|
Kallattiiwwan karoorichaa
|
səhifə | 23/36 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 1,78 Mb. | | #101804 |
| 5. Kallattiiwwan karoorichaa
-
Hojiilee keenya hunda yoo raawwannu karaa dandeettii raawwachiistummaaa geggeesitootaa, hojjettootaa fi uummata bal’aa cimsuu danda’uun raawwatamuu qaba.
-
Hojiilee tokkoon tokkoo keenyaa hudhaalee ilaalchaa, dandeettii fi dhiyeessii karaa hiikuun rawatamuu qaba.
-
Raawwiin keenya rifoormiiwwan meeshaalee jijjiramaa taa’aniin akka deggeramu gochuudhan raawwii keenya fooyyeesuu,
-
Riifoormii Daldalaa akka galmaan gahu gochuuf sirna Galmeessaa fi heyyamaa haaraa; Seera qabsiisaa hojii daldala fi Kabachiisa mirga fayyadamtoota irratti hojjachuu.
-
Hojiin keenya hundinu haala ilaalchaa fi gocha kiraa sasaabdumaa hundee irraa karaa dadhabsisuun raawwatamu qaba.
-
KGT keessa utubaawwan ka’aman keessaa inni tokko waa’ee dubartootaa fi dargaggootaati. Hojiilee keenya hunda keesatti ummatni fayyadamaa fi hirmaachaa jirachuu isaa fi keessattuu fayyadamummaa fi hirmaannaa dubartootaa fi dargaggootaa mirkaneeffachaa deemuu qabna.
-
Hojiiwwan keenya bifa qindaa’een karaa waldeggeruu fi inni tokko kan biraatiif haala galtee ta’uu danda’uun raawwatamuu qaba.
-
Hojiilee keenya hunda yoo hojjennu hojimaataa fi qajeelfamoota mootummaa fi dhaabaa kabajuu dhan naamuusa cimaa tiin hojjechuu qabna.
-
Hordoofi , deggersaa fi duub deebii waliirra hin cinnee kennuu
Dostları ilə paylaş: |
|
|