|
Hojiiwwan Adeemsaalee Deggersaa
|
səhifə | 32/36 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 1,78 Mb. | | #101804 |
| 8. Hojiiwwan Adeemsaalee Deggersaa
8.1. Karoora Hojii Dhimmoota Koominikeeshinii Mootummaa
-
Karoora hojii kominikeshinii bu’aa qabeessa ta’uu kan danda’u ergaa/odeeffannoo/ lammiin hundi hubachuu danda’u rageessuun jijjiramni akka dhufu yoo taasifame dha.Yeroo ammaa ilaalchii fi gochi kiraasabsabdumaa godina keenya keessatti Qormaata Misooma fi bulchiinsa gaarii ta’uu isaa ni beekama.
-
Kanaafuu, mootummaan naannoo keenyaa duula ilaalchaa fi gocha kiraa sassabdummaa jiru dhabamsiisuuf sochii taasifamaa jiru uwwisa miidiyaa akka argatu karoorri dhimma kominikeeshinii mootummaa akka armaan gadiitti dhiyaateer
Dostları ilə paylaş: |
|
|