|
Mul’ata, Ergama fi Duudhaa Adeemsa hojii haaraa
|
səhifə | 12/16 | tarix | 01.11.2017 | ölçüsü | 0,62 Mb. | | #26235 |
| Ergama -
Dhaabbolee misooma mootummaa naannichaa itti fufiinsaan deeggaruu, hordofuu, to’achuu fi gamaggamuutiin oggansa ammayyaa’aa fi gahumsa qabu keennuu, dandeettii humna raawwachiisummaa isaanii cimsuun sadarkaa dorgomummaa fi bu’a qabeesummaa isaanii amansiisaa gochuu
-
Bakkeewwan qaawwa ykn hanqina gabaa fi misoomaa abbootiin qabeenyaa keessatti hirmaachuu hin dandeenye keessaatti qorannoo fi qo’annoo irraatti hundaa’uudhaan dhaabbolee haaraa hundeessuu fi akka babal’atan taasisuu
Mul’ata
Bara 2015tti Dhaabbolee Misooma Mootummaa gahumsaan dorgomaa ta’anii, hanqina gabaa fi misoomaa guutuu keessatti hirmaachaa guddina dinagdee ariifataa fi ittifufiinsa qabu mirkaneessuu keessatti gahee ol’aanaa qabanii fi beekamoo akka ta’an taasisuu.
Duudhaa
ATTDhMMNO duudhaawwan ykn sonawwan (values and operating principles) armaan gadii qaba
-
Amnataa balaaleffannaa kiraa sassaabdumma fi hojimaata badaa
-
Hawwii jijjiiramaa
-
Komitimantii hojii
-
Qulqullina hojii
-
Aantummaa ummataa
-
Al-logummaa
-
Iftoomina
-
Hirmaachisummaa
-
Amantaa hojii garee /team spirit
-
Amantaa wal-qixxummaa saalaa (gender equality)
-
Adeemsa hojii haaraa gurmeessuu
Figure . Yaa’insa hojii, Ijoo Hordoffii, To’annoo, Deggarsaa fi Gamaaggama Raawwii Karoora dhaabbolee Misoomaa
Laka
|
Hojii Hojjataman
|
Iddoo itti raawwatamu
|
Yeroo itt raawwatamu
|
Sadarkaa raawwii isaa
|
Kaayyoo hiixataa
|
Baasii
|
Qulqullina
|
Yeroo (guyaa)
|
Stepi
|
|
1
|
Sirna Oggansa kaampaanii driirsuun Humna raawwachiisummaa oggansa Dh/Misoomaa Cimsuu
|
Adeemsa
/ATT/
|
2005-2007
|
|
Gahumsa oggansaa
|
|
|
Oggansa tarsiima’aa ta’e kennuudhaan, dandeettiin human raawwachiisummaa Dhaabbolee misoomaa sadarkaa amansiisaa irra gahee, galma gahiinsa KGTMNO keessatti gumaacha olaanaa akka taasisan dandeessisuu
|
1.1
|
Imaammata Dh/Misooma MNO Baasanii Hojii irra Oolchuu
|
Adeemsa
/ATT
|
2005-2007
|
|
Sadarkaa isaa eeggatee
|
55
|
4
|
1.2.
|
Dambii hundeeffama dhaabbolee misoomaa Labsii 163/2003 wajjin wal simsiisuun qopheessuu
|
Adeemsa
/ATT/
|
2005-2007
|
|
Sadrkaa isaa eeggatee
|
17
|
4
|
1.3
|
Qajeelfamoota adda-addaa baasuu
|
Adeemsa
/ATT
|
2005-2007
|
|
Sadarkaa isaa eeggatee
|
25
|
4
|
1.4
|
Hojii deeggarsa fi Ijaarsa dandeettii oggansa dhaabbolee misoomaa
|
Adeemsa
/ATT/
|
2005-2007
|
|
Dandeetti raawwachiisummaa
|
58
|
12
|
1.5
|
Sirna walitti hidhamiinsa, qindoominaa fi waldeeggaru uumuu
|
Adeemsa
/ATT/
|
2005-2007
|
|
Haala hojii mijaawaa uumamee
|
109
|
10
|
2
|
Abbaa Qabeenyummaa Mootummaa kabachiisuu
|
Adeemsa
/ATT/
|
2005-2007
|
|
Faayida argamee
|
30
|
4
|
3
|
Qophii karooraa
|
Adeemsa
/ATT/
|
2005-2007
|
|
Ergama mana hojichaan walsimuu
|
21
|
15
|
4
|
Sirna deeggarsa, Hordoffii fi gamaggama raawwii karooraa fi duub- deebii diriirsuu.
|
Adeemsa
/ATT/
|
2005-2007
|
|
Yeroon raawwatamuu
|
40
|
6
|
|
Ida’ama
|
355
|
59
|
|
Figure . Yaa’insa hojii, Ijoo Qo’annoo, Qorannoo Fi Dagaagina Bizinasii DhaabboleeMisoomaa
Lak
|
Hojii Hojjataman
|
Iddoo itti raawwatamu
|
Yeroo itti raawwatamu
|
Sadarkaa raawwii isaa
|
Kaayyoo hiixataa
|
Basi
|
Qulqullina
|
Yeroo
(Guya)
|
Stepi
|
1
|
Hudhaalee guddina dinagdee seektaraan adda baasuun tartiiba barbaachisummaa isaatiin kaa’uu fi Karooraa Hojii Qorannoo fi Qo’annoo qopheessuu
|
Adeemsa/ATT)
|
2005 - 2007
|
|
Sadarkaa kan eege
|
10
|
6
|
Qo’annoo fi Qorannoo bu’aqabeessummaa dhaabbolee misoomaa fi qaawwa misoomaa guutan, guutumaan guutuutti xumuuruun galama gahiinsa KGTMNO keessatti gumaacha gahaa taasisuu
|
2
|
Hojii Qorannoo fi Qo’annoo gaggeessuu
|
Adeemsa/ATT
|
2005 - 2007
|
|
|
|
|
2.1
|
Qorannoo fi Qo’annoo qaawwa misoomaa fi gabaa gaggeessuu
|
Adeemsa/ATT
|
2005 - 2007
|
|
Qaawwa misoomaa gutame
|
60
|
8
|
2.2
|
Dhaabbolee/pirojaktootaa /haaraa hundeessuu
|
Adeemsa/ATT
|
2005 - 2007
|
|
|
30
|
6
|
2.3
|
Qorannoo Babal’ina pirojaktoota dhaabbolee misoomaa
|
Adeemsa/ATT
|
2005 - 2007
|
|
Bu’a qabeessummaa dhaabbolee
|
35
|
9
|
2.4
|
Pirojaktoota /dhaabbolee adda baasuu/ haaraa hundeessuu
|
Adeemsa/ATT
|
2005 - 2007
|
|
Galii argame
|
45
|
6
|
2.5
|
Qorannoo muuxannoo gaarii gaggeessuu
|
Adeemsa/ATT
|
2005 - 2007
|
|
Qaawwa raawachiisumma gutame
|
90
|
12
|
2.6
|
Qorannoo haalaa hojmaataa fi sadrkaa dhaabbolee gaggeessuu
|
Adeemsa/ATT
|
2005 - 2007
|
|
Sadrkaa dhaabbolee adda bahe
|
50
|
8
|
2.7
|
Qorannoo fi Qo’annoo Dagaagina Bizinasii gaggeessuu
|
Adeemsa/ATT
|
2005 - 2007
|
|
Odeeffannoo gahaa argame
|
32
|
10
|
-
Dostları ilə paylaş: |
|
|