Caaseffama Adeemsa hojii haaraa kaa’uu
səhifə 15/16 tarix 01.11.2017 ölçüsü 0,62 Mb. #26235
Caaseffama Adeemsa hojii haaraa kaa’uu
Fedhii ykn tajaajila maamilaa kan giddugaleessa godhate
Baasii daran xiqeessuu danda’uu isaa
Jijjiirama bu’uraa fiduu Danda’uu isaa
Wal-simnsa ergamaa fi mul’ata mana hojii waliin qaban ilaaluun
Irra dedeebii hambisiisuu fi t ajaajila si’aayina qabu bakka tokkotti kenuu dandeessisuu
Yaa’insa hojiitiin (Process based) ta’uu
Itti gaafatamummaa diriirssuu
Galma gahiinsa kaayyoo adeemsaalee fi mana hojichaa
Yeroo qusachuu fi baasii xiqqeessuu
To’annoof mijawaa ta’uu ( Manageable)
Kayyoo hiixataa kan galmaan ga’u ta’ee kana irraati hunda’uun fila
Gurmaa’insa Adeemsa Haaraa
Akkaataa feedhii maamiltootaa adda bahee , hanqinaalee sakatta’iinsa adeemsaalee moofaa fi mul’ataa fi Ergama adeemsa haaraa taa’een, akkasumas ka’umsaalee ijoo kutaa 3.13.1 jalatti lakkoofsa 1-11 tarreeffaman bu’ureeffachuudhaan gurmaa'insi adeemsa haaraa adeemsaalee Ijoo (Core process) lamaa fi Adeemsoolee deegarsaa duraan turaniin sadrkaa Daarktooreetitti akka caaseffamu ta’ee jira. Haaluma kanaan
Table . Gurmaa’insa Humna Namaa Mana Hojii ATTDhMMNO akkaataa qorannoo JBAH tiin
Lakk
Waamama Gita Hojii
Baay’ina humna nama
1
Waajjira Daarektara Ol’aanaa
1.1
Daarektara Ol’aanaa
1
1.2
Eksikiyuutiiv Sekireetarii III
1
1.3
Ofiisara Dhimma Koorniyaa Idileessuu VII
1
1.4
Ofiisara Ol’aanaa Dhimma Seeraa
2
1.5
Ofiisara Olaanaa Dhimmaa Boordii
1
1.6
Odiitara Ol’aanaa
1
1.7
Odiitara keessa
2
1.8
Ofiisara Dhimma HIV/AIDS
1
1.9
Qondaala Hordoffii Dagaagina Naamusaa VIII
1
1.11
Ofisara ol’aanaa Qindeessaa,Dhiyeessaa fi Dub –Deebi Karooraa fi Gabaasaa
1
1.12
Ofisara Karooraa fi Gabaasaa VIII
1
IDA’AMA
13
Lakk
Waamama Gita Hojii
Ba/ H/ Namaa
2
Daarektoreetii Hojii Dhimmoota Komunikeeshinii
2.1
Daarektara Daarektoreetii
1
2.2
Ofiisara Ol’aanaa Odeeffannoo fi Komunikeeshinii
1
2.3
Ofiisara Odeeffannoo fi Komunikeeshinii VIII
1
2.4
Ofiisara Suur-sagalee VII
1
2.5
Haala Mijeessuu fi Dookumanteeshinii VI
1
2.6
Qindeessaa ICT fi bulchaa ‘Data base& programmer’
1
Ida’ama
6
Lakk
Waamama Gita Hojii
Ba/ H/ Namaa
3
Daarektoreetii Hojii Bulchiinsa Qabeenya Humna Namaa
3.1
Daarektara Daarektoreetii
1
3.2
Ofiisara Hojii Bulchiinsa Qabeenya Humna Namaa
1
3.3
Qindeessaa Hojii Rikoordii fi Kuusaa
1
3.4
Ofiisara Hojii Rikoordii fi Kuusaa
1
3.5
Poostessaa
1
3.6
Qulqulleessituu
2
3.7
Ergamtuu
1
3.8
Waardiyyaa
2
Ida’ama
10
Lakk
Waamama Gita Hojii
Ba/ H/ Namaa
5
Daarektoreetii Hojii Bittaa, Bulchiinsa Faayinaansii fi Qabeenyaa
5.1
Daarektara Daarektoreetii
1
5.2
Ofiisara Hojii Herreegaa VIII
1
5.3
Ofiisara Hojii Herreegaa VI
1
5.4
Ofiisara Qorannoo Gabaa fi Bittaa
1
5.5
Qabaa/ duu Maallaqaa V
1
5.6
Qabaa/duu Harshammee IV
1
5.7
Ofiisara Hojii Bulchiinsa Qabeenyaa VI
1
5.8
Ofiisara Hojii Bulchiinsa Qabeenyaa V
1
5.9
Ofiisara dhimma konkolaachisaa fi suphaa VII
1
5.10
Konkolaachisaa V
1
5.11
Konkolaachisaa IV
3
Ida’ama
13
Lakk
Waamama Gita Hojii
Ba/ H/ Namaa
6
Daarektoreetii Hojii Ijoo Hordoffii ,To’annoo, Deeggarsa fi gamaggama raawwii karoora Dhaabbolee Misoomaa
6.1
I/A Daarektaraa Ol’aanaa fi Daarektara daarektoreetii
1
6.2
Eksikiyuutiiv Sekireetarii II
1
6.3
Ofiisara Ol’aana Hordoffi fi Gamaaggama raawwii karoorra Dh.M. Qonnaa
1
6.4
Ofiisara Hordoffi fi Gamaaggama raawwii karoorra Dh.M. Qonnaa
1
6.5
Gargaaraa Ofiisara Hordoffi fi Gamaaggama raawwii karoorraa Dh.M. Qonnaa
1
6.6
Ofiisara Ol’aana Hordoffi fi Gamaaggama raawwii karoorra Dh.M. Ijaarsaa
1
6.7
Ofiisara Hordoffi fi Gamaaggama raawwii karoorra Dh.M. Ijaarsaa
1
6.8
Gargaaraa Ofiisara Hordoffi fi Gamaaggama raawwii karoorraa Dh.M. Ijaarsaa
1
6.9
Ofiisara Ol’aanaa Faayinaansii fi Bulchiinsa Fundii Dhaabbolee Misoomaa
2
6.10
Ofiisara Faayinaansii fi Bulchiinsa Fundii Dhaabbolee Misoomaa
2
6.11
Ofiisara Ol’aanaa Ijaarsaa Dandeettii Dh.MM fi Mana hojii ATTDhMM
1
6.12
Ofiisara Ijaarsaa Dandeettii Dh.MM fi Mana hojii ATTDhMM
1
6.13
Ofiisara Ol’aanaa Sirna Fooyya’insa Hojimaataa Dh.MM fi Mana hojii ATTDhMM
1
6.14
Ofiisara Sirna Fooyya’insa Hojimaataa Dh.MM fi Mana hojii ATTDhMM
1
IDA’AMA
16
Lakk.
Waamama Gita Hojii
Ba/ H/ Namaa
8
Daareektoreetii Hojii Ijoo Qorannoo, Qo’annoo fi Dagaagina Bizinasii
8.1
Daarektara Daareektoreetii
1
8.2
Eksikiyuutiiv Sekireetarii II
1
8.3
Ofiisara ol’aanaa Qorannoo fi Qo’annoo
2
8.4
Ofiisara Qorannoo fi Qo’annoo
2
8.5
Ofiisara jalqabaa Qorannoo fi Qo’annoo
2
8.6
Ofiisara ol’aanaa Dagaagina Bizinasii
2
8.7
Ofiisara Dagaagina Bizinasii
1
Ida’ama
1 1
Waliigala humna namaa ATTDhMMNO
69
Pirezidaantii Bul.MNO
Maapii CAASEFFAMAA HAARAA ATTDh.MMO
Daarektara Ol’aanaa
Ofiisaroota Dhimma seeraa
Daarektoreetii Hojii Dhimmoota Komunikeeshinii
Ofisaraota Dhimmoota Sektara Hedduu /Koorniya, Farra malamaltuma fi HIV/ AIDS
Daarektoreetii Hojii Bittaa fi Bulchiinsa Faayinaansi
Qindeessitoota Karoora, gabaasaa fi duubdeebii
Daarektoreetii Hojii Bulchinsa Qabeenya Namaa
Ofiisara Olaanaa Dhimma Boordii
Ogeessota odiitii keessaa
Daarektoreetii Hojii Ijoo Hordoffii, To’annoo, Deggarsaa fi Gamaggama Raawwii Karoora Dh.M
Daarektoreetii Hojii ijoo Qo’annoo fi Dagaagina Biizinesii
Ofisaroota Ijaarsa Dandeetti fi Sirna Fooyya’insa hojimaataa Dh. MM fi Mana Hojii ATTDh.MM
Ofisaroota Faayinaansii fi Bulchiinsa Fundii Dh. MM
Ofisaroota Hordoffi fi Gamaggama Raawwii Karoora Dh.M Ijaarsaa
Ofisaroota Hordoffi fi Gamaggama Raawwii Karoora Dh.M Qonnaa
Dostları ilə paylaş: