| -
Baayy’innii uummataa gar-malee dabaalaa deemuu isaatiif fedhiiin hawaas-diinagdee guddaachaa deemuu (fedhii daandii argachuu dabaluu)
-
Humni omishaa misoomaa irratti hirmaachuu danda’u naannicha keessaa jiraachuu
-
Egumsa qabeenya Intarpiraayizichaa irratti qodini ummani qabu guddaa ta’usaa
-
Akka biyyaatti iddoo balaan uumamaa ‘natural disaster’ fkn kirkira lafa, sigiga laafaa, volkaanoo fi kkf jiran adda ba’anii ta’uu isaa,
| -
Uummanni naannoo gammoojjii jiran faffaca’ee jiraachuun isaa dhiyyeessii bu’uura misoomatiif mijaawaa ta’uu dhabuu.
-
Bakka ummani fafaca’ee jiraatuutti humni namaa ogummaa qaban dhabamu
-
Roobni yeroo isaa hin egnee roobu
-
Cirrachi filatamaa, bishaan bakka dhihotti argamuu dhabuu
-
Jijjirama qilleensa baramaa (global warming) uumamuu danda’u
|