Maamiltootaa, Dhimmamtootaa fi Deegartoota Adeemsaalee ) -
Maamiltootaa
-
DhMMN Oromiyaa
-
Boordii Dh/Misoomaa
-
Hojjattoota mana hojichaa
-
Dhimmamtoota
-
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa
-
Hawaasa/ Uummata
-
Waajjira Caffee Mootummaa Naannoo Oromiyaa
-
Biiroo Maalaqaa fi Misooma Dinagdee Oromiyaa
-
Biiroo Siivil Sarviisii fi Bulchinsa Gaarii Oromiyaa
-
Biiroo Qabeenya Bishaan, Albudaa fi Inarjii Oromiya
-
Abbaa Taayitaa Daandiiwwan Oromiyaa
-
Biiroo Bulchiinsa Lafaa fi Eegumsa Naannoo Oromiyaa
-
Biiroo Qonna Oromiyaa
-
Biiroo Eegumsa Fayyaa Oromiyaa
-
Biiroo Daldalaa fi Misooma Gabaa Oromiyaa
-
Biiroo Galiwwan Oromiyaa
-
Biiroo Aadaa fi Turiziimii Oromiyaa
-
Koom/ Bar/ L/ Teekinikaa fi Ogummaa Oromiyaa
-
Koomishinii Misooma Naannoo Horsiisee Bulaa Oromiyaa
-
Ejensii Babal’ina Waldoota Hojii Gamtaa Oromiyaa
-
Institiyuutii Qorannoo Qonna Oromiyaa
-
Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa’imman Oromiyaa,
-
Biiroo Dhimma Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa,
-
Ejennsii Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa Oromiyaa
-
Minsteera Qabeenya Bishaanii fi Inarji Feedrala
-
Ministeera Qonnaa Federalaa
-
Korporeeshinii Shukkaaraa Federaalaa
-
Ministeera Barnootaa Federaalaa
-
Bulchiinsawwan Mootummaa Naannolee olla
-
Waldaa hojjettootaa Dhaabbolee Misoomaa
-
Odiitaroota alaa
-
Deegartootaa
-
EPTDhMMF
-
Baankii WHG Oromiyaa
-
Baankiiwwan Mootummaa
-
Baankiiwwan Dhunffaa
-
WALQO, Dhaabbolee Leenjii adda addaa fi Dh/ Miti Mootummaa Dh/ M/ Waliin Hojjechuuf Fedhii qaban
Table . Fedhii, Rakkoo fi Hawwii Maamiilaa
Dhimmamtoota
|
Fedhii
|
Rakkoo
|
Waan eegamu (Expeted out put)
|
Mootummaa Naannoo Oromiyaa
|
Humna raawwachiisummaa DhM cimsuun guddina diinagdee keessatti gumaachi isaanii dabalaa akka deemuu taasisuu
|
Dhaabboleen misoomaa karoora tarsiimaa qopheeffatanii ittiin ogganamuu dhabuu
|
Humna gahumsaan to’achuu, hordofuu fi deeggarsa tarsimmaa’aa kennuun dhaabbolee misoomaa gaggeessee dorgomtoota taasisuu danda’u umamuu
|
DhM gahumsa qabaatanii galma gahiinsa KGT keesstti gahee ol’aanaa isaanirraa eegamu akka bahan dandeessisuu
|
Sirna gahumsa DhM fooyyessu diriisuu dhabuu, Too’annoo, hordoffii fi deeggarsa tarsiimaa ittifufiinsaa kennamuu dhabuu,
|
Sirna gahumsa Dhaabboolee misoomaa fooyyeesuu diriirsuu fi Too’annoo, hordoffii fi deegarsaa tarsima’aa itti fufinsa qabu keenuun dhaabboleen misoma Mootummaa galma gahiinsa KGTWS keessatti gahee olaanaa gahuumsaan akka bahan dandeessisuu
|
Buclhiinsi gaarii DhM keessaa mirkanaa’ee hojimaatni kiraa sassaabudummaa ulaa banu akka cufamu
|
Bulchiinsi gaariin mirkanaa’uu dhabuu
|
Sirna Oggansa hammay’ee fi Bulchinsaa gaarii diriirsuu
|
Hojimaatni badaan kiraa sassaabdummaaf ulaa banan dhabamuu dhabuu
|
Bulchiinsii fi itti fayyadamni qabeenyaa DhM seera qabeessaa fi qusannoo gidduu galeessaa akka godhatu taasisuu
|
Bulchiinsaa fi itti fayyadamni qabeenyaa seera qabeessa ta’uu dhabuu fi kisaasmni kan jiru ta’uu
|
Sirni Bulchinsaa fi ittifayyadama qabeenya dhaabbolee misoomaa qusannoon faayidaa olaanaaf olichuu dandeesisuu driirsuu
|
|
DhM bu’aa qabeessa ta’anii bu’aa qulqulluu argatani irraa misoomaa nannootiif akka gumaachan taasisuu
|
DhM karoora bizinasii (business plan) tiin hogganamuu dhabuudhan haala barbaadamuun bu’aa argachaa kan hin jirre ta’uu
|
Karoora bizinasii (business plan) qopheeffatanii akka ittiin hogganaman deegarsa, too’annoo fi hordoffii gahumsaan tasisudhaan DhM bu’a akka argatan dandeessisuu
|
Dhimmamtoota
|
Fedhii
|
Rakkoo
|
Waan eegamu (Expeted out put)
|
|
Gabaa omisha qonnaa ammayyeessuun tasgabbiin gabaa mirkanaa’ee omishtoonni, daldaltoonnii fi fayyadamtoonni gahumsaan akka fayyadaman taasisuu
|
Gabaan omisha qonnaa ammayyaa’uu dhabuudhaan qonnan bultoonnii, daldaltoonnii fi fayyadamtoonni haala barbaadamuun irraa fayyadamuu dhabuu
|
Sirni gabaa ammayyaa oomisha qonnaa saffisuun misooma qonnaa itti fufiinsaan dhugoomsuu danda’u driirrsuu
|
|
Dh/M ilaalchisee odeeffannoo qulqullina qabu yeroo isaa eeggate akka dhiyaatu
|
Gabaasni raawwii karooraa haala sagantaa ka’ameen dhiyaachu dhabu
|
Murteewwaani fi duub deebbiin kennaman
|
Boordiwwan Dh/Misoomaa
|
Sirni gaggeessumma daangaa ittigaafatamummaa ifaatti kaa’ee jiraachuu fi ittiinis fayyadamuu
|
Sirni gaggeessumma daangaa ittigaafatamummaa ifaatti kaa’ee kan hin jirre ta’uu
|
Sirna gaggeessumma ifa ta’e diririsuu
|
Humni gaggeessummaa isaanii akka cimuu deeggersa barbaadu
|
Hubannoon oggansa korporeetii (corporate governance) irratti jiru guutuu ta’u dhabu.
|
Oggansa korporeetii (Corporate governance) irratti sirna itti fufiinsaan leenjii kennamu diriirsuu
|
Madaalii raawwii karoora bu’aa irraatti xiyyeeffate gaggeeffamee onnachiiftuun miseensota boordii fi hojii gaggeesitoota DhM yeroo akka murtaa’u
Qajeelfamootaa fi danbiwwaan gahee isaanii gahumsaan bahu dandeessisuu argachu
|
Sirni madaallii raawwii karooraa onnachiiftuun bordii fi hojii gaggeessitoota DhM ittiin murtaa’uu kan hin jirre waan ta’eef boordiiwwan DhM jidduu dorgommiin jiru laafaa ta’uu
|
Sirna onnachiiftuun boordii fi hoji gaggeessitoota DhM madaallii raawwii karooraa irratti hundaa’ee ittiin mirkana’u diriirsuun miseensotni boordii miira dorgommiitiin akka hojjetan taasisuu
|
Dhaabboolee Misooma Mootummaa
|
Deeggarsa fi hordoffii gahumsaan argatanii humni raawii karooraa cimaa gabaa keessaatti dorgomtoota ta’uu
|
Rakkoolee sochii hojii keessatti qunnaman hikudhaaf haala tarsima’aa ta’een deeggersa kennu dhabu
|
Sirnaa fi deegarsa gahumsa dhaabbolee misoomaa cimsuu
|
Uumata/ Fayyadamtoota/
|
Tajaajila gahumsaan fi itti fufiinsaan argachuu
|
Tajaajila gahumsaa fi itti fufiinsaan kennuu irratti hanqinni kan jiru ta’uu
|
Tajaajjila gahumsaa qabuu fi bu’aa misoomaa fufiinsa qabu argachuu mirkaneessuu
|
Ragaalee Muuxannoo Gaarii qindeessuu fi filachuu
Kutaa kana keessatti muuxannoo hojii EPTDhMMF tiin Oggansa dhaabbolee misooma mootummaa irratti jiru,ilaaluuf yaalamee jira Ejensiin Piraayiveetaayzeeshiinii fi To’annoo Dhaabbolee Misooma Mootummaa Feedreelaa, qaama gama tokkoon hojii dhaabbolee Misooma mootummaa gara dhuunffaatti naanneesuu fi gama biraatiin immoo dhaabbolee misooma mootummaa to’atu, bulchuu fi ogganuu dha. Kana malees EPTDhMMF Qorannoo JBAH gaggeessuun yeroo yaalii xumuruun hojii qabatamaa keessa kan galeedha. Kana irraa ka’uudhaan Gurmaa’insa,Hojimaataa fi Raawwii hojii Ejensichaa irratti odeeffannoo fi dookumentii adda addaa eega ilaallee booda Caaseffama Ejensichaa keessatti haala Gurmaa’insa Daarektoreetii Hoggansa Dhaabbolee Misoomaa akka muuxannoo gaariitti fudhachuun hubannoon ‘’Bench-marking’’irraa argame haala armaan gadiitti dhiyaatee jira.
Gurmaa’insa Adeemsa Ijoo AbbaaTaaytaa Qorannoo JBAH Dura ture fi EPTDhMMF
lakk
|
Qabxii
|
Abba Taaytaa Too’annoo Dh.MMO
|
EPTDhMMF irraa muuxannoo argame
|
1
|
Gurmaa’insa Adeemsa Ijoo
|
Gurmaa’insi:
-
Ogeessota D/ H/ T fi G/ R/Karoora Dh.Misoomaa
-
Ogeessota Faaynaansii fi Odiitii Dh.Misoomaa
-
Ogeessa Dhimma Hoggansa Boordii Dh.Misoomaa
Adeemsaalee adda addaa jala kan ture fi deggarsaa fi hordoffii Dh.MM tiif taasifamu qindoomina hiqabu
|
Gurmaa’insi :
-
Ogeessota karooraa fi raawwii Dh.Misooma
-
Ogeessota Faaynaansii fi Bul.Fandii Dh.Misoomaa
-
Ogeessota Dhimma Hoggansa Boordii Dh.Misoomaa
Daarektoreetii Tokko jalatti /Daarektoreetii Hoggansa Dh.MM/ gurmaa’anii qindoominaan dhaabbolee misoomaa tiif deeggarsaa fi hordoffii taasisaa jiru
|
Gama biraatiin gurmaa’insi ijaarsa dandeettii EPTDhMMF sadarkaa Daarektoreetiitti yoo ta’u haala qabatamaa mana hojii AT tiin sadarkaa Gareetti gurmaa’ee Itti waamama isaa Daarektoreetii hojii Ijoo D/ H/ T fi G/ R/Karoora Dh.Misoomaa akka ta’u taasifamee jira.
Dostları ilə paylaş: |