Haala Godina Qellem Wallaggaa


Gama Galmeessa,hayyamaa fi hammayyeessa



Yüklə 1,78 Mb.
səhifə14/36
tarix10.01.2022
ölçüsü1,78 Mb.
#101804
1   ...   10   11   12   13   14   15   16   17   ...   36
Gama Galmeessa,hayyamaa fi hammayyeessa hojii daldalaatiin sochii daldala akka babal’atuu fi ammayyaa’u haala mijeessu,daldallii seera qabessa ta’e akka dagaagu hojiin galmeessa daldalaa fi heyyama daldalaa haaraa kennuu fi haaromsuu irratti xiyyeeffannoo guddaadhaan hordoffii irratti geggeessuun karoorri guddina fi tiraansifoormeshinii akka bakka ga’u akkasumas deggersaa fi hordoffii hojii geggeessuun hojii bal’aan rawwatamaa tureera.

  • Galmeessaa daldalaa haaraa kennu bara 2009 karoori 1423 raawwii 1331 dhibbantaa waggaarraa 93.5 ta'a. Hayyama haara kennuu karoorri 2282 raawwii 2073 dhibbantaa raawwii waggaarraa irraa %90.8 yommuu ta'u, Heyyama daldalaa haaressuu karoorri 10,045 raawwii 9610 dhibbanta raawwii waggarra 95.7 kan raawwatame yeroo ta’u carra hojii dhaabbi karoorrii 388 raawwii 598 %100 ol ta'a. Akkasumas carraa hojii yeroo uumuu karoora 3464 raawwii 4293 %108.3 ta'a. Gaalii tajaajila irraa argame karoora Qar.1,443,750 raawwii 1,758,095 raawwii dhibbantaa waggarraa 122.6. Dabalataanis mana mare daldalaa jiran jajjabeessuu karoora 3 raawwii 3 %100 yommuu ta'u, Hojii hammayyeessa hojii daldalaatiinis Galmeessaa daldalaa off - line galchuu karoorri 2498 raawwii 4344 %130.2 , akkasumas, heyyama daldala off line galchuu karoorri 3802 raawwii 4692 dhibbeentaadhaan %100 ol ta'a. Leenjii Tajaajila Misooma Daldalaa, daldalaa 6'f kennuuf karoorfamee 4'f kennameera. kunis %66.66. Walumaagalatti karooraa fi raawwii armaan olii irraa yeroo ilaalamu hojii gaariin hojjetameera.


    Yüklə 1,78 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
  • 1   ...   10   11   12   13   14   15   16   17   ...   36




    Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
    rəhbərliyinə müraciət

    gir | qeydiyyatdan keç
        Ana səhifə


    yükləyin