Ido karoora bara 2006 fi 2007


Gamagama Raawwii Karoora hojii barreen darbanii (2006-2007)



Yüklə 1,08 Mb.
səhifə5/15
tarix22.01.2019
ölçüsü1,08 Mb.
#101588
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   15

3Gamagama Raawwii Karoora hojii barreen darbanii (2006-2007)


Baroota lamaan darban(2006 fi 2007) keessatti karoora turee fi raawwiin ture maal akka fakkatu ilaalchisee cuunfaan raawwii keenyaa kan dhiyaate yoo tahu rawwii kana keessatti rakkoolee nu qunnamanii fi muuxannoo irraa argame akkaataa kanaa gaditti ibsameen taahee jira.

3.1Karoora fi Raawwii Baroota lamaan Darbanii (2006 fi 2007)

      1. Raawwii Karoora Hojii Qootiinsa Boollaa kan bara (2006-2007)


Raawwin keenya kan baroota lamaan darbanii baay’ina pirojektiitiin wal bira qabnee yoo ilaallu bara 2006 pirojektoo 66 karoorsudhaan pirojektoota 27 kan raawwanne yoo tahu bara 2007 ammoo pirojektoota 72 karoorfaman keessaa pirojektoonni 45 raawwatamanii jiru .Raawwii kanas baay’ina pirojektootatiin wal bira qabnee yoo ilaallu raawwin bara 2007 baay’ina boolla bishaanii 18 (kudhasaddeetiin) caalmaa agarsiisa . Raawwii keenya kan baroota lamaanii Maallaqaan wal bira qabnee yoo ilaallu hojiin qotiinsa Boollaa kan bara 2006 qr 37,598,878 yoo tahu bara 2007 ammoo qr 32,590,647.00 hojjatamee jira.raawwin maallaqaa kunis kan bara 2006 qr 5,008,231.00 dhaan caalmaa agarsiisaa. Sababiin raawwin keenya bara 2007 maallaqaan xiqqaateef gatiin hojii pirojektootaa caalbaasidhaan fudhannuu waan gadi bu’eef. Baay’ina pirojektiitin garaagarummaan guddaan kan mul’ateef bara 2007 pirojektoonni Boolla gabaabaa baay’inaan kan jiran waaan taheefidha.Raawwii baroota lamaanii Lineer-Meetirii dhaan kan bara 2007 yoo ilaallu638 tiin caalmaa agarsiisa.

Gabatee : Raawwii Karoora Hojii Qootiinsa Boollaa kan bara (2006-2007)





Lakk.

Description

 

Fiizikaalaa

lineer-meetirii

Maallaqaan

Karoora

Raawwii

%

Karoora

Raawwii

%

Karoora

Raawwii

%

1

Qotiinsa Boollaa

Bara 2006

66

27

41

13,800

6,822

49

114,187,115

37,598,878

33

Bara 2007

72

49

68

18, 374

6,642.15

36

121,783,047

32,590,647

27


      1. Hojiiwwan Yaalii Paampii Haaromsa Boollaa fi Hojiiwwan EM.

Hojii divizhinii yaalii paampiitii fi Hojiiwwan elektroo mekaanikaalaa kan baroota lamaan darbanii wal bira qabnee yoo ilaallu yaalii pampii bara 2006 karoora 74 raawwiin 10 kan bara 2007 karoorri 84 raawwin 26 yoo tahu pirojektoonni 16 kan Yaalii paampii caalmaadhaan hojjatamee jira. Raawwii hojii kanaa Maallaqaan yoo madaallu galiin bara 2006 qr.967,500.00 yoo tahu kan bara 2007 1,743,772 dha. Raawwin faayinaansii Yaalii Paampii kan bara 2007 Qr. 776,272 dhaan caalmaa agarsiisaa. Hojiiwwan paampii ghiyeessanii dhaabuu ilaalchisee ammoo bara 2006 karoorri pirojektii 4 yoo tahu raawwin ammoo pirojektoota 38 dha. Bara 2007 karoorri pirojektoota 6 yoo tahu raawwinis pirojektoota 2 dha. Raawwii kana Maallaqaan yoo walbira qabnee ilaallu bara 2006 qarshii 8,760,388.00 kan hojjatame yoo tahu bara 2007 ammoo qr.100,000.00 hojjatamee jira. Raawwin Maallaqaa bara 2006 qr.8,660,388.00 dhaan Raawwii kan bara 2007 ni caalaa. Caalmaan guddaan kun uumameef Paampiin hojjatame kan Paampii harkaa Boolla gabaabaa waan taheefidhaa. Hojii Paampii Dhaabuu qofa ilaalchisee bara 2006 hojiin of dandahee kophaatt kan hin karoorfamin yoo tahu bara 2007 garuu pirojektiin 60 karoorfamee hojiin paampii dhaabuu pirojektoota 35 raawwatee jira. Hojii kanarraayis Qr.4,508,500.00 hojjachuuf karoorfamee Qr. 5,636,254 (138%) galii tahee jira. Hojiiwwan Haaromsa Boollaa ilaalchisees bara 2006 pirojektiin 12 karoorfamee pirojektiin 7 kan hojjatame yoo tahu bara 2007 ammoo pirojektiin 12 karoorfamee pirojektiin 3 qofti raawwatee jiraa. Raawwii pirojektii kanas wal bira qabnee yoo ilaallu raawwin bara 2006 pirojektoota 4n caalmaa agarsiisa.Sababiin raawwin keenya kan bara 2007 xiqqaateef hojiin kun gabaarraa waan hin argamneef .Raawwii pirojektii Haaromsa Boollaa Maallaqaan yoo walbira qabnee ilaallu raawwin bara 2006 qr 982,333.00 yoo tahu raawwin bara 2007 ammoo qr. 276,000.00dha. Raawwin hojii pirojektii Haaromsa Boollaa Maallaqaan kan bara 2006 qr.706,333.00 caalmaa agarsiisaa. Walumaa galatti rawwii keenya hojiiwwan yaalii Paampii ti fi Hojiiwwan EM ilaalchisee karoorri hojii Maallaqaan kan bara 2006 Qr. 11,170,863.00 yoo tahu Raawwin ammo Qr. 10,710,221.00(%96).Raawwin bara 2007 ammoo Maallaqaan yoo madaalamu karoorriQr. 17,158,880.00 yoo tahu raawwin garuu Qr. 7,756,026.00 (%45)dha. Galii Hojiiwwan Yaalii Paampii fi hojiiwwan EM kan baroota lamaanii wal bira qabnee yoo ilaallu hojiin bara 2006 Qr. 2, 954,195.00 dhaan caalmaa agarsiisa.


Gabatee : Hojiiwwan Yaalii Paampii Haaromsa Boollaa fi Hojiiwwan EM. (2006-2007)

[[


Lakk.

Description


Fiizikaalaa

Maallaqaan

Karoora

Raawwii

%

Karoora

Raawwii

%

1

Yaalii Paampii

Bara 2006

74

10

14

8,138,963

967,500

12

Bara 2007

84

26

31

8,450,380

1,743,772

24

2

Dhiyeessii fi Dhaabuu Paampii

Bara 2006

4

38

950

2,131,900

8,760,388

411

Bara 2007

6

2

33

3,000,000

100,000

3

3

Dhaabuu Paampii

Bara 2006



















Bara 2007

60

35

58

4,508,500

5,636,254

138

4

Haaroomsa boollaa

Bara 2006

12

7

58

900,000

982,333

109

Bara 2007

12

3

25

1,200,000

276,000

23

Walligala for 2006

11,170,863

10,710,221

96

Walligala for 2007

17,158,880

7,756,026

45



      1. Div. Bul. Kontiraataa fi Hordoffii Pirojektii





        1. Karooraafi raawwii argamsiisa pirojeektii (Fiziikaala)

Karoora fi raawwii hojii argamsiisa pirojektii waggoottan lamaan darbanii walbira qabnee yoo ilaallu bara 2006 keessa karoorri Qotiinsa Boollaa pirojektoota 53 yoo tahu raawwin ammo pirojektoota 32(%60) dha.Bara 2007 ammoo karoorri pirojektootaa 63 yoo tahu raawwin ammo pirojektoota 86(%137)dha. Raawwin argamsiisa pirojektii qotiinsa Boollaa kan bara 2007 kan bara 2006 tiin walbira qabamee yoo ilaalamu pirojektoota 54n caalmaa agarsiisa. Garaagarummaan guddaan argamsiisa pirojektii guddaa kan taheef Boolli bishaan gabaabaa 40 tahu bara 2007 tti Karooran ala waan argameef. Karaa biraa ammo karooraaf raawwii pirjektiiwwan haaromsa Boolla Bishaanii ilaalchisee bara 2006 karoorri 12 yoo tahu raawwin ammo pirojektoota 9(%75)dha. Bara 2007 Karoorri pirojektoota 12 yoo tahu raawwin ammo pirojektoota 2 (%17) qofa. Raawwin argamsiisa pirojektii Haaromsa Boollaa 2007 baay’ee gadi aanadhaa. Karoora fi raawwii hojii argamsiisa pirojektii Dhiyeessa fi Paampii galchuu ilaalchisee ammo bara 2006 karoorri pirojektii 4 yoo tahu raawwin ammo 51 dha.karoorri bara 2007 pirojektoota 6 yoo tahu raawwin ammo hin jiru. Karoora fi raawwii argamsiisa pirojektii Paampii dhaabuu ilaalchisee bara 2006 hojiin of dandahee waan hin karoorfamneef kan hin hojjatamin yoo tahu bara 2007 ammoo karoorri pirojektoota 60 raawwin ammo pirojektoota 35(%58)dha.







Gabatee : Gabatee raawwii Hojii argamsiisa pirojektii (2006-2007)




























Lak

Gosaa Hojii

Safartu

bara 2006

bara 2007

Karoora

Raawwii

%

Karoora

Raawwii

%

1

Qotiinsa Boolla Bishaanii fi Yaalii Paampii

Lakk.

53

32

60

63

86

137

2

Haaroomsuu boolla Bishaanii

Lakk.

12

9

75

12

2

17

3

Dhiiheessii fi paampii galchuu

Lakk.

4

51

1,275

6




-

4

Dhaabuu qofa/Installation/

Lakk.










60

35

58

Waligala




69

92

133

141

121

86

Gabatee : karooraa fi raawwii argamsiisa pirojeektootaa (Mallaqa)




Lak

Gosaa Hojii

Safartu

bara 2006

bara 2007

Karoora

Raawwii

%

Karoora

Raawwii

%

1

Qotiinsa Boolla Bishaanii fi Yaalii Paampii

Lakk.

131,319,705

47,827,552

36

122,750,500

79,304,943

65

2

Haaroomsuu boolla Bishaanii

Lakk.

900,000

1,326,525

147

1,200,000

383,000

32

3

Dhiiheessii paampii fi paampii galchuu

Lakk.

2,131,900

9,167,179

430

3,000,000

-




4

Dhaabuu qofa/Installation/

Lakk.










4,800,000

5,597,633

117

Waligala




134,351,605

58,321,256

43

131,750,500

85,285,576

65
        1. Karooraa fi raawwii kafaltii sasaabuu

Karoorrif raawwin kanfaltii sassaabuu mana hojii keenyaa qotiinsa Boollaa fi yaalii paampirraa irraa bara 2006 karoorri Qr. 131,319,702 yoo tahu raawwin Qr. 21,338,048 (%16). Bara 2007 karoorri Qr. 143,426,090 yoo tahu raawwin Qr.27,807,341.06 (%19)dhaa . Raawwin kun kan bara 2006 wajjin yoo walbiratti ilaalamu kan bara 2007 Qr. 6,469,293.06 dhaan caalmaa agarsiisaa. Yaalii paampii ilaalchisee bara 2006 Karoorri fi raawwin kanfaltii sassaabuu kan hin ture yoo tahu bara 2007 karoorri Qr. 8,421,976 yoo tahu raawwin Qr. 1,241,599.56 (%15).Haaromsa boollaa bishaanii ilaalchisee Karoorri 2006 Qr. 900,000.00 yoo tahu raawwin ammo Qr. 834,130 (%93)dha. Bara 2007 hojiin kun karoorri Qr.1,200,000 yoo tahu raawwin ammo Qr.31,500.00 (%3)dhaa. Raawwin kan bara 2006 hojiin kanfaltii sassaabuu Qr. 802,630.00 dhaan caalmaa agarsiisaa. Dhiheessi fi dhaabuu paampiirraa karoorri sassaabbii bara 2006 Qr.2,131,900 yoo tahu raawwin ammo Qr. 1,718,500 (%81)dhaa.Bara 2007 hoijiinn kun karoorri Qr.3,000,000 yoo tahu raawwin ammo qr.307,522 (%10)dhaa. Raawwin kanfaltii sassaabuu kan bara 2006 Qr. 1,410,978 dhaan caalmaa agarsiisaa. Paampii dhaabuu qofarraa kanfaltii sassaabame ilaalchisee bara 2006 karoorii raawwinis kan hin jirre yoo tahu bara 2007 karoorri Qr. 4,800,000 yoo tahu raawwin ammo Qr.3, 378,500 (%70)dha. Kanfaltiiwwan kan hafan CPO fi “retension” irraayis kan sassaabame yoo tahu, walumaagalatti karoorri kanfaltii sassaabuu bara 2006 Qr.134,588,440 yoo tahu raawwin ammo Qr. 24,996,112 (%19) dhaa. Bara 2007 ammoo karoorri kun Qr.161,202,089 yoo tahu raawwin garuu Qr. 32,766,462.62 (%20) dhaa. Kanfaltiin sassaabame kan waggoottan lamaan darbanii karoora faana yoo ilaalamu gadi aanaa yoo tahu kan bara 2007 Qr. 7,770,351 dhan caalmaa agarsiisaa.


Gabatee : Karooraa fi raawwii kafaltii sasaabuu


Lak

Gosaa Hojii

Safartu

bara 2006

bara 2007

Karooraa

Raawwii

%

Karoora

Raawwii

%

1

Qotiinsa Boolla Bishaanii

Qar.

131,319,702

21,338,048

16

143,426,090

27,807,341

20

2

yaalii paampii

Qar.

 

 




8,421,976

1,241,599

15

3

Haaromsuu Boolla Bishaanii

Qar.

900,000

834,130

93

1,200,000

31,500

3

4

Dhiheessii paampii fi paampii galchuu

Qar.

2,131,900

1,718,500

81

3,000,000

307,522

10

5

Dhaabuu qofa/Installation/

Qar.

 

 




4,800,000

3,378,500

70

6

CPO collection from OWMEB

Qar.

_

1,105,434













7

Sassaabbii Kafaltii "retension Money"

Qar.

236,838

_




354,023

-




Waligala




134,588,440

24,996,112

19

161,202,088

32,766,463

20
        1. Buulchiinsa Kontiraataa fi Haala Pirojektoota


Akkuma beekamu kaayyoon guddaan Intarpiraayizichi hundaa’eef tokko hojiiwwan Qootiinsa Boollatiin waaqabate irratti hirmaachudhaan gabaa tasgabbeeessuudha. Haluma kanaan pirojektoota caalbaasiidhaan karaa BBAIO tiin bahan keessuma pirojektoota iddoowwan Oromiyaa fagoo fi gammojjii ta’anii argaman irratti adda durrmmaadhaan hirmaachudhaan akka hojjataman qooda fudhachuudhaan akkasumas qawwa dhaabbileen (kampaaniiwwa) dhuunfatiin hin qaqqabamne duuchudhaan kaayyoo hundaa’eef fiixaan baasuudhaaf misooma naannoo keessatti qoda fudhachaa tureera .

  • karaa biraatiin gabaa tasgabeessuu keessatti Intarpirayizichi iddoowwan giddugala Oromiyaa ta’an (GAONF) odoo hin hafin iddoowwa dhaabbilee dhuunfaa gatii dorgommii Qottinsa Boollaa itti ol-kaasuu jedhamee yaadamu hundattuu itti yaaduudhaan caalbaasii irratti hirmaachudhaan gatii madaalawaa ta’e dhiyeenussudhaan Mootummaan gatiin hammaataa ta’eef akka hin saaxilamne qooda fudhachaa tureera.

  • Kontiraataa Bulchuu keessatti gaarantii Boondii fi “Retension” qabsisuu dhiisuu keenyaan maallaqaa sidaa nu jalaa qabamee turuu danda’u hambisuudhaan hanqina maallaqaa hambisuun fayyadamaa taanee jirra.

  • Pirojektoota waliigaltee seenurraa eegalee, akkataa waliigalteen seenameen hojjatamee abbaa pirojektiitiif hanga darbutti adeemsi akka Intarpiraayizichaatti of-danda’e kan jiru ta’uu.


        1. Qunnaantii Qaamolee Adda addaa wajjin ture Ilaalchisee





  1. Hojjiwwan hojjatamaa turan keessatti rakkoolee qunnaman karaa ‘3Cs’ wal-tajjii idileetiin ji’a ji’aan keessumaayyuu BBAIO, akkasumas kan birootinis wajjin akkuma barbaachsummaa isaatti mareedhaan kan hikanaa tureedha.

  2. Iddoowwan rakkooleen humnaa ol ta’e itti qunnametti fi rakkooleen sadarkaa ‘3Cs’ itti ilaalamee humnaa ol itti ta’etti ammoo BMNO fi Abbaa Taayitaa DH. M.M.N.O tiin akka fala argatu kan itti deemamaa tureedha.

  3. Waluumaa galatti Qindomminni qooda-fudhattootaa, maamiltootaa fi deeggartoota keenya wajjin taasifamaa ture rakkoollee Intarpiraayizicha qunnamaa turan saffisaan hiikuu keessatti hanqinoonni kan mul’atan waan ta’eef fuul-duraafis xiyyeeffannoodhaan dhimma irratti hojjatamuu qabuudha.
      1. Raawwii Div. Suphaa fi Bul. Maashinarii


Gabatee : karooraa fi raawwii sa`aati Maashinari mul`isuu


Lakk

Gosaa Maashinarii

safartu

Bara 2006

Bara 2007

Karooraa

Raawwi

%

Karooraa

Raawwi

%

1

DH-70/21186

Sa`aati

1,909

527

28

1,332

163

12

2

IR6204

Sa`aati

1,784

1,175

66

1,156

255

22

3

Gefco907375

Sa`aati

1,784

399

22

645

160

25

4

Gefco 907376

Sa`aati

1,784

956

54

1,156

92

8

4

Gefco 907376

Sa`aati

1,784

956

54

1,156

92

8

5

Koken3-40756ET

Sa`aati

1,659

1,151

69

992

100

10

6

Massenza2071

Sa`aati

1,695

32

2










7

DH-50/21185

Sa`aati

1,117

670

60

747

796

107

8

FS-400,40120840

Sa`aati

904

1,112

123

1,721

1,363

79

9

FS-400, 40120839

Sa`aati

904

1,144

127

1,721

1,221

71

10

FS-400, 40120832

Sa`aati

1,083

1,154

107

1,721

898

52

11

FS-250, 25120872

Sa`aati

1,083

-

-




257




12

Massenza 2072

Sa`aati

834

-

-










13

Massenza MI-45

Sa`aati










1,572

1,270

81

Waligala

17,444

8,319

48

12,762

6,575

52

Raawwii hojii Maashinarii(RIIGOTA )Keenyaa waggoottan lamaan darbe walbira qabnee yoo ilaallu Raawwin sa’aatii Maashinarii baroota lamaanuu Dhibbeentaa shantamaa (50%) gadi tahe yoo ilaallu DH -70/21186,Gefco907375 Riigota raawwin isaanii gadi bu’aa tahe. Sababiin



  • RiiginIR 6204 bara darbe raawwin isaa sa’aatii 1,775(50%)ol ture bara kana karoora keessaa sa’aatii 255(22%) qofa raawwate raawwin kunis kan bara darbeerraa baay’ee gadi bu’ee jiraa.Sababiin isaas

  • Riigonni Gefco 907376 fi Kokeen3-40756ET wal duraa duuban bara darbe sa’aatii956(54%) fi sa’aati1151(69%) raawwatan bara kana raawwin isaanii karoora wajjin sa’aatii92(8%) fi Sa’aatii 100 (10%) qofa hojjachuudhaan raawwin isaanii akka malee gadi bu’aa dhufuu agarsiisa.Sababiin raawwin baranaa xiqqaateef Gefcoon sababa suphaa isaa hinraawwatinii fi sababa suphaatiinyoo ta’u Koken immoo paakeeeejii hinqabneef raawwiin hojii isaanii gad-xiqqaatee jira.

  • Riigiin Maasenzaa2071 bara darbe sa’aatii 32(2%) kan hojjate yoo ta’u raawwin isaas xiqqaa ture. Sababa paakeejii gochuun hindanda’amneef, bara kana odoo hin karooefamin hojii malee dabarsee jira.

  • Riigin FS, 250, 25120872 bara darbe sababa boolli gababaan hin jirreef hojii keessa osoo hingalin kan ture yoo ta’u bara kana pirojektiin kun waan argameef karoora malee sa’aatii 247 hojjatee jira.

  • Riigii Masenza 2072 n bara darbes bara kanas hojiirratti hin dabarsine.Rakkoon riigii kanaa paakeejii guutuu ta’uu dhabuu dha.

  • Rigiin DH 50/21185 bara darbe sa’aatii 670(60%) bara kana ammo sa’aatii 796(107%) hojjachuudhaan sa’aatii 126n fooyyee agarsiisee jira.

  • Riigin Masenza MI-45 Riigii bara darbe hojiirra hin jirre bara kana garuu raawwin karoora wajjin fooyyee qabu sa’aatii 1,270(81%) dhaa.

  • Riigonni Fs-400, 40120840; Fs-400, 40120839 karoora bara 2007 wanjjin yoo ilaallu raawwin isaa gadi bu’aa tahus sa’aatiin hojii isaanii kan bara darbeerra fooyyee ni qabaa. Wal duraa duuban sa’aatii 242 fi sa’aatii 77 dabaluudhaan fooya’iinsa agarsiisu.

  • Riigiin Fs400-40120832 bara darbe sa’aatii 1,721(100%) ol hojjate bara kana sa’aatii 898(52%) qofa raawwachuudhaan sa’aatiin 823 n kan bara dabreerraa gadi bu’ee jiraa.

Gabatee : Karooraa fi raawwii Suphaa Ittisaa“ preventive maintenance , frequency”


Lak

Gosaa Maashinarii

saf.

Bara 2006

Bara 2007

karoora

Raawwii

%

karoora

Raawwii

%

1

Riigii

Freq

38

19

50

46

20

43

2

Konkoolataa guddaa

Freq

51

29

57

54

38

70

3

Konkoolataa xiqqaa

Freq

60

53

88

76

58

76

4

Kompireessarra

Freq

6

6

100

28

10

36

5

Jeneretaara

Freq

0

3




10

10

100

Waligala

155

110

71

214

136

64

Gabatee : Karooraa fi raawwii Suphaa gurguddaa“ major maintenance, frequency”







































Lakk

Gosaa Maashinarii

Saf.

Bara 2006

Bara 2007

karoora

Raawwi

%

karoora

Raawwi

%

1

Riigii

Freq.

74

32

43

82

42

51

2

Konkoolataa guddaa

Freq.

64

27

42

70

49

70

3

Konkoolataa xiqqaa

Freq.

62

33

53

65

54

83

4

Kompireessarra

Freq.

8

0

-

12

3

25

5

Jeneretaara

Freq.

0

6




0

5







Waligala




208

98

47

229

153

67

      1. Yüklə 1,08 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   15




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin