Haala Godina Qellem Wallaggaa


To’annaa kellaan wal qabatee



Yüklə 1,78 Mb.
səhifə22/36
tarix10.01.2022
ölçüsü1,78 Mb.
#101804
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   ...   36
To’annaa kellaan wal qabatee Loon ,gogaa fi kallee gabaa sad 2ffaaf ergamuuf karoorfame osoo hin ergamin hafuu Horii dhaabbii konkolataadhaan Godina kana keessaa waraqaa darbiinsaa malee geejjibaman irratti to’annaa geggeessuu dadhabuu

  • Iddoo turtii horii utuu seeraan alaa gejjibamtuu qabamtee qopheessuu dadhabuu

  • Aanaaleen baay'een Iddoo gabaa sad. 1ffaa gogaa fi kallee qopheessuu dadhabuu

  • Gabaasa Raawwii hojii Q/Naamusa fi Tajaajila seeraa ji'a, kurmaanaa fi waggaa kan yeroo isa egaate erguu dhabu

  • Aanaaleen yeroo adda adda gita Q/Naamusaa irratti nama jijjiiruu, nama leenjii fudhate hojii keessa jiru muudama fakkeessanii gita sana irratti nama jijjiiru.

  • Ramadii Q/Naamusa ulaagaale seeraan kaa’ameen ramaduu dhabu



    Yüklə 1,78 Mb.

    Dostları ilə paylaş:
  • 1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   ...   36




    Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
    rəhbərliyinə müraciət

    gir | qeydiyyatdan keç
        Ana səhifə


    yükləyin