Haala Godina Qellem Wallaggaa


Walquunnamsiisa gabaa uumuu Ilalchisee



Yüklə 1,78 Mb.
səhifə19/36
tarix10.01.2022
ölçüsü1,78 Mb.
#101804
1   ...   15   16   17   18   19   20   21   22   ...   36
3.1.5. Walquunnamsiisa gabaa uumuu Ilalchisee

Hojiilee Misooma Gabaa Beelladaa fi Bu’aa Beeyldaa

Haala dhiheessii omishaBeeyladaa fi bu'aa beeyladaa mijeessuudhan omishnii baayinaan fi qulqullinaan gara gabaatti bara 2009 dhiheessuu ilaalchiisee



Haala dhiheessii omishaBeeyladaa fi bu'aa beeyladaa mijeessuudhan omishnii baayinaan fi qulqullinaan gara gabaatti bara 2009 dhiheessuu ilaalchiisee

  • Beeyladni dhaabbii gabaa sad. 1ffaatti dhiyeessuuf

  • Loon kar 56,428 raw. 61,589

  • Hoola kar 62,139 raw. 64,571

  • Re’ee kar 16,973 raw. 13,422

  • beeylada gabaa sadarkaa lammaffaatti akka dhiyatu horii maala kar. 17573 keessaa gabaa sadarkaa lammaffaatti 19,992 %100 oli dhiyeetee jira. Holaa fi re’ee gabaa sadarkaa 2ffaatti dhiyeessuuf bara kana karoorfamuu baaatus hoolaa fi, re’ee 6,944 waraqaa darbiinsaan dhiyateera.

  • Galii Beeyilada dhaabbii irraa aegamu gidu galaan keessumaa kanneen gabaa sadarka lamffaatti dhiyataniraa bara 2009 kana 129,948,000 tilmaamamu argameera. Haaluma kanan oomishaa beeyilada dhabbii fi bu’aa beyiladaa jiruuf walitti hidhamiinsa gabaa umuudhaan bara 2010 galii uummata (oomishtootaa) fi dhiyeessitootaa akka gudatuu fi sharafa alaa argamsiisuuf ni hojjetama

  • Dhiyeessii gogaa fi kallee gogaa looni 17,192 karoorfame 13,699 %81.24 kan raawwate fi kale hoola 74,160 karoorfamee 68,813 %92.79 rawwareera kallee re’ee 15,329 karoorfamee 17,579 % 114.7 raawwarera

  • Oomisha Fooni tooni 9,454 gabaa biyya kssaaf akka dhiyaatuuf karoorfamee foon 10,076.9 %106.56 gaba biyya keessaafdhiyateera

  • Oomisha dammaa tooni 2,385 fi gaga toonii 157 gabaa biyya kssaaf akka dhiyaatuuf karoorfamee damma tooniii 3571.98 Gagaa toonii 190.98 % 149.7 fi 121.6 gaba biyya keessaafdhiyateera

  • Oomisha Annan tooni 300 karoorfamee tooniii 322.3%107.4 gaba biyya keessaafdhiyateera

  • Carraa hojii uumuu ilaalchisee 110 hojii keessa galchuuf karoorfamee nammi 294 %267 carra hojii yaroo keessa galee jira



Yüklə 1,78 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   15   16   17   18   19   20   21   22   ...   36




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin