III. Madda Faayinaansii
| -
Maallaqni hojii ijootiif ramadame xiyyeeffannoon kennamuu isaa
-
Sirna faayinaansii egani raawwachuu
| -
Riifoormiin to’annoo faayinaansi itti fufiinsaan hojiirra ooluu dhabuu isaa
-
Gabaasa argannoo bu’aa odiitii booda tarkaanfiin sirreeffama fudhatamu laafaa ta’uu isaa
-
Bu’aa ikkupmantti irraa argamu madaaluu dhabuu
|
| -
Maallaqa ramadame duguuganii itti fayyadamuu
| -
Baasii fi bu’aan raawwii hojii madaalaa deemuu irratti hanqinni jiraachuu
-
Bittaa fi caalbaasiin gaggeeffamu si’aayina fi qulqullina haala barbaaddameen kan hin qabaannee fi raawwiin isaas harkifataa ta’uu
-
Ilaalchi kiraa sassaabdummaa jiraachu
|
| -
Gaaffiin kaffaltti yeroon gaafatamu isaa
| -
Hanqinni maallaqaa jiraachuu
-
Qabeenya Intarpiraayizichaa sochoosuun maallaqa gahaa ta’e maddisiisuu fi madda faayinaansii biraa babal’isuu dhabuu
-
Aadaa qusaannoo qabeenyaa guddiisuuf hojiin hubannoo uumuuf raawwatame gadi aanaa ta’uu isaa
|
|