Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Rakkoo Bulchiinsa Gaarii Hiikuf Hojjiwwaan Gama Humna Namaatiin hojjatamu qaban



Yüklə 1,97 Mb.
səhifə21/42
tarix03.01.2022
ölçüsü1,97 Mb.
#39165
1   ...   17   18   19   20   21   22   23   24   ...   42
Rakkoo Bulchiinsa Gaarii Hiikuf Hojjiwwaan Gama Humna Namaatiin hojjatamu qaban

  • Sagantaalee rifoormii fi paakeejii bulchiinsa gaarii hojiirra oolchuudhaan ol’aantummaa seeraa mirkaneessuun madda kiraa-saasaabdummaa hundeerraa dhabamsiisuu

  • Hoggansa sadarkaa sadarkaan jiru ilaalcha, yaadaa, amalaa fi raawwii hojii isaatiin humna jijjiiiramaa fi gahumsa qabu taasisuu

  • Hojimaata hoggansi raawwii hojii isaa yeroo yeroodhaan ittiin gamaaggamu diriirsuu

  • Sirna keessumeessaa komii tajaajilamtootaa diriirsuun hojiirra akka oolu taasisuu

  • Ergama, mul’ata, kaayyoo fi galma dhaabbatichaa dhugoomsu dandeessissu hojii irra olchu

  • Sirna TQO diriirsu

  • Aadaa gareen hojjachu babal’isuu

  • Hojjataan hojii irraatti ofiitti amantummaa akka horatuu haala mijeessu

Faayinansi

  • Riiformii to’annoo faayinaansii itti fufiinsaan hojii irraa akka ooluf irratti hojjachu

  • Mala qabiinsa herreega kompitaraan deeggarame hojii irra oolchu

  • Bulchiinsa maallaqa callaa fi qabiinsa heerrega baasii cimsu
Dhimmoota Ijoo Dadhabbinaa fi Sodaa Irraa Maddan fi Tarkaanfii Fudhatamuu Qaban



Yüklə 1,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   17   18   19   20   21   22   23   24   ...   42




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin