Joornaalii Seeraa Oromiyaa [Jiil.5, Lak.1, 2008]
Oromia Law Journal [Vol.5,No.1,2016]
96
Joornaalii Seeraa Oromiyaa [Jiil.5, Lak.1, 2008]
Oromia Law Journal [Vol.5,No.1,2016]
yookin ogeessa yaalaa hin qabne hojjetaa hojiirratti miidhaan irra gahe
ariitiidhaan gara mana yaalaa geessuu irrattis hanqina qabu
60
. Dirqamni biraa
yeroo miidhaan hojii dhaqqabe dhaabbileen hojjechiisaa qaban miidhaan
hojii hojjetaarra gahuu qaama ilaallatuuf gabaasuu dha. Seerri dirqama
isaanirra kan teechise ta’ullee, dhaabbileen hojjechiisaa hedduun yeroo
hojjetaa isaaniirra miidhaan dhaqqabu qaama mootummaa ilaallatuuf
(waajjira dhimma hojjetaa fi hawaasummaatiif) hin gabaasani
61
. Kunis,
dhaabbatni hojjechiisaa hojjetaan hojiirratti miidhaan irra gahe mana murtii
osoo hin deemiin beenyaa yookin kanfaltii gadi qabaa kanfaleefii gara hojiitti
haala itti deebisu uuma
62
.
Dostları ilə paylaş: