Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Humna Namaa Intarpiraayizichaa



Yüklə 1,97 Mb.
səhifə2/42
tarix03.01.2022
ölçüsü1,97 Mb.
#39165
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   42
1.2 Humna Namaa Intarpiraayizichaa

Baay’iina hojjataa IIDO bara 2003 hanga dhuma bara 2007tti qabu haala armaan gadiitti chaartii keessatti ibsameera.



Gabatee-1

Hojjatoota Intarpiraayizichaa, Saalaan, Bara 2003 - 2007


Saala

2003

2004

2005

2006

2007

Dhiira

1,622

1,611

1,614

1,078

1,110

Dhalaa

119


121

127

134

140

Ida’ma

1,741

1,732

1,741

1,212

1,250


Baayyina

Hojjataa

Bara


1.3 Gamaaggama Raawwii Hojii Bara 2003-2007
Intarpiraayiziin Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa hojii ijaarsa daandii haala qulqullinnaa fi gahumsa qabun yeroo qabame keessatti raawwatee itti qufiinsa maamiltootaa fi dhimmamtoota isaa daran guddiisu haala danda’un hojjechaa jira. Waggoota shanan darban kanuma dhugoomsuuf jecha karoorri guddinaa fi tiraansformeeshinii waggaa shanii maarsaa 1ffaa (2003-2007) qopheessee sochiin godhaa tureera. Sochii kanaanis bu’aalee abdii qabeessa ta’an galmaa’aniiru.

Kaayyoon Intarpiraayizichaa inni guddaan indastirii ijaarsaa keessatti dorgomaa ta’e argamuun qabeenya muraasa jiru qixa sirrii ta’een fayyadamuudhaan babal’isuu daandii keessatti hirmaachuun fedhii daandii mootummaa fi ummanni qabu guutuudha.



Kanara ka’un hojiilee baroota darban (2003-2007) gama hundaan raawwataman gabaabinaan akka armaan gadiitti gamaaggamame jira.



      1. Yüklə 1,97 Mb.

        Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   42




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin