|
Waligalitee Maamilaa fi Maqaa Gaarii (Good will) Uumuu irratti Hojjechuu
|
səhifə | 34/36 | tarix | 10.01.2022 | ölçüsü | 1,78 Mb. | | #101804 |
| 8.1.2. Waligalitee Maamilaa fi Maqaa Gaarii (Good will) Uumuu irratti Hojjechuu
-
Komii maammiltoota bira jiruuti dhimmoota ibsaa barbaadan xinxaala haala geggeesuun ibsii miidiya akka itti kennamu ni godhama.
-
Dhimmoota maree qaamolee adda adda barbaadanii fi waligalteen irratti umamu qabu irratti marii geggeessuun iftoominni akka umaamu ni taasifama.
-
Maqaa gaarii seektericha fi magaaloota gurraacheessanii fi dogogoraan ummata burjajessuu danda’an hordofamanii furmaata isaaf hojii kominikeeshinii ni hojjetama.
-
Min midiiyaa adda adda, biroosharaa fi beeksisa garaa garaa fayyadamuun hojiin kominikeshinii itti fufinsa qabu ni raawwatama.
-
Midiyaa afeeruudhaan ykn Gaafii Midiyaatiin ragaa fi ibsa midiyaaf marsa 1n kennuu;
-
Waltajii Marii Hojjetoota wajjin marsaa 4 ni qophaa’aa;
-
Waltajii Marii Maamiltoota wajjin marsaa 2n ni geggeeffamee;
-
Birooshara 6,000 ni Qophaa’aa;
Dostları ilə paylaş: |
|
|