3.12.Madaallii adeemsota moofaa fi haaraa (As is Vs To be)
Figure Madaallii Daarektoreetii Hojii Ijoo Hordoffii, To’annoo, Deeggarsaa fi Gamaaggama Raawwii Karoora dhaabbolee Misoomaa
Lak
|
Yaa’insa hojii
|
Yeroo itti raawwatamu
|
%Jijjiiramaa
|
Steepii
|
%jijjiiramaa
|
Dura
|
Haaraa
|
Dura
|
Haaraa
|
|
1
|
Sirna Oggansa kaampaanii diriirsuun Humna raawwachiisummaa
oggansa Dh/Misoomaa Cimsuu
|
|
|
|
|
|
|
1.1
|
Imaammata Dh/Misooma MNO Baasanii Hojii irra Oolchuu
|
Haaraa
|
55
|
|
Haaraa
|
4
|
|
1.2.
|
Dambii hundeeffama dhaabbolee misoomaa Labsii 163/2003 wajjin wal simsiisuun qopheessuu
|
*****
|
17
|
|
****
|
4
|
|
1.3
|
Qajeelfamoota adda-addaa baasuu
|
*****
|
25
|
|
|
4
|
|
1.4
|
Hojii deeggarsaa fi Ijaarsa dandeettii oggansa dhaabbolee misoomaa
|
34
|
58
|
|
55
|
12
|
|
1.5
|
Sirna walitti hidhamiinsa, qindoominaa fi waldeeggaruu uumuu
|
Haaraa
|
109
|
|
Haaraa
|
10
|
|
2
|
Abbaa Qabeenyummaa Mootummaa kabachiisuu
|
***
|
30
|
|
****
|
4
|
|
3
|
Qophii karooraa
|
39
|
21
|
|
23
|
15
|
|
4
|
Sirna deeggarsa, Hordoffii fi gamaggama raawwii karooraa fi duub-deebii diriirsuu.
|
32
|
40
|
|
39
|
6
|
|
Table Madaallii Daarektoreetii Hojii Ijoo Qo’annoo, Qorannoo fi Dagaagina Bizinasii
lak
|
Yaa’insa hojii
|
Yeroo itti raawwatamu
|
% Jijjiramaa
|
Steepii
|
% Jijjiramaa
|
Dura
|
Haaraa
|
Dura
|
Haaraa
|
|
1
|
Hudhaalee guddina dinagdee sektaraan adda baasuun tartiiba barbaachisummaa isaatiin kaa’uu fi Karoora Hojii Qorannoo fi Qo’annoo qopheessuu
|
Haaraa
|
|
|
|
|
|
2
|
Hojii Qorannoo fi Qo’annoo gaggeessuu
|
|
10
|
|
|
6
|
Haaraa
|
2.1
|
Qorannoo fi Qo’annoo qaawwa misoomaa fi gabaa gaggeessu
|
|
60
|
|
|
8
|
Haaraa
|
2.2
|
Dhaabbolee/pirojaktoota /haaraa hundeessuu
|
|
30
|
|
|
6
|
Haaraa
|
2.3
|
Qorannoo Babal’ina pirojaktoota dhaabbolee misoomaa
|
|
35
|
|
|
9
|
Haaraa
|
2.4
|
Pirojaktoota /dhaabbolee adda baasuu/ haaraa hundeessuu
|
|
45
|
|
|
6
|
Haaraa
|
2.5
|
Qorannoo muuxannoo gaarii gaggeessuu
|
|
90
|
|
|
12
|
Haaraa
|
2.6
|
Qorannoo haala hojmaataa fi sadarkaa dhaabbolee gaggeessuu
|
|
50
|
|
|
8
|
Haaraa
|
2.7
|
Qorannoo fi Qo’annoo Dagaagina Bizinasii gaggeessuu
|
|
32
|
|
|
10
|
|
Madaaliin adeemsa moofaa fi haaraa akkaataa gabatee armaan olii irratti kaa’ameen yeroo hojichi fudhatu irraatti hundaa’uun madaaluun yaalameera. Gama biraatiin gurmaa’insa hojii, kenna tajaajilaa fi hojimaataan yoo madaalamu immoo gabatee armaan gadii keessaatti kaa’ameera.
Table Madaallii Adeemsa Moofaa fi Haaraa Gurmaa'insa, Kenna Tajaajilaa fi Hojimaataatiin
Lakk
|
Dhimmoota Jijjiramni Irratti Raawwate
|
Adeemsa Moofaa (Old Process)
|
Adeemsa Haaraa (New Process)
|
1
|
Gurmaa’insa Hojii fi tajaajila kennamuun itti quufinsa maamilaa
|
Hojiin too’annoo fi hordoffii adeemsota sadii keessaa faffaca’ee ture
|
Hojiin bakka tokkotti jalqabaa hanga dhumaatti haala raawwachuu dandeessisuun gurmaa’eera
|
Tajaajila saffinaan kennuu hin dandeessisu
|
Tajaajila saffinaan kennuu haala dandeessisuun gurmaa’eera
|
Qulqulinaan tajaajila kennuu hindandeessisu (irra deebbiin ni heddummata)
|
Qulqulinaan tajaajila kennuu nidandeessisa (irra deebbiin ni xiqqeessa)
|
Qabeenya gahumsaanii fi qusannoo fayyadamuu hin dandeessisu (inefficient)
|
Qabeenya gahumsaanii (Efficiently) fi qusannoo fayyadamuu ni dandeessisa
|
Baasii guddaaf saaxilaa
|
Baasii ni xiqqeessa
|
Tajaajila kennamu irratti ittiquufiinsi maamilaa xiqqaa ture
|
Tajaajila kennamu irratti itti quufinsa maamilaa ni guddisa
|
2
|
Hojimaataa hojii ittiin gaggeeffamu
|
Hojiin satandaardiin itti hojjetamu hin beekamu
|
Hojiin satandaardiin itti hojjetamu ifatti kaa’ameera
|
Hojii safaranii walitti kennanii fudhachuu hin dandeessisu
|
Hojii safaranii walitti kennanii fudhachuu ni danda’ama
|
Ogeessonni/raawwattoonni hojii kallaattiin isaan ilaallatu irratti aangoo murteessuummaa hin qaban
|
Ogeessonni/raawwattoonni hojii kallaattiin isaan ilaallatu irratti aangoo murteessuummaa ni qabaatu
|
Maanuwaaliin hojii aangoo fi itti gaafatamummaa ifatti kaa’e hin turre
|
Maanuwaaliin hojii aangoo fi itti gaafatamummaa ifatti kaa’e jiraachuun rawwii hojii ni salphisa
| -
Dostları ilə paylaş: |