səhifə 20/42 tarix 03.01.2022 ölçüsü 1,97 Mb. #39165
Gabatee-11
Dhimmoonni Gufuu Ta’an (Pains)
Tarkanfiwwan Fudhatamu Qaban
Dandeettii raawwachisummaa Rakkoo ilaalchaa, hanqina dandeettii fi dhiyeessii irraa madu
Ilaalcha:
Humna sadarkaa sadarkaan jiru ilaalcha eegatumaa irraa bilisa ta’uun, kaka’umsaa fi si’oominaan hojjachuu dandeessisu hubannoo umun, miira tajaajiltummaa fi miira qophaa’iinaa jijjijiramaa akka horatu gochuun galma ga’iinsa tarsiimichaattiif akka gumaachaan irratti hojjechaa deemuu.
Dandeettii:-
Meeshaalee riiformii (JBAH, SMABK, RJSS, Kaayizan fi k.k.f) hojii irra oolchu dandeetti raawwachiisummaa hojjataa cimsuu
Sirna hoggansa humna namaa raawwii hojii fi bu’aa qofaan madaaluu danda’u diriirsuu
Barnootaa fi leenjii irratti xiyyeeffachuun dandeettii raawwachiisummaa hoggansaa fi hojjataa cimsaa deemuu
Raayyaa misoomaa cimaa ijaaruu damaqinaa fi kutanoodhaan hojii akka raawwatu gochuu
Muxannowwan gaggaarii babal’iisu
Dhiyeessii:-
Karoora sirri qopheessun itti hogganamu
Hojimaata fi gurmaa’insa hojjataa saffisiisuu danda’u rakkoowwan dhiyeessii ijoo ta’an hiikuun seera , dambiilee, qajeelfamoota fi manuwaalii baasuu fi kan jiru hoji irra olchu
Caasaa sadarkaa hunda irra jiran TQOn akka deeggeraman taasisuu
Sirna hojimaata humna namaa ittiin hogganamuu danda’u diriirsuu
Ikkupimantii fi meeeshaalee hojii ijaarsaaf barbaachisan guttachu
Rakkoo tooftaa bulchiinsa gaarii diriirsu fi hojii ammayyeessu
Dostları ilə paylaş: