IV. Faasiliitiwwaan
-
Gamoo Waajjira, Meeshaalee Waajjiraa fi Konkolaatotaa, maashinarii, light plant(janareetara, kompireesara fi kkf)
| -
Faasiliitiwwan kan akka Waajjiraa, Meeshaalee waajjiraa fooya’aa ta’uu isaa.
-
Meeshaalee wal-quunnamtii kan akka Bilbilaa, Faaksii, Intarneetii fi kkf fooyya’aa ta’uu isaa
| -
Qabiinsi, itti fayyadamnii fi bulchiinsi qabeenya dhaabataa fi dhumataa laafaa ta’uu
-
To’annoo fi hordoffiin laafaa ta’u isaa
|
V. Qabeenya Humna Namaa
-
Duudhaalee, Ilaalchaa fi Aadaa
|
-
Humna nama itti fufiinsaa fi bu’aa qabeessuumaa Intarpiraayizichaaf haawii guddaa qaban jiraachuu
| -
Namoota dandeettii qaban humna isaani duguugani itti fayyadamu dhabuu,
-
Aadaan hojii fi ilaalchi tajaajiltummaa uummataa rawwaattoota biratti sadarkaa barbaadamutti jiraachuu dhabuu isaa
-
Humna namaa teekinooloojii ammayyaa fayyadamuu irratti ogummaa fi dandeettii gahaa qabu sadarkaa barbaadameetti uumamuu dhabuu
-
Eeggattummaan jiraachuu fi kaka’umsa ofiitiin hojjachuun akka aadaatti baratamuu dhabuu
-
Sirna qabiinsa hojjetaa laafaa ta’u
|
-
Hojii misooma qabeenya humna namaa
-
Bulchiinsa qabeenya humna namaa
| -
Haalli mijaawaan naannoo hojii uumuuf jalqabbiin jiraachuu isaa
-
Dhaabiilee walfakkaatan irraa muuxannoo hojii fudhachuuf jalqabbiin jiraachu
| -
Misooma humna namaa cimisuuf carraa leenjii biyya alaa fi biyyaa keessaa duguuganii itti fayyadamu dhabuu
-
Humna namaa gahumsaafi baay’inaan barbaadamuun yeroon guutamu dhabuu,
-
Sirni madaallii fi badhaasa raawwii hojii mana hojii, garee fi hojjettootaa jiraachuu dhabuu.
|
|
| -
Kaffaltii mindaa fi faayidaaleen oggeessota hojiirra tursiisuu fi gabaarraa harkisuu dandeessisu dhabuu
|
-
Turtii hojjataa(tasgabii hojjettoota)(Staff stability)
|
| -
Sirni oggeessota oggummaa fi dandeettii qaban hojiirra tursiisuu diriiruu dhabuu
|
|