Haala Godina Qellem Wallaggaa



Yüklə 1,78 Mb.
səhifə12/36
tarix10.01.2022
ölçüsü1,78 Mb.
#101804
1   ...   8   9   10   11   12   13   14   15   ...   36
2.3. Haala qooda fudhatootaa

Hojii rifoormii daldalaa fi gabaa lafa qabsiisun fayyadamummaa hawaasa daldalaa fi hawaasa bal’aa mirkaneessuun kan danda’amu qooda fudhatootni hundi gahee irraa eegamu yoo bahan qofaa akka ta’ee beekameedha .

Hojiin daldala seeran alaa to’achuu fi gabaa tasgabbeessuun koreewwan adda adda qajeelfama dhabbate jiru gahee isa beeke bahuu gaafata qooda fudhatootni kun qajeelfama, danbii fi labsiiwwan manneen hojii keenya irraatti hubaanno uum fin daldala seeran alaa miidha inni dinagde biyyaa irraatti fidu danda’an hubaachisuun akka isaan wajjira keenya waliin qinda’anii hojjetan taasisuu dadhabuun akka jiru hojii keenya bara kana keessatti ilaalameera. Haaluma kanan koreewwan adda adda ijaaramani jiraanis yeroo rakkoon uumamu waliitti qabamun darbe darbee kan mul’atu ta’ee idileen waltajjii qabatanii hojiicha qindoominan hoggaanuu dadhabuunis ni jira. Adeemsi kun seeraan alummaan akka babal’atu gochuu fi namni seeran ala daldaluunis seeraatti dhiyaate gaafatamu irraatti hanqinni bal’aan mul’ate jira. Kanaaf hanqinaalee armaan oliitti quname kana hojii keenya bara kanaa keessatti hojii xiyyeeffannoo barbaduudha.


Yüklə 1,78 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   8   9   10   11   12   13   14   15   ...   36




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin