Goobanaa fayyisaa axinaafuu damissee nigaatuu balaachoo



Yüklə 0,62 Mb.
səhifə7/16
tarix01.11.2017
ölçüsü0,62 Mb.
#26235
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   ...   16





    1. Garaagarummaa raawwii jiru adda baasuu (fedhiiwwan maamiltootaa fi dhimmamtootaa, raawwii mana hojichaa, fi garaagarummaa raawwii


Table Garaagarummaa feedhii Maamilaa fi Raaawwi Mana Hojichaa

Lakk

Hojii Gurguddoo

Fedhii Maamilaa

Hojii amma hojjetamaa jiru

Garaagarummaa

1

Qorannoo gaggeessuu

Qaawwa misoomaa (gabaa) adda ba’ee yeroo gabaabaa keessaatti beekamee akka irratti hojjetamu

Hin raawwatamne

Hhojii xiyyeeffannaan itti kennamuu qabu osoo ta’ee jiruu hin hojjatamne (guddaa)

2

Karoora qopheessuu

Karoorri gahumsaan yeroon qophaa’ee akka mirkanaa’u

Qophii fi mirkaneessi karooraa yeroo dheeraa fudhata

Giddugaleessa

3

Deeggarsa, Hordoffii fi Gamaggama Raawwii Hojii fi dub deebii

Jalqaba Ji’aa fi kurmaanaa rawwii karooraa darbeetti aanee jiruun akka raawwatamu

Deeggarsi, Hordoffii fi gamagammni taasifame baay’ee xiqqaa fi harkifataadha.

Guddaa

4

Deeggarsa, to’annoo fi hordoffii raawwii bulchiinsaa fi itti fayyadama faayinaansii fi qabeenyaa

Jalqaba ji’a kurmaanaan akka raawwatamu

Jalqabbiin jiraatullee akkaataa maamilli fedhuun raawwatamaa hin jiru

Giddugaleessa

5

Ijaarsa dandeettii dhaabbolee misoomaa

Hanqinaaleen dandeettii rawwachiissummaa qoratamee yeroo yeroon ijaarsi dandeettii akka raawwatamu

Jalqabbiin jiraatullee akkaataa fedhii jiruun raawwatamaa hin jiru

Guddaa

6

Hojii riifoormii gaggeessuu

Hojiin riifoormii hojjetamee hojiirra oolee bu’aan isaa akka madaalamu

Jalqabbii irra kan jiru ta’uu

Jiddugaleessa

7

Walquunnamtiin fayyadamtootaa fi dhimmamtootaa (key stakeholders) cimsuu

Foramiin dhimmamtootaa fi fayyadamtootaa humdaa’ee yeroo yeroo rakoowwan hojiirratti quunnaman hiikaa deemuu isaa

Jalqabbiin jiraatullee akkaataa fedhii jiruun raawwatamaa hin jiru

Guddaa

8

Sirna bulchiinsa fandii misoomaa fi industria

Hanqina qabeenyaa qaawwa gabaa fi misoomaa irratti quunnamaniif yeroon qophiin akka taasifamu

Jalqabbii irra kan jiru ta’uu

Guddaa


    1. Walquunnamtiiwwan (interfaces) keessaa fi alaa fi dhimma irratti wal quunnaman adda baasuu


Table Quunnamtii (interface) keessaa fi alaa fi Dhimmoota irratti walquunnaman

Ad/ Hojii

Wal quunnamtii Keessaa fi Alaa

Dhimmoota irratti walquunnaman

Adeemsa Hojii Qorannoo, Karoora, Hordoff fi Gamaggama Raawwii Hojii Dhaabbolee Misoomaa

Wal quunnamtii Keessaa

Manajimantii mana hojichaa

Karoora hojii , Gabaasa raawwii hojii fi Bu’aa hordoffii fi gamaggama raawwii hojii Dh/Misoomaa

Ad.H.Qo’annoo fi Ij. Dandeettii DhM

Karoora qopheessuu fi raawwii karooraa hordofuu fi gamaggamuu

Ad.H.Odiitii fi Fay. DhM

Ad.H.Dh.Koomunikeeshinii

karooraa fi raawwii hojii beeksisuu

Ad.H.Kar.Bittaa fi Bul. Fay.

Deeggarsa faayinaansii fi loojistikii

Ad.H.Qab. Bul. Humna Namaa

Wal quunnamtii Alaa

Boordii Dh/ M fi Dh/Misoomaa

Raawwii Karoora Dhaabbolee Misoomaa

Abbootii hojii (clients)

Fayyadamtoota (seektaroota)

Ummata

Adeemsa Hojii Qo’annoo fi Ijaarsa Dandeettii Dhaabbolee Misoomaa

Wal quunnamtii Keessaa

Manajimantii mana hojichaa

Karooraa fi gabaasa raawwii hojii Ijaarsa Dandeettii Dh/misoomaa

Ad.H.Qor.K.H.G.R.H.Dh.Misoomaa

Karoora qopheessuu fi raawwii karooraa hordofuu fi gamaggamuu

Ad.H.Odiitii fi Fay. DhM

Ad.H.Dh.Koomunikeeshinii

Karooraa fi Raawwii Hojii Beeksisuu

Ad.H.Kar.Bittaa fi Bul. Fay.

Deeggarsa Faayinaansii fi Loojistikii


Ad.H.Qab. Bul. Humna Namaa


Wal quunnamtii alaa

Boordii Dh/M fi Dh/Misoomaa

Humna raawwachiissummaa Dhaabbolee Misoomaa

BSSBG Oromiyaa

Riifoormii hojimaataa Dh/Misooma

Komishinii BLTO

Gahumsa ogummaa hojjettootaa mirkaneessuu

Dhaabbolee leenjii kennan

Leenjii humna raawwachiisummaa

Adeemsa Hojii Odiitii fi Faayinaansii Dhaabbolee Misoomaa

Wal quunnamtii keessaa

Manajimantii mana hojichaa

Raawwii Karoora faayinaansii

Ad.H.Qor.K.H.G.R.H.Dh.M

Karoora qopheessuu fi raawwii karooraa hordofuu fi gamaggamuu

Ad.H.Qo’annoo fi Ij. Dandeettii

Ad.H.Dh.Koomunikeeshinii

Karooraa fi Raawwii Hojii Beeksisuu

Ad.H.Kar.Bittaa fi Bul. Fay.

Deeggarsa faayinaansii fi loojistikii

Ad.H.Qab. Bul. Humna Namaa

Wal quunnamtii alaa

Boordii Dh/M fi Dh/Misoomaa

Karooraa fi raawwii karoora faayinaansii

Mana hojii Odiitii Muummichaa

Fayya qabeessummaa faayinaansii Dhaabbolee Misoomaa

Odiitroota alaa

BG Oromiyaa

Raawwii galii mootummaa fi sirna faayinaansii

BMMD Ormiyaa



    1. Yüklə 0,62 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   10   ...   16




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin