Ga’ee hojii Adeemsoota Haaraa (PPR)
səhifə 13/16 tarix 01.11.2017 ölçüsü 0,62 Mb. #26235
3.11. Ga’ee hojii Adeemsoota Haaraa (PPR)
Figure Adeemsa Hojii Ijoo Deeggarsa, Hordoffii, To’annoo fi Gamaggama raawwii karooraa Dhaabbolee Misoomaa
Lak
Hojiwwaan Gurguddoo
Tarreeffama Hojii
Gita Hojii
Sada Baru
Muxanno
Gosa Barumsa
Baayy’ina
1.
Oggansa korporeetii dhaabbolee misoomaa cimsuu
Imaammata Dh/Misooma fi Oggansa Dhaabbolee misoomaa Baasanii Hojii irra Oolchuu
Hojii daarektoreetichaa ni hoggana ni qindeessa
Tarsiimoo fi tooftaalee adda addaa ni maddisiisa
Daarektoreetii biro waliin qindominaan nihojjata.
Haala hojii ni mijeessa,raawwi hojii ni hordofa,ni too’ata’ ni madaala
Daarektara daarektoreetii
M.A/SC
B.A/SC
Waga-12/14
kan qabu fi hoggansaa irratti kallattiin wagga 5 fi isaa ol kan hojjate
Leader ship, Agricultur
Bus. Administration Management Econ.,Resource Economics, Engineering
1
Qajeelfamoota Oggansa Boordii Qopheesuun hojii irra olchuu
-Qajeelfama Filannoo , Ramadii fi hojimaata Boordii
-Qajeelfama Madaalii raawwii hojii Boordii fi hoggansa dhaabbolee misoomaa Bu'a irrati xiyyeeffate qopheessu
-Qajeelfama kafaltii onnachiistuu Miseensota Boordii fi Hoggansa Dh. Misoomaa baasuu
Ofiisara ol’aanaa dhimma Oggansa Boordii
M.A/SC
B.A/SC
Waga-8 /10 kan
qabu fi hoggansaa korporeetii irratti kallattiin wagga 3 fi isaa ol kan hojjate
Leader ship, Manag ement, Economics, Development, Business Mgt.
1
1.1
Qophii Karoora galmawwan waliigalaa fi Invastmantii Dhaabbolee misoomaa
Qabiyyee karoora galmawwan waliigalaa fi invastmantii fi akkasumas karoora waggaa ni qopheesa. Ragaalee fi odeeffanno ni qindeessa ,haala hojii ni mijeessa ,
Dhaabbolee misoomaa karoora tarsiima’a (SPM) akka qopheefatan hordofuu,deegaruu fi akka ittin ogganaman taasiisuu
Ofiisara Ol’aana Hordoffi fi Gamaaggama raawwii karoorraa
M.A/SC
B.A/SC
Waga-8/10 kan qabu
Fi hojii (M&E) irratti kallattiin wagga 3 fi isaa ol kan hojjate
Agri. ,Bus.Adm., Mgt ., Econ., Resource Eco. ,Engineering
1
Bu’ura karoora tarsima’aatiin karoora waggaa dhaabbolee misoomaa akka qophayuu taasiisuu, xiinxaluun akka mirkanuu ni taasiisa
Ofiisara Hordoffi fi Gamaaggama raawwii karoorraa
Waga-6/8 kan qabu fi hojii (M&E) irratti hubannoo kan qabu
Agri. ,Bus.Adm., Mgt ., Econ., Resource Eco.
1
Lakk
Hojiwwaan Gurguddoo
Tarreeffama Hojii
Waamama Gita Hojii
Sadarkaa Barumsaa
Muxxannoo
Gosa Barumsa
Bay’ina
1.2
Qophii Karoora galmawwan waliigalaa fi Invastmantii Dhaabbolee misoomaa
Qabiyyee karoora galmawwan waliigalaa fi invastmantii fi akkasumas karoora waggaa ni qopheesa. Ragaalee fi odeeffanno ni qindeessa ,haala hojii ni mijeessa ,
Dhaabbolee misoomaa karoora tarsiima’a (SPM) akka qopheefatan hordofuu,deegaruu fi akka ittin ogganaman taasiisuu
Ofiisara Ol’aana Hordoffi fi Gamaaggama raawwii karoorraa
M.A/SC
B.A/SC
Waga-8/10 kan qabu
Fi hojii (M&E) irratti kallattiin wagga 3 fi isaa ol kan hojjate
Agri. ,Bus.Adm., Mgt. Econ., Resource Eco. Engineering
1
Bu’ura karoora tarsima’aatiin karoora waggaa dhaabbolee misoomaa akka qophayuu taasiisuu, xiinxaluun akka mirkanuu ni taasiisa
Ofiisara Hordoffi fi Gamaaggama raawwii karoorraa
Waga-6/8 kan qabu fi hojii (M&E) irratti hubannoo kan qabu
Agri. ,Bus.Adm., Mgt ., Econ., Resource Eco.
1
Daarektoreetii Hojii Ijoo Deeggarsa, Hordoffii - - - - itti fufe
Lakk
Hojiwwaan Gurguddoo
Tarreeffama Hojii
Waamama Gita Hojii
Sadarkaa Barumsa
Muxxannoo
Gosa Barumsa
Baay’ina
3
Sirna Bulchiinsa Fundii qabeenyaa fi Faayinaasii ammaya'aa dhaabbolee misoomaa keessatti hojii irra akka olu taasiisuu
Bulchiinsa Fundii fi Faaynaansii Dh.misoomaa ilaalchisee hojimaanni gahumsa qabu diriiruu isaa fi hojiirra ooluu isaa hordofuu ,deeggaruu
Haala itti fayyadama fundii misoomaa fi industry ni hordofa
Bittaadhaan walqabatee hojimaanni gahumsa qabu diriiruu isaa, kan diriires hojiirra ooluu isaa hordofuu, deeggaruu
Ramadii Odiitara alaa fi Gabaasa odiitii odiitara ala xiinxaluun mirkaneessuu,argannoo bu’aa odiitii irratti tarkaanfiin sirreeffama akka fudhatamu qajeelfama kennuu,raawwii isaa hordofu .
Ofiisara ol’aanaa Faaynaansii fi Bulchiinsa Fandii
M.A/SC
B.A/SC
Wagga-8/10 kan qabu fi hojii Faayinaansii irratti kallattiin wagga 3 fi isaa ol kan hojjate
Dandeettii ‘’double Entry’’fi herreega projektii kan qabu
Accounting , Eco.,Marketi
Bus. Adm. Pro. & supply Mgt.
1
Bulchiinsa Fundii fi Faaynaansii Dh.misoomaa ilaalchisee hojimaanni gahumsa qabu diriiruu isaa fi hojiirra ooluu isaa hordofuu ,deeggaruu
Haala itti fayyadama fundii misoomaa fi industry ni hordofa
Qajeelfama bulchiinsa Qabeenyaa qopheesuu, DhaabboleeMisoomaa tiif raabsuun hojiirraa oolmaa isaa hordofuu fi deeggaruu
Sirna odiitii keessaa xiinxaluu, deeggaruu fi hordoffii itti fufiinsa qabu gaggeessun to’annoon keessaa gahumsa qabu diriiree hojiirra ooluu isaa mirkaneessuu
Ofiisara Faaynaansii fi Bulchinsa Fandii
M.A/SC
B.A/SC
Wagga-6/8 kan qabu
Fi hojii Faayinaansii irratti kallattiin kan hojjate Dandetti ’double Entry’’fi herreega projektii kan qabu
Accounting , Economics Marketing
Bus. Adm. Proc. & supply Mgt
1
Daarektoreetii Hojii Ijoo Deeggarsa, Hordoffii - - - - itti fufe
Lakk
Hojiwwaan Gurguddoo
Tarreeffama Hojii
Waamama Gita Hojii
SadarkaBarumsa
Muxxannoo
Gosa Barumsa
Baay’ina
Sirna Bulchiinsa Fundii qabeenyaa fi Faayinaasii ammaya'aa dhaabbolee misoomaa keessatti hojii irra akka olu taasiisuu
Bulchiinsa Fundii fi Faaynaansii Dh.misoomaa ilaalchisee hojimaanni gahumsa qabu diriiruu isaa fi hojiirra ooluu isaa hordofuu ,deeggaruu
Haala itti fayyadama fundii misoomaa fi industry ni hordofa
Bittaadhaan walqabatee hojimaanni gahumsa qabu diriiruu isaa, kan diriires hojiirra ooluu isaa hordofuu, deeggaruu
Ramadii Odiitara alaa fi Gabaasa odiitii odiitara ala xiinxaluun mirkaneessuu,argannoo bu’aa odiitii irratti tarkaanfiin sirreeffama akka fudhatamu qajeelfama kennuu,raawwii isaa hordofu .
Ofiisara Ol’aanaa Faaynaansii fi Bulchiinsa Fandi
M.A/SC
B.A/SC
Waga-8/10 kan qabu
Fi hojii Faayinaansii irratti kallattiin wagga 3 fi isaa ol kan hojjate
Dandeettii ‘’double Entry’’fi herreega projektii kan qabu
Accounting , Eco.,Marketin
Bus. Adm. Pro. & supply Mgt.
1
Lak
Hojiwwan Gurguddoo
Tarreeffama Hojii
Wamama Gita Hojii
SadarkaBarumsa
Muxxannoo
Gosa Barumsa
Bay’ina
Bulchiinsa Fundii fi Faaynaansii Dh.misoomaa ilaalchisee hojimaanni gahumsa qabu diriiruu isaa fi hojiirra ooluu isaa hordofuu ,deeggaruu
Haala itti fayyadama fundii misoomaa fi industry ni hordofa
Qajeelfama bulchiinsa Qabeenyaa qopheesuu, Dhaabbolee Misoomaa tiif raabsuun hojiirraa oolmaa isaa hordofuu fi deeggaruu
Ramadii Odiitara alaa fi Gabaasa odiitii odiitara ala xiinxaluun mirkaneessuu,argannoo bu’aa odiitii irratti tarkaanfiin sirreeffama akka fudhatamu
Ofiisara Faaynaansii fi Bulchiinsa Fandii
M.A/SC
B.A/SC
Waga-6/8 kan qabu Fi hojii
Faayinaansii irratti kallattiin kan hojjate Dandetti ’double Entry’’fi herreega projektii kan qabu
Accounting , Economics Marketing
Bus. Adm. Proc. & supply Mgt
1
6
Humna raawwachiisummaa oggansa Dhaabbolee Misoomaa Cimsu
Imaammanni qabeenya humna namaa qajeelfamnni bulchiinsa qabeenya human namaa fi waliigalteen gamtaa seera hojjataa fi hojjachiisaa faana wal-siman gama Dh.M tiin bahanii hojiirra oolaa jiraachuu isaanii hordofuu ,deeggaruu, qaawwa jiru addaan baasuu fi akka guutaman taasisuu
Qaawwa (Gap ) humna raawwachiisummaa Dh.misoomaa fi Abbaa Taaytaa xiinxaluun adda baasuu / kan humna namaa, qabeenyafi tekinooloojii
Kallattii qaawwi adda bahe itti guutamuu danda’u irratti hojjachuu
Dandeetti humna namaa cimsuuf leenjii adda addaa ni qopheessa
Ofiisara Ol’aanaa ijaarsa dandeettii
M.A/SC
B.A/SC
Waga-8/10 kan qabu
Fi hojii Ijaarsa Dandeettii irratti kallattiin wagga 3 fi isaa ol kan hojjate
Economics Management
Bus. Adm., Pro. & supply Mgt. Resource Econ. Development
1
Fedhii leenjii adda baasuuf xiinxala ni gaggeessa
Dh.misoomaa gidduutti sirni walitti hidhamiinsaa fi qindoominaa akka diriiru ni deggara
Muxannoowwan gaarii ni filata ni qindeessa tooftaa ittiin babal’atu ni mijeessa .
Ofiisara ijaarsa dandeettii
M.A/SC
B.A/SC
Waga-6/8 kan qabu fi hoji Ijaarsa Dandettii
irratti kan hojjate
Economics Management
Bus. Adm., Pro. & supply Mgt. Resource Econ. Development
1
Lak
Hojiwwan Gurguddoo
Tarreeffama Hojii
Wamama Gita Hojii
SadarkaBarumsa
Muxxannoo
Gosa Barumsa
Bay’ina
Hojiiwwan rifoormii dhaabbolee misoomaa fi Abbaa Taayitaa qindeessuu, hordofuu fi deeggaruu jijjiirama jiru madaaluu fi yeroo yeroon ammayyeessuu
Haalaa gurmaawinaan human namaa, itti fayyadama teeknolojii fi sirna hojimaata ammayyaawaa dhaabbolee misoomaa fi Abbaa Taayitaa ni hordofa ni deggar.
Ofiisara Ol’aanaa Sirna Fooya’insa Hjimaataa
M.A/SC
B.A/SC
Waga-8/10 kan qabu
Fi hojii Sirna Fooyya’insa Hojimaataa irratti kallattiin wagga 3 fi isaa ol kan hojjate
Economics Management
Bus. Adm., Leader ship Resource Econ. Development
1
Ijaarama raagyaa cimsuudhan raawwii karooraa kallattii kanaan hordofuu fi sirreess
Sirna hojimaata adda addaa diriirsuun raawwiin hojii akka dabalu ni hojjata
Dhaabboleen Misoomaa hojimaata ammaya’aa akka qabaatan ni deggara hojii irra oolmaa isaa ni hordofa.
Hojii irra olmaa JBAH, BSC fi riiformiiwwan adda-addaa
Paakeejiiwwan Bulchiinsa gaarii
Ijaarama raayyaa fi tokko shanee
Ofiisara sirna foya’insa hojimaataa
M.A/
B.A
Waga-6/8 kan qabu fi hoji
Sirna Fooyya’insa Hojimaataa irratti kan hojjate
Economics Management
Bus. Adm., Leader ship Resource Econ. Development
1
Figure . Daarektoreetii Hojii Ijoo Qo’annoo, Qorannoo fi Dagaagina Bizinasii
Lak
Hojiwwaan Gurguddoo
Tarreeffama Hojii
Waamama Gita Hojii
Sadarka Barumsa
Muuxannoo
Gosa Barumsaa
Bay
1
Qorannoo Qaawwa gabaa fi misoomaa gaggeessuu
Hudhaalee guddina dinagdee sektaraan adda baasuu
Kallattii dhaabboleen misooma amma jiranis ta’ee haaraan itti gurmaa’uu qaban qoratee dhiyeessa
Akkaata bu’aa qabeessummaa dhaabbolee misoomaa dabaluu dandeessisu irratti qorannoo gaggeessa
Noormiiwwan adda addaa qopheessuu
Unite rate adda addaa qorachuun murteessuu
Xiinxala Bu’aa qorannichaa gaggeessuu
Bu’aa qorannoo irratti marii gaggeesuun fooyyeessuu
Bu’aa qorannoo guutuu qopheessuun ragaasisuu
Daarektar
M.A/SC
B.A/SC
Waga-12/14 kan qabu ta’ee hoggansa hojii qorannoo pirojaktii irratti kallattiin waggaa 5 fi isa ol
Economics, Management
Bus. Adm., Leader ship Resource Econ. Sociology Development, Agri. Engeneering ,Stat.,
1
Ofiisara Ol’aanaa Qoran. fi Qo’annoo
M.A/SC
B.A/SC
Waga-8/10 kan qabu
ta’ee hojii qorannoo Pirojektootaa irratti kallattiin wag. 3 fi isa ol kan hojjate
Economics, Management
Bus. Adm,Resource Econ. Sociology ,Engineering,Stat. Kan walfakkatu
2
Ofiisara Qoran. fi Qo’annoo
M.A/SC
B.A/SC
Waga-6/8 kan qabu ta’ee
hojii qorannoo Pirojektoota irratti muxxannoo kan qabu
Economics, Management
Bus. Adm., Resource Econ. Sociology Development, Agri. Econ Kan walfakkatu
2
Ofiisara jalqabaa Qoran. fi Qo’annoo
M.A/SC
B.A/SC
Waga-6/8 ta’e hojii qorannoo Pirojektoota irratti muxxannoo kan qabu
Economics, Management
Bus. Adm., Leader ship Resource Econ. Sociology Development, Agri. Econ Kan walfakkatu
1
2
Qorannoo Bu’a qabeessummaa dhaabbolee misoomaa guddisan gaggeessuu
Qorannoo Karoora haala ittifayyadama qabeenya gaggeesuu
Gatii gabaa kiraa maashinaryii,gatii gabaa bittaa maashinarii,fi gatii gabaa galteewwan adda addaa walitti qabuu ,xiinxaluu fi dhaabboleef rabsuu.
Xiinxala qorannichaa gaggeessuu
Bu’aa Qorannoo irratti marii’achuun fooyyessuu fi guutuu taasisan baasuu
Dhaabboolee adda baasanii hundeessuu ykn walittimaku
Ofiisara ol’aanaa Dagaagina Bizinasii
M.A/SC
B.A/SC
Waga-8/10 kan qabu ta’ee hojii bizinasii irratti kallattiin muxxannoo wag.3 fi isa olkan qabu
Economics, Management
Bus. Adm., Marketing Agri. Business , Sociology ICT and Computer Science
2
3
TOR qorannoo qopheessuun mirkaneessisuu
Saamuda gahaa fudhachuun qorannoo gaggeessuu
Bu’aa qorannoo irratti marii gaggeessuun mirkaneessuu
Bu’aa qorannoo mirkanaa’e irratti hubannoo uumuu
Ofiisara Dagaagina Bizinasii
M.A/SC
B.A/SC
Waga-6/8 kan qabu ta’ee hojii bizinasii irratti kallattiin muxxannoo kan qabu
Economics, Management
Bus. Adm., Marketing Agri. Business , Sociology ICT and Computer Science
1
Lak
Hojiwwaan Gurguddoo
Tarreeffama Hojii
Waamama Gita Hojii
Sadarkaa Barumsa
Muuxannoo
Gosa Barumsa
Baayy’ina
Karooraa fi Gabaasa qindeessun Dhiyeessu
Karooraa fi gabaasa Dh. MM fi mana hojii AT Xiinxalamee dhiyaateef ni qindeessa
Dokumentii karooraa fi gabaasaa qopheessee qaama ilaallatu hundaaf ni erga
Waltajjii gamaaggama raawwii karooraa sadarkaa AT tti gaggeeffamu ni mijeessa ,qabxii marii /gamaggamaa qopheessee hogganaadhaaf ni dhiyeessa
Gamaaggama raawwii karooraa irratti kallattii kenname qindeessee duub-deebii erga
Power point ni qopheessa ,gamaggama raawwii hojii waajira prezidantii irrati hirmaachuun kallattii kennamu ni qindeessa
Hojii dabalataa hogganaa ol’aanaan kennamu ni raawwata.
Ofiisara ol’aanaa qindeessaa,dhiyeessaa fi dub-deebii karooraa fi gabaasaa
M.A/SC
B.A/SC
Waga-8/10 kan qabu
ta’ee hojii qophii karooraa irratti kallattiin wag. 3 fi isa ol kan hojjate
Economics, Management, stat. Bussines Management,Public Adm. Kan walfakkatu
1
Karoora ,Gabaasaa fi Baajata mana hojichaa qopheessa
Kallattii karooraa BMMDO irraa kennamu bu’ura godhachuun karoorri yeroodhaan akka qophaa’u deggarsa ogummaa ni kenna.
Karoora baajata mana hojii AT ni qophessa.
Raawwii karooraa mana hojichaa ni hordofa , ni gamaaggama
Raga bu’uraa walitti qabuu ,xinxaluu fi qindeessuu
Gabaasa mana hojii ni xiinxala,ni qindeessa ofiisara ol’aanaadhaaf ni dhiyeessa.
Hojii dabalataa hogganaa dhiyootiin kennamu ni raawwata
Ofiisara karooraa fi gabaasaa
M.A/SC
B.A/SC
Waga-6/8 kan qabu
ta’ee hojii qophii karooraa irratti kallattiin kan hojjate
Economics, Management, stat.
Bussines Management,Public Adm. Kan walfakkatu
1
Dostları ilə paylaş: