Ido karoora bara 2006 fi 2007


Raawwii hojii Bulchinsa Faayinaasii kan bara 2006 fi 2007



Yüklə 1,08 Mb.
səhifə6/15
tarix22.01.2019
ölçüsü1,08 Mb.
#101588
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   15

Raawwii hojii Bulchinsa Faayinaasii kan bara 2006 fi 2007


Sochii maallaqaa bara 2006 fi 2007

Bara 2006 qarshiin jalqaba baankii irraa qabnuu (BBF) qashii 1,627,618 hojii irraa fi madda adda addaa irraa Kan sassaabamee qarshii 35,536,817 fi maallaqa kaapitaala ka’uumsa (BMNO) irraa Qr 48,465,205.00 waliigalatti Qr 85,629,641.00 dhaa. kaffaltiin baasii bara 2006 keessatti kaffalamee qarshii 40,303,397 qarshiin waggaa dhuma akkaawuntti keenya irra mul’achuu qabuu walii galatti Qarshii 45,326,243 maallaqa callaan baankii irraa qabnuu.

Maallaqni bara 2007 jalqaba baankii irra jiruu qarshii 45,326,243 yoo tahu kan sassaabamee qarshii 38,961,326.00 walumaagalattii maallaqa waggaa kana keessatti baanki irraa qabnu/ Total cash available/ 84,287,569.00 yoo ta’u baasii waggaa keessatti walumaagalatti baasii kan ta’ee Qarshii 68,796,636.00 dha. Maallaqni callaa waxabajjii 30, 2007 baankii irraa qabnu ammoo qarshii 15,490,933.00 dha.

Maallaqni bara 2007 sassaabuuf karoorfanee qarshii 163,932,733.61 keessaa raawwii qarshi 38,961,326.00 dhibbeentaan 24 % dha. Kaffalti irratti kan karoorfame qr. 175,208,758.99 yemmuu ta’u raawwiin isaa immoo qr 68,796,636.00 kunis % dhaan 39 ta’a.


      1. Bittaa fi Bulchinsa Qabeenyaa


Hojilee Gurguddoo Raawwataman (2006)

Akka waliigalatti, karoorri waggaa kan Bittaa qar. 88,732,821 yoo ta’u raawwiin garuu qar. 15,176,268 (17%) ta’eera. Akkasumas, karoorri Raabsaa Meeshalee qabame qar. 77,677,848 yoo ta’u raawwiin garuu qar. 13,429,148 (17%) dha.



Hojilee Gurguddoo Raawwataman (2007)

Bara baajaata divizyinileen hojii raawwachuuf meeshaalee barbaachisaniif karoora qabamee qarshii dhaan 85,088,373 bittaa raawwachuuf karoorfamera. Kanamalees, Maallaqa Callaa ka'umsaaf dhaabbatichaaf ramadame keessaa qarshii 41,051,200.00 Bittaa Mi'ootaa fi tajaajila adda addaa raawwachuuf karoorfaman qabamee hojiiwwaan hojjatamaa kan ture yammuu ta’u akkataa qajeelfamni bittaa eyyamun toftaalee bittaa adda addaa jiranitti fayyadamuun bittaan raawwatamaa tureera.

Akka waliigalatti, karoorri waggaa kan Bittaa qar. 85,088,373.00 yoo ta’u raawwiin garuu qar. 43,839,794 (51%) ta’eera. Akkasumas, karoorri Raabsaa Meeshalee qabame qar. 102,734,550.00 yoo ta’u raawwiin garuu qar. 22,734,352.14 (22.13%) dha.

      1. Hojiiwwan Ijaarsa danddeetti fi Bul. Humna namaa

Gabatee : Ragaa Humna Namaa (baay’inaan)





Lakk

Ibsa

Baayina 2006

Baayina 2007

1

Baay’ina Hojjattootaa Jalqaba wagga IDO keessatti argaman dhuma

221

213

2

Hojjattoota Daarfur deeman

9

8

3

Hojjettoota hanga ji’a

Waxabajjii Hojii gadi dhiisan.



14

17

4

Soorama kan bahan

3

6

5

Du’aan kan boqotan




0

6

Hojetoota hojirra hirrifaman(3+4)

17

23

7

Hojetoota Qaxaraman IDO galan

2

30




Jijjirraa fi muudamaan kan dhufaan

2




8

Hojetota jijiran IDO galan




1

9

Hojetoota dabalaman(7+8)




31




Walii galatti hojjettoota hanga amaatti hojii idilee isaanii irratti argaman

217

221




Gabatee : Ragaa Humna Namaa Sadarkaa barumsaa fi baay’ina





Lakk

Sadraka Barumsaa

Baayina 2006

Baayina 2007

1

PhD

0

0

2

MSC

5

5

3

MA

1

2

4

BSC

13

14

5

BA

8

11

6

Diploma

71

71

7

Others

115

118




Waliigalati

213

221
  • Sochii Raayyaa Jijjiiramaa (tokko shanee, garee raayyaa fi gumii adda durootaa) ilaalchisee Bara 2006 fi 2007 hojjetaman


Ijarsaa Raayyaa Misoomaa

  • Bara 2006 keessa Raayyaan ijaaramee hojii dhunfaan hojjatamuu fi kan gareen hojjatu karoora waajiraa irratti hundaa’uun karoora dhuunfaa fi garee baafachuun, raawwii marii Tokko-Shanee guyyaa guyyaan gaggeefamuurati gamaggamaa deemeen sadrkaan waajira Ol’aanaa fi piroojaktiittii fooya’iinsa garii qaba.

  • Marii Tokko- Shanee garee 19 keessatti guyyaa 60 miseensota lakk. Isaanii 201 hirmaachisuun mari’achisuuf karoorfamee hanga xumura waggaatti mariin takko (1-5) garee 18 keessatti guyyaa 178 mif meesensaata lakk 175 ta’n mariihachuun rawwatamee jiraa rawwiin ji’a 82.6% ta’a.

  • Walumaa galatta marii takko shaanee (1-5) gareen 19 kessatti hangaa kurumana kanaatti guyyaa 80 miseensota lakk 201 hirmachisuun mariachisuuf karoora/umee hangaa kurmanaa kunatti garee 18 keessatti guuyyaa 80 mif misensaataa lakk 178 ta’nn marichisuun rawwatamee jira. Rawwiin baayina garee marii fi baayinaa misensaa argamaniillee walduraa dubaan 88.5% ta’e.

  • Garee takko- shaanee 3 ijaaramaan iddo rakkoo qabutti adda duree haarawaan akka filatanii fi cimmsan to’ochuuf karoorafamee hangaa xumura waggaatti kanaa garee takko shanee (3) cimsamee jiraa raawin isaa 100% ta’a .

  • Tokko-Shanee lama ijaaruuf karoorfamee raawwiin hin jiru sababiin isaa qaccarriin hojjattootaa waan hin gaggeefamne.

  • walumaa galatti hangaa kurmaanaa kanaattii garee 3 cimmsuuf karoorafamee gareen tokko(3) cimee jiraa raawiin 100% ta’a.


  1. Hojiiwwan Bara 2007 raawwataman.

  • Ijaarsaa 1 – 5 bifa Haaraawaan gageeffamee jiraa baay’inni 26.

  • Raayaa jijjirama lakk 2

  • Gumii adda duroota 1

  • Raayaa 1 – 5, lakkofsaan 26 ijaramee jira.

  • Marii tokko shanee guyyaa 60 gagessuuf karoorfamee marii tokko shanee guyyaa 60 gaggeeffamee jiraa.

  • Tokko shanee 26 irratti adda durootaa filachisuu fi cimsuuf karoofamee tokko shanee 26 irrattii adda duree fi barreessaa filachisun cimee jira.

Gabatee : Hojiiwwan leenjidhaan walqabatan bara 2007




Lakk

Mata duree leenjii

Saf.

Karoora Wagaa 2007

Wagaa 2007

Ibsa

Raw.

%

1

Lenjii yeroo gaggabaaboo

Lakk.













1.1

Rawwata qophesu




130

121

93




1.2

KAIZEN




45

35




Guyyaa 2’f

1.3

Driliing technics




30

30




Guyyaa 10’f

1.4

Leenjii waldeera




10

0

0




1.5

Gamaggama rawwii ji’a 6n fi karoora ji’ottan 4n hafan irraatti hubannon uumamera




120

108




Guyyaa 1’f

1.6

Leenjii kaayizan irratti hojjettoota hirmaachisuu







3




Guyyaa 4’f

1.7

Others




50

5




Ji’a 2’f

1.8

KGT irrattii




95

95

100

Guyyaa 2’f

2

Leenjii yeroo dheeraa
















2.1

Hojjettoota sad.barnoota isaan fooyyeffachaa jiran




3

2




L.Y.dheera



Gabatee : Dhimma Qacarri fi Gadlakkisa Hojjattootatiin walqabatu bara 2007


Lakk

Gosa Ogummaa

Saf

Karoora Waggaa

2007


Qacarri humna namaa Karoorfamanii fi Raawwataman

hojjetoota hoji gadilakkisan

Kar.

Raw.

%

1

Qacarrii

Lakk

48

48

28

58

23

2

Guddina Sadarkaa

Lakk

60

60

32

53






Guddinaa Sadarkaan
Bara 2006 keessa guddinni sadarkaa kan hin turre yoo tahu bara 2007 keessa Guddinaa Sadarkaan keessatiin guutachuu ilaalchisee gita hojii 42 irratti hojjattoota lakk 60 tahan keessaa guddisuuf karoorfamee gita hojii 28 irratti hojattoonni 69 galama’anii gitaa hojii 24 murtii argatee hojattoonni akka beekaan beeksisni maxanfamee xalaayaan hojatotaa lakk 24 ta’aniif barreefamee jira

Qacarrii Gageessuu

  • Bara 2006 keessa qacarriin gaggeeffame kan hin jirre yoo tahu ramaddiin caasaa haaraa irratti hojjattoota 214 tahaniif gaggeeffamee jira. Bara 2007 akka humna namaatti ammo konkolachisitoota nama shan(5) qacaruuf dorgomtoota nama 59 galma’an keessa calallii duraa darbuun qormaatatti kan dhiyaatan dorgomtootni alaa kudha ja’a (16) qormaatatti dhiyatanii akka fudhatan ta’ee jira.

  • Qaccarriin waardiyyaa namoota (5) dhiira afur (4) fi dubartii tokko (1) qacarriin gaggeffamee jira.

  • Humna namaa guddina sadarkaatin guttachuu hin dandenyee, qacarriin guttachuun maloota humna namaa itti guuttamu keessaa Inni 2ffaa (lammaaffan) Qacarrii alaatti. Haaluma kanaan gita hojii 29 irrattii hojjattoota lakkoofsaan 48 qacaruuf karoorfamee, bara kanatti hojjataan kudha afur(14) qaccariin gaggeefame ture.

  • Beeksisaa hojjilee hatatamaaf barbadaman kan bakka duwwaa 2 ta’un hayidiroJi’ologistii nama ja’a qaxaruuf fi wardiyaa nama 4(afur) beeksisa ba’e rratii namoota galma’an calaluun gara qormaatatti akka dhiyaatan tasifameeraa. Haaluma kanan bakka duwwaa Bahe irrattii dorgomtoota dhufan nama 19 galmeen isaanii akka gaggeeffamuu tasifameera. Caalalliin duraa namni 9 (sagal) darbanii namni 6(ja’a) qormaata fudhatanii jiru. Isaan kana keessaa nama shaniif xalayaan rammaddii bareefamee jira.

  • Qacarrii ilaalchise IDO’n haaraa hundaa’uu isa irraan kan ka’ee muldhataa fi ergamaa akka naannotti itti kennameef bo’achuuf humni nama murteessaadha. Kanumarra ka’uudhaan qacarriin adeemsifamee tures.

  1. Barreessituu lama

  2. Ogeessaa olaanafi qindeessa riiformii tokko

  3. Ogeessa ol’aanaa fi Qindeessa bitta tokko

  4. Ogeessa IT tokkoo

  5. Ogeessaa olaanaa bulchiinsa humna nama fi qindeessaa tajaajila mara tokko

  6. Konkollaachiiftoottaa torbaa (7)

  7. Waardiyyaa shaan (5)

  8. Qabaa mallaqaa saayitii shaan (5)

  9. Hojjetootaa mana kuusaa afur (4)

  • Odiitaraa IV tokko qacarriin isaanii barbaachisummaan isaanii itti amanamee qaccarriin isaanii akka raawatamu ta’eera

Walumaa galatti bara kana hojatoota 48 qacaruuf karoorfamee hojjataan lakk 34 ta’an qacaramanii jiru.

    1. Yüklə 1,08 Mb.

      Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   15




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin