Haala Godina Qellem Wallaggaa


Hojiilee Qindoominaan hojjetaman ilaalchisee



Yüklə 1,78 Mb.
səhifə17/36
tarix10.01.2022
ölçüsü1,78 Mb.
#101804
1   ...   13   14   15   16   17   18   19   20   ...   36
3.1. Hojiilee Qindoominaan hojjetaman ilaalchisee

Waajjirri Daldalaa fi Misooma Gabaa, ATGaliiwwanii fi ATGeejjibaa G/Q/Wallaggaa rifoormii daldalaa lafa qabsiisuudhaan daldala hammayyaa’aa ta’e diriirsuudhaan hawaasni fayyadamaa akka irraa ta’uuf akkasumas aadaan fedhii fi yeroon gibira kaffaluu akka dagaagu gochuuf hojii hubannoo uumuufi ilaalcha jijjiiruu irratti xiyyeeffatee hojii qindoominaa bal’aa hojjechaa jira.



karoora Guddinaa fi tiraanisfoormeeshinii milkeessuun walqabatee hojiiwwan akka sektera qindaa’oo kanaan raawwataman milkaa’inaafis ta’e kufaatii hojiiwwan sektaroota birootiif sababa ta’uun hubatamee raawwattoota Abbaa Taayitaa Galiiwwanii, Waajjira Daldala fi Misooma Gabaa fi Abbaa Taayitaa Geejjiba  Godina Qellam Wallaggaa bobbaasuun daldatootaa karaa seeraa qabeessaa fi seeraa alaa irratti to’annoon ulaa ulaa(door to door) gochuun adda baasuun barbaachisaa ta’ee argameera.To’annoon ulaa ulaa (Door to Door) kun Bulchiinsa Magaalaa D/Dolloo fi Aanaalee godina keenya 9 keessatti Guraandhala 20,2009 irraa kaasee hanga Bitootessaa 5,2009tti kan gaggeeffamee dha. Milkaa’ina hojii kanaaf Koree qindeessituu fi qaamolee nageenyaa duula hojichaaf deeggarsa akka kennan kallattiin kennameera Koreen komaand Post gabaasa sadarkaa godinaatti hundaa’eera


Yüklə 1,78 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   13   14   15   16   17   18   19   20   ...   36




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin