Haala Godina Qellem Wallaggaa



Yüklə 1,78 Mb.
səhifə18/36
tarix10.01.2022
ölçüsü1,78 Mb.
#101804
1   ...   14   15   16   17   18   19   20   21   ...   36
3.1.1 Hojiilee hojjetaman

T/L

Hojii Ijoo

Safar

Daldalaa

IMX

PLC

WHG

Daldala Karaa irraa

Ida'ama

1

Waliigala dhaabbata sakattaa'ame

Lakk

4958

1307

39

8

53

6365

2

Seera qabeessa kan ta'an

Lakk

3907

974

1

4

-

4935

3

Seeraan ala kan taa'an

Lakk

894

408

-

4

24

1430

4

Akeekkachiisi kan kennameef

Lakk

450

313

-

-

14

822

5

Kan saamsame

Lakk

440

149

-

4

-

608

6

Deebi'anii ulaagaa guutanii kan banaman

Lakk

48

55

-

4

-

107

3.1.2. Bu'aa Hojii Kanaan argame

  • Galiin guddaan mootummaaf akka galu taasisuu

  • Daldaltoonni seeraan alaa gara seeraatti dhufuu

  • Konkolaataa deddeebisaa uummataa, fe'umsaa fi baajaajiin hayyama baafachuudhaan gara seera qabeessummaatti dhufuu

  • IMX'n qaama seerummaa akka argatan taasisuu

  • Daldaltoonni gibira bu'aa daldalaa kaffaluu

  • Hayyamni adabbiidhaan akka haareffamu taasisuu

  • Hayyamni hojii daldalaa haaraan kennamuu

  • Daldaltoonni daandii cinatti seeraa ala daldalan kaasuudhaan hayyama baafatanii bakka seera qabeessa ta'etti akka daldalaniif hubannoon uumameera.

3.1.3. Sirna Tajaajila Odeeffannnoo Gabaa Hammayyaa’aa Diriirsuu Ilaalchisee

Akka WDMGGQ wallaggaatti adeemsi tajaajila odeeffannoo gabaa hojiilee bara 2009 keessa aanaalee 10 fi bulchiinsa magaalaa 1 waliin hojjechuuf karoorfate,raawwii fi harcaatii jiru karoora bara 2010’f galtee godhachuuf ciminaa fi hanqina jiru akka kanaa gadiitti xiinxallee jirra.



  • Odeeffannoo gabaa midhaanii fi horii dhaabbii 1056 sassaabnee qindeessuuf karoorfannee 962 , %91.09 raawwannee jirra.

  • Odeeffannoo gabaa midhaanii fi horii dhaabbii 1056 kuus daataa mana hojiitti galmeessuuf karoorfame 962, %91.09 raawwannee jirra.

  • Wiirtuu OG 3’n Biiroof kallattiin ragaa OG waggaatti yeroo 144 kennuuf karoorfannee yeroo 120, %83.3 raawatameera.

  • OG karaa mini midiyaatiin deebi’ee fayyadamtoota gabaa akka gahuuf waggatti yeroo 264 dabarsuuf karoorfannee yeroo 222, %84.09 raawatameera.

  • Xiinxala qulqullinaa fi itti quufiinsa OG waggaatti yeroo 2 gegeessuuf karoorfannee 2 %100 raawwatameera.

  • Maree fayyadamtoota gabaa 12,210 waliin geggeessuuf karoorfamee 11,595 (%94.9) waliin geggeeffamee jira.

Sababa raawwiin hojiilee tokko tokko irratti gad bu’eef :-

  • Aanaaleen hojii hunda walqixa itti xiyyeeffachuu dhabuu

  • Aanaan Sayyoo ji’a Fulbaanaati asitti hojii OG irratti humna namaa kan hin ramadnee fi hojii kanas kan dhaabe waan ta’eef;

  • Wiirtuun OG Machaaraa jalqaba waggaatti dafanii hojiitti galuu dhabuu

3.1.4. Sirna Gabaa fi To’annoo Qulqulliina Ooomishaa uumuu

Hojiilee Misooma Gabaa Midhaanii

  • Midhaan agadaa gosa adda addaa kuntaala 1,646,914 gabaatti dhiyeessuuf karoorfamee 1608532.5 gabaaf dhiyaateera.kunis raawwiin isaa % 97.66 ta'a.

  • Boqqolloo kar 1,375,960 raa 1317992 % 95.78 ta'a.

  • Bbishingaa karo 270,954 raaa 290540.5 % 107.22 ta'a.

  • Midhaan biilaa gosa adda addaa kuntaala 735,508 gabaatti dhiyeessuuf karoorfamee 645270.6 gabaaf dhiyaateera.kunis raawwiin isaa % 87.73 ta'a.

  • Xaafii kar 208,270 raa 182743.5 % 87.74 ta'a.

  • Garbuu kar 122875 raa 93135.5 % 75.79 ta'a.

  • Qamadiii kar 124,025 raa 98735 % 76.60 ta'a.

  • Daaguzaa kar 280,338 raa 253564.6 % 90.44 ta'a

  • Midhaan dheedhii gosa adda addaa kuntaala 266034 gabaatti dhiyeessuuf karoorfamee 243960.5 gabaaf dhiyaateera.kunis raawwiin isaa % 91.70 ta'a.

  • Baaqelaa kar 93585 raa 82998.5 % 88.68 ta'a.

  • Atara kar 95490 raa 92739.75 % 97.11 ta'a.

  • Boloqqee diimaa kar 53158 raa 56662 % 106.59 ta'a.

  • shumburaa kar 21001 raaw 9600.35 % 45.71

  • Ato aannanii karo 2800 raaw 1748.9 % 62.46

  • Midhaan dibataa ykn zayitaa gosa adda addaa kuntaala 46,619 gabaatti dhiyeessuuf karoorfamee 35871.3 gabaaf dhiyaateera.kunis raawwiin isaa % 76.94 ta'a.

  • saalixa gabaaf dhiyaate kar 18,020 raaw 4428.3 % 24.57 ta'a

  • saalixa ECXtti dhiyaate kar 16,230 raaw 4168.04 % 25.68 ta'a

  • Nuugii gabaaf dhiyaate kar 10236 raaw 9286.5 % 90.72 ta'a

  • Talbaa kar 5073 raa 3577 % 70.5 ta'a

  • ija raafuu gabaaf dhiyaate kar 9727 raaw 10367.5 % 106.58 ta'a

  • Ocholoonii kar 3563 raaw 7865.5 % 220.75 ta'a

Kuduraalee gosa adda addaa kuntaala 517,656 gabaatti dhiyeessuuf karoorfamee 573632.5

gabaaf dhiyaateera.kunis raawwiin isaa% 110.81 ta'a.



  • mosee kar 163,766 raaw 198485 % 121.20 ta'a.

  • shunkurtaa diimaa kar 107,340 raaw 127910.75 % 119.16 ta'a.

  • shunkurtii adii karo. 69,399 raaw 69725 % 100.46 ta'a

  • Raafuu maraa kar 57,092 raaw 50176.5 % 87.88 ta'a.

  • Raafuu kar 25,000 raaw 42017.5 % 168.07 ta'a.

  • kaarotii kar 12,386 raaw 10847 % 87.57 ta'a.

  • hundee diimaa kar 33,184 raaw 21115.5 % 63.63 ta'a.

  • Ancootee kar 13,717 raaw 12771 % 93.10 ta'a.

  • Mixaaxashii kar 18,190 raaw 22263 % 122.39 ta'a.

  • Timaatima kar 17,582 raaw 17786 % 101.16 ta'a.

  • Muuduraalee gosa adda addaa kuntaala 51,872 gabaatti dhiyeessuuf karoorfamee 59194 gabaaf dhiyaateera.kunis raawwiin isaa % 114.11 ta'a.

  • Muuzii kar 13,810 raaw 21931 % 158.80 ta'a

  • Mangoo kar 20,324 raaw 14792 % 72.78 ta'a

  • Avokaadoo kar 7,729 raaw 8065.5 % 104.35 ta'a

  • Paapayaa kar 5,720 raaw 8208 % 143.49 ta'a

  • Burtukaana kar 4,289 raaw 5564.5 % 129.73 ta'a

  • Mi;essituu fi Urgeessituu waliigala kuntaala 26,420 gabaatti dhiyeessuuf karoorfamee 42786.65 gabaaf dhiyaateera. kunis raawwiin isaa % 161.94 ta'a.

  • Barbaree bitame kar 21,960 raaw 38858.4 % 176.95 ta'a.

  • Barbaree gabaatti dhiyaate kar 19,495 raaw 26327.42 % 135 ta'a.

  • Ogiwoo kar 1,292 raaw 909 % 100.54 ta'a.

  • Jinjibila kar 3,168 raaw 3185.25 % 81.25 ta'a.

  • Jimaa kar 33,828 raaw 37612 % 111.18 ta'a

  • Hojii misooma gabaa adda addaa hojjetaman

  • Waraqaa ragaa ga'umsaa saalixaa haaressuu kar 47 raaw 42 % 89.36 ta'a

  • Waraqaa ragaa ga'umsaa saalixaa haaraa kennuu kar 10 raaw 2 % 20 ta'a

  • Waraqaa ragaa ga'umsaa barbaree haaraa kennuu kar 104 raaw 97 % 93.26 ta'a

  • Waraqaa ragaa ga'umsaa barbaree haaraa kennuu kar 16 raaw 12 % 75 ta'a

  • Gabaa sadarkaa 1ffaa saalixa haaraa hundeessuuu kar 6 raaw 1% 16.66 ta'a.

  • Gabaa sadarkaa 1ffaa mi fi urgeesituu haaraa hundeessuuu kar 11 raaw 3 % 27.27 ta'a

  • Sheedii saalixaa haaressuu kar 22 raaw 18 % 81.81

  • Sheedii saalixaa haaraa ijaaruu kar 11 raaw 2%18.18

  • Sheedii Mi'eessituu fi Urgesituu haaressuu kar 30 raaw 15 % 50

  • Sheedii M fi Urgesituu haaraa ijaaruu 7 raaw 15 %214.28

  • Hubannoo qonnaa bulaaf kennuu karoora 24000 raaw 18838 %78.49


Yüklə 1,78 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   14   15   16   17   18   19   20   21   ...   36




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin