Hanqina Raawwii hojii bara 2009 keessatti mul'ate
səhifə 21/36 tarix 10.01.2022 ölçüsü 1,78 Mb. #101804
4.2. Hanqina Raawwii hojii bara 2009 keessatti mul'ate
Daldalli seeraan alaa hanga barbaadamee fi akkaataa barbaadameen hir'isuu dadhabuu
hubannoon kennamaa ture akkaataa barbaadameen ilaalcha daldalaa fi hawaasa bal'aa jijjiiruu kan hin dandeenye ta'uu.
Hawaasi keenya qabsaa'ee safartuu iftoomina qabuun akka bituu fi akka gurguru gochuuf ammallee hojii bal'aa kan barbaadu ta'uu
Aanaaleen tokko tokko Galmeessa haaraa kennuudhaan sadarkaa gad -aanaa irraa jiraachuu
Aanaan hayyama haaraa kennuun sadarkaa gad aanaa irra jiraachuu
Aanaaleen tokko tokko Galmeessa off line galchuun sadarkaa gadi aanaa irraa jiraachuu
Aanaaleen baay’een mana maree kan ijaaran yoo ta’eyyuu koreen ijaaramee hojii keessa kan hin galle ta’uu
Waraqaan qulqullinaa ganda irraa gara aanaa ,aanaa irraa gara godinaa dhufu qulqullina kan hin qabne ta'uu
Waraqaan qulqullinaa kan kennamu ragaa qulqulluu mirkanaa'een ta’uu dhabuu
Meeshaalee bu’uuraa oso hawaasa biraan hin ga’iin dhoksuu
Inni dhiyaatus yeroon dhiyaachuu dhabuu
Gatii meeshaalee bu'uuraa gar malee dabalanii gurguruu
Magaalaa baayyee keessatti raabsiin baayyina maatii kan bu'uureffate ta'uu dhabuu
Murteen gatiin meeshaalee bu'uuraa qulqullina dhabuu
Raabsitootaa fi fayyadamtoota ijaa walqixa ilaaluu qooduu dhabuu
Raabsitoonni tokko tokko bakka maqaa fayyadamtootaa duratti ofii mallatteessuu
Adeemsa M/G/Midhaanii fi B/Bosonaatiin Aanoleen tokko tokko hojii karoorfame utuu hin raawwatin hafuu (FKN talbaa,attoo aannanii,shumburaa,)
Aanoleen tokko tokko saaliixa bitame ECXtti ergamuu isaa fi dhiisuu isaa beeksisuu dhabuu
Aanoleen tokko tokko biratti gabaasni saaliixaa kan waggaa irratti bitamee ECXtti dhiyaate jedhame fi nuugiin ,barbareen kan ji'a kamii akka ta'e kan hin beekamne ta’uu
Hubannoon akkaataa midhaanni gabaatti dhiyaate xiinxalamee itti gabaafamuu fi ragaa qabachuun hanqina qabaachuu (aanaalee hunda)
Damee Gabaa jalatti Carraa hojii uumame irratti hojjetanii gabaasuu dadhabuu fkf (A/M/G/B/B/Beelladaa)
Dostları ilə paylaş: