Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 1,97 Mb.
səhifə15/42
tarix03.01.2022
ölçüsü1,97 Mb.
#39165
1   ...   11   12   13   14   15   16   17   18   ...   42
Qabxiilee Xiinxalaa

Caarraa (Opportunity)

Sodaa (Threat)

III. Hawaasummaa – Aadaa (Social Condition) fi Barnoota







  • Humni oomisha dubartootaa fi dargagootaa misoomaaf ooluu danda’u naannicha keessa jirachuu isaa

  • Fedhiin hirmaannaa haawaasni misooma ijaarsa irraatti qabu jiraachuu

  • Muuxannoowwaan gaggaarii walii dabarsuu irraatti qunnamtiin dhaabbilee ijaarsaa biroo waliin jalqabame jiraachuu isaa

  • Karoora guddinaa fi tiraansifoormeeshiinii akka biyyaa fi naannootti qophaa’e galmaan gahuuf humni nama barate misoomaaf deggarsa kennuu danda’uu baay’inaan yunivarsiitootaa fi kolleejjota irraa eebbifaman jiraachuu

Nama baratee fi gahumsa qabu gabaaraa argachu,

  • Aadaan dubartoota qixa hundaan hojii misooma irraatti hirmaachisuu dadhabaa ta’uu

  • Tatamsa’innii dhibee dadarboo fkn HIV/AIDS, Sombaa fi kkf jiraachuun isaa humna misoomaaf oluu miidhuu danda’uu




  • Hojiiwwan misoomaa ijaarsaa naannicha keessaatti raawwatamaa jiran qixa barbaadameen hojii dhabdummaa hir’isuu dhabuu





Yüklə 1,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   11   12   13   14   15   16   17   18   ...   42




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin