Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


IV. Haala Diinagdee (Economic Condition)



Yüklə 1,97 Mb.
səhifə16/42
tarix03.01.2022
ölçüsü1,97 Mb.
#39165
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   ...   42
IV. Haala Diinagdee (Economic Condition)







  • Diinagdeen akka naannoo fi biyyaatti ittiifufiinsaan guddachaa dhufuu isaa

  • Qabeenyi uumamaa misoomaaf ooluu danda’u bal’inaan naannicha keessa jiraachuu

  • Jalqabbiiwwaan investimantii carraa hojii uumuu danda’an jirachuu

  • Hirmaannaan fi deeggarsi arjoomtootaa fi qooda fudhattootaa gudachaa dhufuu

  • Carraan gabaa bal’inaan jiraachuu

  • Karoorrii Guddinaa fi tiraanisfoormeeshinii akka biyyaatti jiraachuun isaa misooma ariifachiisaa fi itti fufiinsa qabu mirkaneessuuf carraa uumuu isaa

  • Baay’inaan jiraachuu dhaabbilee maalaqaa

  • Dhalli baankii invastimantii xiqqaa ta’u

  • Qaalaa’insa jireenyaa jiraachuu fi tasgabbiin gabaa biyya keessaa fi alaa dhabamuu

  • Oomishni biyyaa keessaa gabaa addunyaa irratti dorgomaa ta’uu dhabuu.

  • Liiqiin maallaqaa adunyaa irraa haala barbaadamun argamu dhabuu.

  • Liqii argachuuf haal-dureewwan jiran mijaawaa ta’uu dhabuu


Yüklə 1,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   12   13   14   15   16   17   18   19   ...   42




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin