Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Dhimmoonni Gufuu Ta’an (Pains)



Yüklə 1,97 Mb.
səhifə22/42
tarix03.01.2022
ölçüsü1,97 Mb.
#39165
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   ...   42
Dhimmoonni Gufuu Ta’an (Pains)

Tarkanfiwwan Fudhatamu Qaban

  1. Dhimmoota seektara hunda ilaallatu qindoominaan rawwachuu fi haala barbadamuun bu’aa fiduu dhabuu (cross cutting issues)

  • Imaammattoota, sagantaalee, seerotaa fi qajeelfamoota dhimma dubartootaa, dargaggootaa fi daa’immanii ilaalchisee bahan naannicha keessatti sadarkaa hundarratti itti fufiinsaan hojiirra oolchuu

  • Sagaantaawwan misoomaa kamiyyuu keessatti dubartootni fi dargaggoonni akka hirmaatanii fi gama hawaasummaa, diinagdee fi siyaasaatiin fayyadamtoota taasisuu

  • Namoota HIV/AIDS waliin jiraatan xiyyeeffannoo adda ta’e kennuun deeggersaa fi kunuunsa gochuudhaan tatamsa’ina dhukkubichaa xiqqeessuu

  • Haaluma walfakkaatuun dhimmoota seektara hundaa idileessuu.

  1. Dorgomaa cimaa fi gahuumsa qabu ta’uu dhabuu

    1. Qabeenya Humna Namaa

  • Hojjataa gahuumsaa fi muuxannoo qabu horachuu

  • Ilaalcha ni danda’ama jedhu hojjataa keessatti uumuu

    1. Bulchiinsa ikkupimantii fi itti fayyadama

  • Seenaa (history jacket) maashiinarii, konkolaatotaa fi ’light plant’(compressor, generator, welding machine and etc) bifa ammayyaa (computerized) fi seeraan galmaa’e qabaachuu

  • Mashinarii haaraa hojii ijoo garaagaraaf barbaachisan dhiyeessuu

  • Sirna suphaa dursaa (PM) fi booda (CM) fooyyessuu

  • Humna oomishummaa maashinarii beekuu fi irratti hojjachuu

    1. Hojii Ijaarsaa fi Kontiraataa

  • Ijaarsa qulqullina qabu raawwachuu

  • Hojii Ijaarsaa yeroo waliigaltee galameen xumuruu, wal harkaa fuudhinsa yeroon raawwachuu

  • Hojii kontiraataa bifa si’aawaa fi yeroo ammayyaa ta’een irratti hirmaachu

  • Eeggattummaa Abbaa Taayitaa Daandii Oromiyaa jalaa bilisa bahuu

  • Hojiilee Ijaarsaa qophii dizaayinii irraa kaasee hanga ijaarsaatti jiru qindoominaan hojjachuu

  • Oomishummaa mashinootaa sirriittin too’achuu

  • Hojii galii dabaltaa maddisisan babal’iisu

  1. Galiin Intarpiraayizichaa sadarkaa barbaadameen guddachuu dhabuu

  • Maddoota galii Intarpiraayizichaa babal’isuu

  • Baasii xiqqeessuuf normii qophaa’e guutummaan guututti hojii irra oolchuu

  • Inveestimentii garagaraa irratti hirmaachuu

  • Galii gurgurataa oomisha meeshaalee ijaarsaa irraa argamu babal’isuu

  • Sirna qisaasa’ina qabeenyaa hir’isu irratti gadi fageenyaan hojjachuu
Gabatee-12


Yüklə 1,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   18   19   20   21   22   23   24   25   ...   42




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin