Qo’annoo fi Sakatta’insa babal’isuu
səhifə 9/20 tarix 12.01.2019 ölçüsü 2,42 Mb. #96459
Qo’annoo fi Sakatta’insa babal’isuu
Ittifayyadama maallaqaa fi qabeenyaa fooyyeessuu
Adeemsa Hojii
Keessaa
Gurmaa’ina mirgoota diimookraasii dubartootaa fi daa’immanii babal’isan guddisuu
Hirmaannaa uummataa fi dhimmamtootaa guddisuu
Hojiimaata Bulchiinsa Gaarii fi kenna Tajaajilaa fooyyeessuu
Kunuunsa fi deggarsa dubartootaa fi daa’immanii guddisuu
Dhimma koorniyaa fi daa’immanii idileessuun hirmaannaa fi fayyadamummaa dubartootaa fi daa’immanii dabaluu
S/K/H/D/T/G fooyyeessuu
Gahumsa Dubartootaa dabaluu
Sirna Qabiinsa Ragaa fi odeeffannoo dubartootaa fi daa’immanii fooyyeessuu
Sirna karooraa ,hordoffii fi gamaggamaa fooyyessuu
Idileessaa dhimmoota seekteroota hundaa guddisuu
Ijaarsa Dandeettii
Dandeettii raawaachiisummaa cimsuu
Aadaa hojii fi naannoo fooyyeeessuu
Fayyadama teeknooloojii hammayyaa dabaluu
GULANTAA SHANAFFAA(STEP 5)
SAFARTUULEE RAAWWII TARSIIMO’AA (Strategic Performance Measures)
Safartuu raawwii fi maniilee (Performance measure and targets at corporet level of the strategic objectives) akkaataa kaayyoo tarsimaa’aa Olaanaa Mana Hojiittin gabatee armaan gadii keessatti tarreffamaniiru.
Kalattii madaallii
Kaayyoo Tarsima’aa
(strategic objectives)
Safartuulee/Measurments
Ka’umsa
/Base line/
(2007)
Manii/Targets
2008-2012
2008
2009
2010
2011
2012
Lammii/maamila
1.Amantaa dubartootni fi daa’imman mootummaa irratti qaban guddisuu
70
85
73
76
79
83
85
2.Itti quufiinsa dubartootaa fi daa’immanii dabaluu
Itii qufiinsa dabale (%n)
75
90
77
80
83
86
90
Faayinaansii
3.Gahumsaa fi bu’aa qabessummaa baajataa dabalu
Gahumsa Ittifayyadama baajataa dabale (%n)
82
95
84
85
90
92
95
Bu’a qabeessuummaa itti fayyadama baajetaa (%n)
82
95
84
85
90
92
95
4 .Gahumsa fi i tti fayyadama qabeenya fooyyeessuu
5,Qisaasama qabeenyaa hir’ate (%n)
15
5
13
11
9
7
5
Adeemsa Hojiikeessaa
5.Hojiimaata Bulchiinsa gaarii fi kenniinsa tajaajilaa foyyessuu
Komii ummataa xiqqaate (%n)
20
5
17
14
10
7
5
Kenna tajaajilaa foyya’e(%n)
80
95
83
86
89
92
95
6.Sirna qabiinsa ragaa fi odeeffannoo foyyessuu
Ragaa Teeknooloojiin Deeggaramee Qindaa’e (Lakk)n
70
100
75
80
87
93
100
Ragaalee bu’uuraa walitti qabaman (lakkn)
95
100
96
97
98
99
100
7.Sirna karoora , hordoffii, deeggarsa , to’annoo fi gamaaggamaa foyyeessuu
Fooyya’iinsa raawwii hojii dabale(%)n
90
95
91
92
93
94
95
Uwwisa duub deebii dabalee(%’n)
75
85
77
79
81
83
85
Uwwisa deeggarsa hordoffii fi gamaaggamaa dabale(%’n)
80
90
82
84
86
88
90
8.Gahumsa Dubartootaa dabaluu
Dubartoota Ogganasa irra jiran humni raawwii isaanii cime (lakk)n
450
615
123
246
369
492
615
.Dubartoota Oggansatti fiduuf humni raawwii isaanii cime (lakk)n
483
6,148
1229
2459
3687
4916
6148
Baayyina dubartootaa hojiiwwan madda galii iratti hirmaatanii(Lakkn.)
54500
200793
40158
80317
120475
160633
200793
Baay'ina Dubartoota Leenjii Ogummaa argatanii hojii uummatanii (lakk)
1467
18,446
3689
7378
11067
14067
18446
.Shamarran harka qalleeyyii deeggarsa argatan (lakkn
1467
14,264
2852
5705
8557
11409
14264
Shamarran Carraa barnoota bilisaa argatan (lakk)n
15
460
92
184
276
368
460
Dub. Teeknooloojiiwwan hummnaa fi yeroo qusatanitti fayyadamtoota ta'an dabalee(lakk)
6,085
122,977
24595
49190
73785
98380
122977
Dubartoota qusannoo irratti hirmaatan(lakk)n
15,519
273,691
54738
109476
164214
218952
273691
Dubartoota fayyadamtoota liqii ta’an (lakk)n
12,090
171,135
34227
68454
102681
136908
171135
Baay'ina dubartootaa miseensota garee walgargaarsaa dabale (lakkn.)
592
342,103
68420
136841
143683
212103
342103
Baay'ina dub. miseensota WHG dabale (Kum.) (Lakkn.)
6,295
27262
5452
10904
16356
21808
27262
9.Mirgaa fi Nageenya dubartootaa fi daa’immanii irratti hirmannaa Ummataa fi dhimmamtootaatiiin ilaalcha hawaasaa fooyyessuu
Gaggeesitoota marii imaammataa fi waliigalteewwan idil-addunyaa irratti hirmaatan (Lakk)
12880
1,394
278
557
835
1113
1394
Hojjatoota sivil sarvaantii maarii irratti hirmaatan(Lakk)
0
24,595
4919
9838
14757
19676
24595
Namoota marii imaammatootaa waligaltewwana idil-addunya mirgoota dub. fi daa'immanii irratti hirmaatan(Lakk)
12880
157949
31590
63180
94770
126390
157949
Namoota Bakka bu'oota uummataa marii irratti hirmaatan (Lakk)
0
10,330
1,653
3,512
5,682
7,954
10,330
Barmaatilee midhaa gesisaan hir'ate (%n)
35
5
25
20
15
10
5
Baay’ina aanaalee fi gandoota BMG irra bilisa ta'an (%n)
5
60
30
35
45
55
60
Namoota nageenya hawaasummaa dubartootaa fi daa'imaanii mirkaneessuuf hubannoo argatan (Lakk)
12880
157949
31590
63180
94770
126390
157949
Magaaloota sararri bilbila bilisaa hundeeffameef (Lakk)
0
1
0
0
0
0
1
Baayyina Namoota marii hawaasaa irratti hirmaatanii (Lakk)
3900
418,122
83624
167248
250872
334496
745405
Baayyina daa'imman galmee kabajaa irratti galmaa'aanii(%n)
3
50
11
19
29
39
50
Miidhaa daa'immanii hir'ate (%n)
70
30
64
56
48
39
30
Taateewwan dubartootaa fi daa’immankii kabajaman (Lakk)
5
5
5
5
5
5
5
Yeroo qilleensaa ('air time") hojiirra oolee ( Sa’aatii)
0
0
0
0
0
0
0
10,Kunuunsa fi deeggarsa dubartootaa fi daa’imman miidhaa adda addaaf saxilaman guddisuu
Baay'ina miidhaamtoota korniyaa bu'uureffate(GBV) haromsaa fi deeggarsa argatan(lakkn.)
69
330
66
132
198
264
330
Dostları ilə paylaş: