|
Waltajjiin Maree Adda Addaa Geggeeffaman
|
səhifə | 35/36 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 1,78 Mb. | | #101804 |
| 8.1.3. Waltajjiin Maree Adda Addaa Geggeeffaman
Koreen Manajimeenti fi raawwatooni hundinuu karoora bara 2010 irratti maree bal’aa gochuun karooricha akka gabbisan gochuu.
-
Gaggeesitoota wajjiraalee WDMG jiran karoora bara 2009 irratti maree bal’aa erga godhanii booda yaadan akka gabbisan taasisu.
-
Miseensooni waldaalee adda adda irra namooni beekamoon karoora irratti akka yaada laataniif gabbisan taasisuu.
8.1.4. Hojiiwwan Garee Teknoolojii Quunnamtii Odeffannoo (TQO) (ICT)
-
Itti fayydama TQO babal’su fi Guddisuu akkasumas nageenya meeshalee mirkaneessuu.
Tooftaa Raawwii
-
Leenjiiwwan adda addaa qopheessuu
-
Dokumentiiwwan leenjiif ta'an ni qophahu.
-
Haala ittii fayyadamaa Mosajjii Galmeessaa fi Heyyama Daldalaa Ogeessota sadarkaa Aanaa 11, leenjii kennuu fi hojii irraa olmaa isaa hordoofuu fi deggaruu.
-
Haala ittii fayyadamaa Mosajjii Odeeffaannoo fi Babal'ina Gabaa Ogeessota wiirtuu sadan irra jiraniif (Machaaraa, Qaaqee fi M/D/Dolloo irra jiraniif leenjii kennuu
-
Haala ittii fayyadamaa Bu'uura misooma TQO/basic computer skills Ogeessota sadarkaa godinaa (28) fi aanaa nama 178 w/Gala nama 206'f leenjii kennuu fi hojii irraa olmaa isaa hordooffuu fi degaruu.
Dostları ilə paylaş: |
|
|