Haala Godina Qellem Wallaggaa


To’annoo geggeeffame kanaan: -



Yüklə 1,78 Mb.
səhifə16/36
tarix10.01.2022
ölçüsü1,78 Mb.
#101804
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   ...   36
To’annoo geggeeffame kanaan: -

  • Seera qabeessa kan ta’e; -106,246

  • Seeraa ala kan ta’e: -7028;- Isaan kana keessaa daldaltoonni gara seeraatti dhufan: -3226 yeroo ta’u daldaltoonni 3802 seera alaa taa’nii kan jiran yoo ta’u tarkaanfiin seeraa fi bulchiinsaa yeroo garagaratti kan irratti fudhatamu ta’a.

  • Hojii daldalaa seera qabeessa fi iftoomina akka qabaatu taasisuuf safartuu fi madaallii bittaa fi gurgurtaan itti adeemsifamu sirrii ta’uu isaa mirkaneessuuf safartuu fi madalli 2600 ta’an sakatta’uuf karoorfamee 2310 ta’ani irratti sakatta’insii geggeefameera. Raawwiin isaas bara kana keessa 88.8% ta’a. Sakatta'iinsa geggeeffame kanaan safartuu fi madaalliin 2220 sirrii yeroo ta'an 80 akka suphamu yoo ta'u, safartuu fi madaalliin 10 hojii ala ta'ee jira.


Yüklə 1,78 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   ...   36




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin