu’uureffate(GBV) haromsaa fi deeggarsa argatan(lakkn.)

69

330

  • Tarsiimoo dhabamsiisa BMG

  • Seera adaba yakkaa

  • Imaammata fayyaa





  1. , Baayyina Namoota kunuunsa daa’immanii hawaasa bu’uureffate irratti hubannoo argatan (Lakk)

10471

650,247

  • Sagantaa marii hawaasaa

  • Sagantaa eegumsaafi deeggarsa daa’immanii

  1. , Daa’imman deeggarsa hawaasa bu’uureffate argatan(Lakk)

28632

76,945

  • Sagantaa deggersa fi kunuunsa daa’immanii

  • Sakatta’iinsa atattamaa rakkoo daa’immanii (rappid assessment)

  • Sagantaa Qophii Projektii fandii Misooma dubartootaa fi daa’immanii

  • Sagantaa Fooyya’iinsa Hirmaannaaa Ummataa

  • Filannoowwan kunuunsa daa’immanii (Alternative child care)

  • Pirojeektii Maxxansaa Fi Midiyaalee







  1. Baayyina qabeenya deeggarsaa fi kunuunsaaf walitti qabamee(Lakk)

6,992,500

35,799,838

  1. Maatii hayyamamaa qophaa’ee,(Lakk)

68

1009

  1. Daa’imman deeggarsa maatii imaanaa (”foster family”) argatanii(Lakk)

0

190

  1. Daa’imman guddifachaa biyya keessaa argatan(Lakk)

30

491

  1. Dh.M.M. hayyamni hojii kennameef fi haaromsame(Lakk)

0

0

  • Qajeelfama kenniinsaafi haaromsa hayyama Dh.M.M




  1. Daa’imman maatii isaanitti deebi’anii makaman(Lakk)

46

494112

  • Sagantaa deggersa fi kunuunsa daa’immanii

  • Sakatta’iinsa jireenya daa’immanii

  • Sagantaa Qophii Projektii fandii Misooma dubartootaa fi daa’immanii






  1. Dhaabbilee guddisa daa’immanii sakatta’amanii(Lakk)

3

3

  • Qajeelfama sakatta’iinsa dhaabbilee guddisa daa’immanii




  1. Daa’imman guddifacha biyyaa alaa kennaman hir’ate(Lakk)

0

0

  • Filannoowwan kunuunsa daa’immanii (Alternative child care)




  1. Manneen sirreesaa haalli deegarsii daa’imaanii mijateef(Lakk)

2

2

  • Sagantaa deggersa fi kunuunsa daa’immanii

  • Sakatta’iinsa jireenya daa’immanii

  • Sagantaa Qophii Projektii fandii Misooma dubartootaa fi daa’immanii

  • Qajeelfama sakatta’iinsa dhaabbilee guddisa daa’immanii

  • Filannoowwan kunuunsa daa’immanii (Alternative child care)

  • Sagantaa piroojektii misooma dubartootaafi daa’immanii




  1. Deeggarsa daa’imman daandii irra jiraataniif mijateef(Lakk)

0

100

  1. Daa’imman balaa tasaaf (emergency ) saaxilamanii deggaraman (Lakk)

0

260

  1. Baay’ina daa’imman dhaabbata keessatti kununsa hunda galeessa argatnii dabale (Lakk)

0

0

  1. Piroojektota deeggarsa dubartootaafi daa’immaniif qophaa’e (lakk. Dokimentii)

8

200

  1. Maallaqa maddisiifame (Qarsh.)

352480

22000000

  1. Piroojektota misooma dubartootaafi daa’immanii mirkanaa’e (lakk. Dok)

3

10500

11.Gurmaa’insa dubartootaa fi daa’immanii mirgoota diimookraasii isaanii dagaagsanii fi kabachiisan cimsu


  1. Baay’ina jaarmiyaalee dubartootaa deeggaramani dabale (Lakkn

2

5

  • Sagantaa gurmaa’insa waldaalee

PMJD)/ PMDNHB)

  • Sagantaa Fooyya’iinsa Hirmaannaaa Ummataa


  • Sagantaa gurmaa’insa waldaalee

PMJD)/ PMDNHB)

  • Sagantaa Fooyya’iinsa Hirmaannaaa Ummataa







  1. Baay’ina dubartoota ijaarama irratti hubannoo argatan(lakk)n

31,736

262,082


  1. Daa’imman ijaarama isaaniitiin hubannoo argatanii dabale (lakk.)

0

307,443




  1. Jaaramoota mirga daa’immanii kabachiisaan manneen barnootaa fi magaalota keessatti hundeeffaman (lakk.)

0

246

  1. Baayina Miseensota paarlaamaa daa’immanii dandeettiin isaanii cime Lakk




180

90

  1. Baayina dubartoota miseensa RMDD tiin ijaaramanii dabalee (lakk.)

368,966


30,709


12,Qu’annoo fi qorannoo guddisuu


  1. Baayyina muuxannoowwan gaarii akka Birootti qindaa’an babaldhatanii (Lakk)n

3

13

  • Sakatta’iinsa Muxannowwan gaggaarii baballisu

  • Projeektii Qo’annoo fi Qorannoo






  1. Baayyina Qorannoowwan gaggeefamanii(lakk.)

3

13

  1. Argannoo bu’aalee qorannoo irratti dhimmamtootaa fi qaamolee hawaasaa mari’ate dabalee (lakk)

0

184

  1. Baayyina sakatta’iinsa mana hojii dabalee (lakk.)

2

17

13.Idileessa Dhimmoota seektarootahunda guddisuu


  1. Baayyina dhimmoota seektaroota hundaa ulaagaa kennameen mana hojii keenyaa keessatti idilaa’anii (Lakk.)

4

4

  • Sagantaa Dhimmoota Sektaroota Hundaa Idileessuu




14. Idileessa dhimmota Koorniya fi daa’immaniitiin hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii guddisuu

  1. Karoora seektarootaa keessatti dhimmi dubartoota fi daa’immanii galuu mirkaneesuu(sektaroota lakkn)

29

32

  • PMJD)/ PMDNHB

  • Sakata’iinsa sektaraalee mootummaa

  • Karoora “BSC”

  • Sagantaa deeggarsaa fi hordoffii

  • Maanuwaalii idileessa koorniyaa




  1. Raawwii seektarootaa gama hirmaanaa dubartootaa fi daa’immanii hordofuufi gamaaggamuu (kurmaanaan)

2

4

  1. Fooramii mariifi gamaaggama see ktaroota waliin hundeesuu fi yeroo yeroon geggesuu.(waltajjii)

2

4

  1. Xiinxala raawwii seektarootaa kallattii fayyadamummaa dubartootaa .fi daa’immaniin qopheesuu (dokimentii)

0

4

  1. Haala raawwii isaanitiin sadarkeesa seektarootaa (Leveling Of Sectors) geggesuu

1

2

  1. Baayyinna seektaroota ” Gender Audit” geggeessee

0

2

  • Maanuwaalii gender oodiitii










  1. Baayyina daa’imman deggarsa baajata Idilee ”HIV” %1 dabale (Lakk)

898

4102

  • Qajeelfama raawwii bajata HIV seektarootaa





Ijaarsa dandeettii

15, Humna raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyeessu


  1. Raawwii raawwattootaa dabale(%)n

80

90

  • Sagantaa Foyya’insa Oggansa Qabeenya Humna Namaa

  • Sagantaa Fooyya’iinsa siivil servisii

  • PJMD




  1. Baayyina hoggantoota fi raawwattoota leenjii hojiirraa argatan dabale (lakkn.)

118

289

  1. Baayyina hoggantoota fi raawwattoota barnoota hojiirraa argatan dabale (lakkn.)

1

20

16, Uwwisa fi .itti fayyadama teeknooloojii ammayyaa dabaluu

  1. Hojjattoota Teeknooloojii ammaayyaan fayyadaman (%) n

50

80

  • Sagantaa Baballina Teknooloojii




  1. MIS mana hojii kessatti diriire (%n.)

60

85


17. Aadaa fi naannoo hojii foyyessuu

  1. 79. Itti quufiinsa hojjetootaataa dabale (%)n

82

90

  • Sirna Mdaallii Bu’aa Karoora Trsimoo’aa(BSC)

  • Sakata’iinsa ittiquufiinsa hojjettootaa(employee satisfaction servey)

  • Sagantaa foyya’insa hoggansa qabeenya humna namaa

  • SFSS




  1. Garee Raayyaa siviil sarvaantii bu’a qabeessa ta’e (Lakk)

4

11

80. Naannoo hojii mijataa uumame dabale (%n)

65

90




81. Deggarsa fi hordoffii raawwattootaaf taasifame dabale (yeroo)

2

4



    1. Cuunfaa Tarkaanfilee Tarsimmaa’aa(Summary of Strategic Initiatives)

T.L

Tarkaanfilee Tarsimmaa’aa

Ibsa

1

Sakata’insaasa




2

Sagantaa Qophii Projektii fandii Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii (SQPFMDD)




3

Sagantaa fooyya’iinsa bulchiinsa fi to’annoo baassi mootummaa(SFBTBM)




4

Jijjirama Bu’ura Adeemsa hojii(JBAH), BSC,




5

Paakejii Bulchiinsa Gaarii (PBG)




6

Projeektii Qo’annoo fi Qorannoo (PQQ)




7

Paakeejii miisoomaa fi jijjirama dubartootaa (PMJD) / Paakejii misooma Dubartoota Naaoo Horsisee Bulaa (PMDNHB)




8

Dhimmoota Sektaroota Hundaa Idilessu (DhSHI)




9

Sagantaa gurmaa’insa waldaalee (SGW)




10

Sagantaa deggersa fi kunuunsa daa’immanii (SDKD)




11

Sagantaa Foyya’iinsa hirmaannaa uummataa (SFHU)




12

Projeektii maxxansaalee fi midiyaa PMM)




13

Sagantaa Foyya’insa Oggansa Qabeenya Humna Namaa (SFOQHN)




14

Sagantaa baballina teknooloojii (SBT)




15

Tarsiimoo dhabamsiisa Barmaatilee Miidhaa Geessisanii (TDhBMG)




16

Filannoowwan kunuunsaafi deeggarsa daa’immanii(FKDD)




17

Tarsiimoo kiraasassabdummaan ittin gogfamuu







    1. Ibsa Tarkaanfilee TARSIMMAA’AA

    1. Sakatta’iinsa (Survey)

Sakatta’iinsa jechuun ittiquufinsa maamilaa, sadarkaa kenninsa tajaajilaa , sadarkaa barmaatilee miidhaa geessisan irra jiru, sadarkaa fayyadammummaa dubartootaa fi ( hojiirra oolmaa paakeejii misomaa fi jijjiirama dubartootaa) daa’immanii fi kkf mirkaneeffachuuf gaaffilee barbaachisaa ta’e qopheessuudhaan samuuda (sample) adda baasuudhaan haala nama ykn qaama barbaadamu bakka bu’uu danda’uun filachuun haala jiru sassaaabuun deebii ykn yaada kenname xiinxaluun kan hojjetamuu dha. Tarkaanfiin hojiin kunis gaaffilee qopheessuu, yaada uummataa(namootaa) sassaabuu, mare waliin taasisuu, fi deebii argame xiinxaluu,kan of keessaa qabuu dha.

    1. .Sagantaa Qophii fi mirkanessa Proojektii Misooma Dubartootaa fi Daa’immanii

Madda fandii/faayinaansii/dabalataa barbaaduuf proojektota propposaala qopheessuu dhaabbilee ykn qaamoolee deggarsa kennuu danda’anutti dhiyeessuun hojii dubartootaa fi daa’imman irratti hojjetamu akka galma gahuf hojii hojjetamuu dha. Tarkaanfii Hojii kunis rakkoo jiru adda baasuuf sakatta’iinsa taasisuu, proojektii proppoosaala qopheessuu, qaamoolee deggersa kennuu danda’anuuf dhiyeessuun hubachiisuu , hojii irra oolmaa isaa hordofuu fi gabaasuu kan of keessatti qabatee dha.



    1. .Sagantaa Fooyya’iinsa Bulchiinsa fi Too’annoo baasii mootummaa

Bulchiinsa fi baasii mootummaa fooyyesuuf qajeelfama bahee jiru guutummaa guutuutti mana hojii keenya keessatti hojii irra akka oolu taasisuuf xiyyeeffannaa guddaa itti kennuun kan hojjetamuu dha. Tarkaanfiin hojii kuniis baajeta hoji raawwachiiftuu, kaappitaalaa, fandii, akkasumas qabeenya dhumaataa fi dhaabbii akkataa seera fi qajeelfama jiruutiin galmeessuu , kaffaltii raawwachuu, sirna ooditii keessaa cimsuun yeroo yeroon madaalaa deemuun tarkaanfii sirreeffamaa taasisuun kan hojjetamuu dha.



    1. .Jijjiirama Bu’uura Adeemsa Hojii fi Sirna madaalli bu’aa karoora tarsiimo’aa

Maamiltoota mana hojichaatiif tajaajila qulqulluu, saffisaa kan yeroo isaa eeggate fi komii hinqabne kennuudhaaf hojjettootni mana hojichaa hundi akkataa hojii (principles) jijjiirama bu’uura adeemsa hojii fi sirna madaallii bu’aa karoora tarsimo’aa gara hojiitti jijjiiruun barbaachisaa dha .Tarkaanfiin hojii kana keessatti kan hojjetamanus hojjettootaaf yeroo yerootti leenjii kennuu, deggarsa ogummaa kennuu , hordofii barbaachisaa ta’taasisuu fi kkf.



    1. .Paakeejii Bulchiinsa Gaarii

Bulchiinsa gaarii Godinichaa keessatti mirkaneessuuf hojiiwwan hojjetamanuu dha. Geggeessitootni fi hojjettootni mana hojichaa hundi dhimma kana irratti hubannoo gahaa aragatanii hojiirra oolmaa isaaatiif gumaacha isaan irraa barbaachisu akka bahan taasisuun maamiltootni hundi tajaajila barbaadan hunda akka argatan kan taasisamuu dha.Tarkaanfiin hojiileen kun ittin hojjetamus paa

keejota kana hubachiisuu, bakka namni hundi arguu danda’utti barreeffamee akka maxxansamu taasisuu fi hojii irra oolmaa isaa caasicha keessatti madaaluu , gamaggamuu fi tarkaanfii sirreeffamaa fudhachuu dha.


    1. Tarsiimoo kiraasassabdummaan ittin gogfamuu

Hojmaanni, qajeeltoowwan bulchiinsa gaariifi kenna tajaajilaa akka mana hojiitti hojiirra ooluufi bu’a qabeessummaa hojii fooyyesuuniifi walumaa galatti PQMJSS hojiirra oolchuuf sirni dhabamsiisa kira sassaabdummaa hojmaata guyyaa guyyaa godhatanii irratti hojjachuun maddoota kirasassaabdummaa adda baasuun akkaataa kira sassaabdummaan ittiin dhabamu kan of keessatti qabamuu dha.



    1. Qo’annoo fi Qorannoo babalisuu

Seeronni, qajeelffamoonni , damboonni , paakkeejonni bahanii hojii irra jiranu hangam dubartoota akka fayyadamtoota taasisan hubachuuf akkasumas rakkoolee hawaas- dinagdee dubartootaa fi daa’immanii furuuf qo’annoo fi qorannoo rakkoo hiikuu danda’u geggeessuun kan hojjetamuu dha. Tarkaanfii hojii kana keessatti hojiileen raawwataman proopposaala qopheesuu, qu’annoo geggeessuu , bu’aa qorannichaa qaama dhimmi ilaaluuf dhiyeessuun raggaasisuu fi argannicha gara hojiitti jijjiiruu kan of keessattin qabatuu dha.



    1. Paakkeejii Misoomaa fi Jijjiirama Dubartootaa(PMJD)/Paakejii Misooma Dubartoota     Naannoo Horsisee Bulaa (PMDNHB)

 Dubartoota Naannoo Lixa Shawaa keessatti argamanu gama dinagdee, hawaasummaa fi siyaasan guutummaa guutuutti hirmaattota fi        fayyadamtoota taasisuuf paakkeejjii qophaa’ee jiru gara hojiitti jijjiiruuf kan hojjetamuu dha. Seekteroonni mootummaa hundi fi dhaabbilee miti-mootummaa godinichaa keessatti argamanu paakkeejii kana hojii irra oolchuuf dirqama waan qabanuuf hubannoo gahaa ta’e akka argatanu taasisuu, karoora isaanii keessatti akka idileeffatanu hordofuu , qindeessuu fi tarkaanfiin sirreeffama akka fudhatamu taasisuun kan hojjetamuu dha.

Hojii kana keessatti waantootni hojjetamanu paakkeejjii kana irratti leenjii hubannoo uumuu danda’u kennuu, hojii irra oolmaa isaa qaamoolee adda addaa keessatti hordofuu, gamaggamuu fi qindeessuu dha . Paakkeejjiin kun akka sirriitti hojii irra ooluu danda’utti dubartoota dadamqsuu , haala barbaachisaa hunda mijeessuu fi sirna qaamoolee biro keessatti ittii hordofuu danda’amu diriirsuun dhimmoota xiyyeeffannoo guddaa barbaadanuu dha.


    1. Dhimmoota Seekteroota Hundaa Idileessuu (mainstreaming the cross cutting issues)

Dhimmoota seekteroonni hundi idileeffachuu qabanu kanneen akka koorniyaa idileessuu, ittisa fi too’annoo dhukkuba HIV/AIDS, malaammaltummaa fi hoji-maata badaa balleessuu , eegumsa naannoo , dhimma dargaggoo fi kkf akka mana hojii kanatti hojii idilee keessatti idileessuun hojii irra oolchuu dha.

Tarkaanfileen kunis hojiilee inni of keessatti qabu leenjii hubannoo uumu kennuu, caasicha keessatti dhimmoota nama hordofu kaa’uu , baajata dhimma kana hojii irra oolchuuf barbaachisu ramaduu ykn madda fandii barbaaduu, sirna hojii kana ittiin raawwatamu diriirsuu , sadarkaa sadarkaan deggarsa fi hordoffii barbaachisu caasaa sekterichaatiif kennuu dha.


    1. Sagantaa Gurmaa’ina Waldaalee

Dubartoota gama dinagdee, hawaasa, fi siyaasaa n hirmaattotaa fi fayyadamtoota taasisuuf ijaaramuun murteessaa fi dhimma xiyyeeffannoo guddaan itti kennamuu qabuu dha. Sagantaa gurmaa’ina waldaalee jiru akkataa barbaadamuun walitti dhufeenya qaamoolee dhimma ilaalu hunda waliin cimsuun kan raawwatamuu dha.

Hojiileen kunis dubartootni waldaalee mirgaatti bal’inaan akka gurmaa’anu barsiisuu fi deggaruu , waldaalee dinagdee kanneen akka garee wal-gargaarsaa, qusannoo fi liqii, waldaa hojii gamtaa, yuniyeenii fi kkf itti akka hirmaatanu hubachiisuu , jajjabeessuu , deggarsa fi hordoffii barbaachisu taasisuun gurmaa’ina dubartootaa sadarkaa barbaadamu irraan gahuu dha.


    1. Sagntaa Deggarsaa fi Kunuunsa Daa’immanii

Daa’imman haala rakkisaa keessatti kufan fi maatii harka qalleeyyii ta’anii ta’an deggarsa adda addaa argatanii lammii gaarii ta’anii akka guddatanuuf hojii hojjetamuu dha. Daa’imman haala rakkisaa keessatti kufan lubbuun isaanii akka baraaramu deggarsa atattamaa akka kennamuf gochuu, qindoomina qaamoolee dhimmi isaa ilaalu waliin ta’uun hojjechuu, raawwii hojichaas hordofuu fi deggaruu dha. Daa’imman maatii harka qalleeyyii ta’an deggarsa manatti(sponsorship) akka argatanu haala jiru mijeessuu fi sirna isaa diriirsuu dha.




    1. Sagantaa Foyya’iinsa Hirmaannaa Ummataa

Dhimma dubartootaa fi Daa’immanii irratti hubannoo barbaachisaa ta’e kutaa hawaasaa hundaaf kennuuudhaan dhimma hawaasa taasisuu dha.Tarkaanfiin hojii kunis maanuwaalota hubannoon irratti kennamu akkaataa haala qabatama godinaatti/aanaa itti qopheessuu, kutaaleen hawaasaa hundi haala inni barumsa hubannoo jijjiiru itti argachuu danda’u mijeessuu , jijjiirama amalaa dhufe yeroo yeroon madaalaa deemuu, fi kkf irratti kan hojjetamuu dha.

Finiinsi sochii hawaasaa muuxannoo gaarii mana hojichaa adda bahan , yaaddan boodatti hafoo fi barmaatilee dubartoota fi daa’imman irratti miidhaa geessisan , seerota fi imaammatoota dubartoota fi daa’imman ilaallatanii bahan , faayidaa fi bu’aa gurmaa’inaa irratti , hojiiwwan madda galii argamsiisan, barbaachisummaa qusannoo, yaada rime koorniyaa fi Koorniyaa idileessuu , HIV/AIDS , eegumsa naannoo , fi kkf irratti dubartoota haala addatti akkasumas hawaasa hundaaf maloota adda addaatti fayyadamuun barnoota hubannoo uumu fi jijjiirama amalaa fiduu danda’u kennuun kan hojjetamuu dha.

13. Proojektii Maxxansaalee fi Midiyaa


Sirna odeeffannoo fi quunnamtii uummataa mana hojichaa sadarkaa barbaadamu irra geessisuuf maxxansaalee adda addaa maxxansiisuu fi sagantaalee midiyaa itti fayyadamuun kan hojjetamuu dha.

Hojiin kunis baajata barbaachisaa ta’e ramaduun biroosheroota, barruulee, kitaaboota, T-Shirt , keeppii, poosteroota, kalaanderoota fi kkf maxxansiisuu fi qaamota adda addaatiif rabsuu dha. Sagantaa TV fi Raadiyoo biyyattii keessatti argamanutti fayyadamuun mirga fi nageenya dubartoota fi daa’immanii , muuxannoo gaarii mana hojichaa( hojii fakkeenyummaa qabanu), fi kkf irratti itti xiyyeeffatamee kan hojjetamuu dha.





  1. Sagantaa Fooyya’iinsa Oggansa Qabeenya Humna Namaa

Humna namaa hojii mana hojii kana galmaan gahuu danda’u akka horatamuuf kan hojjetamu dhimma xiyyeeffannoo guddaa barbaaduu dha.Hojiin hojjettoota qacaruu, jijjiiruu, sadrkaa guddinaa raawwachuu akkasumas oggantoota fi hojjettoota caasichaa leenjii yeroo gabaabaa fi dheeraa akka argatanu taasisuun dha. Hojjettoota raawwii hojii isaaniitiin hojii ajaa’ibsiissaa hojjetan badhaasuu , kan raawwii hojii irratti laafaa ta’an haala isaan itti of fooyyessuu danda’anu mijeessuu akkasumas kanneen amala barbaachisaa hin taane qabanus karaa seera qabeessa ta’een tarkaanfiin sirreeffamaa akka irratti fudhatamu gochuudhaan oggansa humna namaa seekterichaa akka yeroodhaa yerootti cimaa deemu gochuu dha.



  1. Sagantaa Babal’ina Teeknooloojii

Dandeettiin itti fayyadama teeknooloojii hojjettoota caasichaa akka dabalee raawwii mana hojichaa fooyyessuu danda’auuf kan hojjetamuu dha. Hojiin kunis hojjettoota ogummaa fayyadamaa teeknooloojii hin qabne sakatta’insaan adda baasuu, baajeta barbaachisu ramaduu, mana leenjii fi ogeessa leenjisu adda baasuun leenjii ogummaa fooyyessuu danda’u akka argatanu taasisuu dha.



  1. Tarsiimoo dhabamsiisa Barmaatilee Miidhaa Geessisanii (TDhBMG)

Miidhaalee dubartootaafi daa’immanirra gahan hambisuuf Godinaan akka maandeetiitti fudhatee qaamolee adda addaa waliin qindoomuun hojiilee adda addaa hojjachaa turee jira; gama biraatiin ammo miidhaaleen dubartootarra gahan keessaa caalaatti kan dubartoota miidhaa ture Barmaatilee Miidhaa Geessisan ta’us rakkoolee kanniin hambisuuf dursa hojiilee ilaalcha hawaasaa jijjiiruun wan ta’eef rakkoo kana guutumaan guututti hiikuuf tarsiimoo rakkoo kana hiikuu danda’u Tarsiimoo dhabamsiisa BMG baasuun hawaasa keessatti ittiin hojjachuu kan qabatuu dha.

  1. Sagantaa Filannoowwan kunuunsaafi deeggarsa daa’immanii(FKDD)

Daa’imman haala rakkisaa keessatti kufan fi maatii harka qalleeyyii ta’anii ta’an deggarsa adda addaa argatanii lammii gaarii ta’anii akka guddatanuuf hojii hojjetamuu dha. Daa’imman haala rakkisaa keessatti kufan lubbuun isaanii akka baraaramu deggarsa atattamaa akka kennamuf gochuu, qindoomina qaamoolee dhimmi isaa ilaalu waliin ta’uun hojjechuu, raawwii hojichaas hordofuu fi deggaruu dha. Daa’imman maatii harka qalleeyyii ta’an deggarsa manatti(sponsorship) akka argatanu haala jiru mijeessuu fi sirna isaa diriirsuu dha.

    1. Walitti Hidhamiinsa Kaayyoo Tarsimaa’aa Fi Tarkaanilee Hojii (Initiatives) “Mappinginitiatives To Balanced Score Cardobjectives”

Kaayyoolee Tarsimaa’aa

Tarkaanfilee Hojii

1

2

3

4

5

6

7

8

9

10

11

12

13

14

15

16

17

  1. Amantaa dubartootni fi daa’imman mootummaa irratti qaban guddisuu




X




X




X

X































X

  1. Itti quufiinsa dubartootaa fi daa’immanii dabaluu

X




X




X

X































X

  1. Gahumsaa fi bu’aa qabessummaa baajataa dabalu




X

X








































X

  1. Gahumsa fi itti fayyadama qabeenya fooyyeessuu







X

X








































X

  1. Hojiimaata Bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajilaa foyyessuu

X




x







X































X

  1. Sirna qabiinsa ragaa fi odeeffannoo foyyessuu




X







X

























X

X










  1. Sirna karoora , hordoffii, deeggarsa, to’annoo fi gamaaggamaa foyyeessuu

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

  1. Gahumsa Dubartootaa dabaluu

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

  1. Mirgaa fi Nageenya dubartootaa fi daa’immanii irratti hirmannaa Ummataa fi dhimmamtootaatiiin ilaalcha hawaasaa fooyyessuu

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

  1. Kunuunsa fi deeggarsa dubartootaa fi daa’imman miidhaa adda addaaf saxilaman guddisuu

x

x










x










x

x

x




x




x






  1. Gurmaa’insa dubartootaa fi daa’immanii mirgoota diimookraasii isaanii dagaagsanii fi kabachiisan cimsu

x










x

x

x




x




x

x




x










  1. Qu’annoo fi qorannoo guddisuu

x

x

x




x

x

x







x

x

x




x

x

x




  1. Idileessa Dhimmoota seektarootahunda guddisuu










x







x

x







x







x










  1. Idileessa dhimmota Koorniya fi daa’immaniitiin hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii guddisuu

x

x

x

x

x

x

x







x

x

x




x




x

X

  1. Humna raawwachiisummaa hoggantootaa fi raawwattootaa fooyyeessu




x

x







x

x
















x

x










  1. Uwwisa fi .itti fayyadama teeknooloojii ammayyaa dabaluu

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

x

X

  1. Aadaa fi naannoo hojii foyyessuu

x







x

x

























x










Yüklə 2,42 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   9   10   11   12   13   14   15   16   ...   20




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin