Haala Godina Qellem Wallaggaa


Raawwii Hojiilee Gurguddoo Bara 2009



Yüklə 1,78 Mb.
səhifə13/36
tarix10.01.2022
ölçüsü1,78 Mb.
#101804
1   ...   9   10   11   12   13   14   15   16   ...   36
3. Raawwii Hojiilee Gurguddoo Bara 2009

Waajjira daldala fi Misooma Gabaa Godina Qellem Wallaggaa bifa haaraatiin erga gurmaa’ee booda hojiiwwan misooma daldala fi gabaa wal-qabatan adeemsa hojii ijootiin magaala fi baadiyaa keessaatti raawwachaQa turaniru.Haaluma kanaan rawwiin hojiiwwan gurguddoo bara 2009 keessatti gara daldalaa fi gabaan raawwatamaa turan kanneen armaan gadii ta’u.

Gama damee daldalaatiin sochii daldalaa akka babal'atuu fi ammayya’uu haala mijeessuun daldallii seera qabeessa ta’e akka dagaaguu hojii babal’isuu fi to’annoo raawwachu,galmeessa daldalaa heyyama haaraa kennuu fi haaromsuurratti xiyyeeffatee raawwacha tureera.

Haaluma kanaan bara 2009 hojiiwwan babalinaa fi seera qabeessummaa daldalaa ilaalchisee raawwataman akka armaan gaditi dhiyaateera.


1   ...   9   10   11   12   13   14   15   16   ...   36




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin