Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 1,97 Mb.
səhifə19/42
tarix03.01.2022
ölçüsü1,97 Mb.
#39165
1   ...   15   16   17   18   19   20   21   22   ...   42
Ciminaa

Dadhabbina

Caarraa (Opportunities)

Sodaa (Threats)

  • Dambii, qajeelfama fi maanuwaalii hojii misooma hojjechiisuu danda’u jiraachuu

  • Ergamni fi mul’atni hojjachiisuu danda’u jirachuu isaa

  • Meeshaalee jijjiirama (JBAH, raayyaa misooma fi Kaayizan) hojii irra oolchuu

  • Karoora tarsiimoo waggaa shanii fi karoorri waggaa (Action plan) jiraachuu.

  • Hojimaatni tajaajila wal fakkaatu iddoo tokkootti haala kennuu danda’uun urmaa’uun hojjetamaa jiraachuu

  • Horodoffii fi deeggarsi hoggansa jiru haarcaatii qabaachuu

  • Caaseefamaa jirun Adeemsa hojii jiru hubatanii ittin fayyadamu irratti hanqinnni jiraachu

  • Meeshaalee riiformii hojii irraa olchuf rinciicu

  • Manuwaalii bulchiinsa qabeenyaa hojii irra olchuuf gara dubatti harkiifachu

  • Karoorri tarsiimoo waggaa shanii jiratuullee, sanada kanaan hogganamanii hojii raawwachuu dhabuu

  • Karooraaf kan fayyadu danda’u ragaan qulqullu ta’ee fi gabaasni raawwii guutuu ta’e dhabamuu

  • Sirna Qunnamtii Teeknoolojii Oddeeffannoo jirutti gutuumaa guututti itti fayyadamuu dhabuu

  • Hojiilee dhimma hundaa (cross cutting issue) karoorsuun bifa qindoominaa fi itti fufiinsa qabuun hojii irra oolchuun bu’aa isaa gamaaggamuu fi hordofuu akkasumas ‘feedback’ kennu dhabuu

  • Bulchiinsi qabeenya intarpiraayizii dadhabaa ta’u

  • Istaandaardii kenna tajaajilaa fooyyeesuuf qoratame hojii irra ooluu dhabuu isaa

  • Meeshaaleen jijiiramaa JBAH hanga barbaadameen TQOn deeggaramuu dhabu




  • Karoora guddinaa fi tiraansifoormeeshiinii akka biyyaa fi naannootti qophaa’e galmaan gahuuf humni nama barate misoomaaf deggersa kennuu danda’uu baayyinaan yunivarsiitootaa fi Kolleejjota irraa eebbifaman jiraachuu

  • Sirnootni(hojjimata) qulqulliina fi si’aanii hojii foyyeesuf hojiirra olan baay’achu

  • Sirni adeemsa hojii mij’aa jiraachu




  • Meeshaalee wal-quunnamtii kan akka Bilbila, Faaksii, Interneetii fi kkf fayyadamuu

  • Humni namaa oggummaa fi dandeettii qabu jiraachu

  • Barnoonni fi leenjiin ogummaa bal’inaan kennamaa jirachuu isaa




  • Rakkoo ilaalchaa, hanqina dandeettii fi dhiyeessii jiraachuu

  • Humni namaa oggummaa fi beekumsa qabu qixa barbaadameen jirachuu dhabuu

  • Aadaan hojii fi ilaalchi tajaajiltummaa maamilaa rawwaattoota biratti sadarkaa barbaadamutti jiraachuu dhabuu isaa

  • Ogummaan hojimaata ammayyaa fi guddina TQO waliin bifa misooma ariifachiisuu danda’uun sadarkaa barbaadameen jiraachuu dhabuu isaa

  • Misooma humna namaa cimisuuf carraa leenjii biyya alaa fi biyyaa keessaa duguuganii itti fayyadamu dhabuu

  • Sirni madaallii fi badhaasaa jiraachuu dhabuu

  • Kaffaltii mindaa fi faayidaaleen oggeessota hojiirra tursiisuu fi gabaarraa harkisuu dandeessisu jiraachuu dhabuu




  • Humni umuriin isaa hojiif gahaa ta’e misooma irratti hirmaachuu danda’u naannicha keessaa jiraachuu isaa

  • Mootummaan teeknoolojii ammayaa babali’suuf xiyyeeffannaan kennaa jiru ol’aanaa ta’uu isaa

  • Teknooloojiwwaan ammayyaa fi bu’a-qabeessa ta’an jiraachuu isaanii

  • Leenjiin adda addaa humna raawwachisummaa cimsan jirachu



  • Tatamsa’innii dhibee dadarboo fkn HIV/AIDS, Sombaa fi kkf jiraachuun isaa humna misoomaaf oluu miidhuu danda’uu

  • Humni namaa muxaannoo qabu hojii gadi lakkiisu fi humnii namaa muxannoo fi danddeetti qabuu haala barbaadamun gabaa irraa argachu dadhabu

  • Babal’ina industirii wajjiin faallama naannoo (jijiirama qilleensaa, bishaan, biyyoo fi kkf) daran dabalaa deemuu

  • Teeknoolojii haaraa fudhatee hojirra oolchuurratti rincicini jiraachuu

  • Namootaa dandeettii itti fayyadama teknoolojii qaban haala barbaadameen argachuu dhabu,


Yüklə 1,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   15   16   17   18   19   20   21   22   ...   42




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin