Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 1,97 Mb.
səhifə32/42
tarix03.01.2022
ölçüsü1,97 Mb.
#39165
1   ...   28   29   30   31   32   33   34   35   ...   42
Ida'ama

127,123.82

822,219.00

1,250,953.00

1,608,671.60

1,832,837.50

5,641,804.92

Ida'ama Waliigalaa

1,182,557.95

1,448,681.29

1,625,012.72

1,848,014.70

1,832,837.50

7,937,104.16


Gabatee 19

Garaagarummaa Galii fi Baasii Pirojaktotaa, Qr ’000n

Lakk

Maqaa Pirojaktii

Karoora Bara Baraan




Ida’ama(2008-2012)

2008

2009

2010

2011

2012

 I

Bara 2008 keessa xumuruuf kan karoorfaman

75,411.07













75,411.07

1

Amboo-Kaarraa

3,000.12

 

 

 

 

3,000.12

2

Amboo –Xullee

4,758.32

 

 

 

 

4,758.32

3

Aqaaqii-Labuu

1,327.26

 

 

 

 

1,327.26

4

Baabbichi-Muunyoo

4,352.06

 

 

 

 

4,352.06

5

Calalaqaa-Bordoddee

12,808.67

 

 

 

 

12,808.67

6

Ejersaa/G-Cinaaksan

19,657.59

 

 

 

 

19,657.59

7

Galloo/A-Bareedaa

210.37

 

 

 

 

210.37

8

Haratoo Wayyuu(12km)

3,117.96

 

 

 

 

3,117.96

9

Konoo-Dogomaa

16,183.77

 

 

 

 

16,183.77

10

Migiraa-Iddoqubsummaa

1,444.55

 

 

 

 

1,444.55

11

Shanan-Baabbichi

(525.91)

 

 

 

 

(525.91)

12

Shanoo-Dannabaa

5,593.51

 

 

 

 

5,593.51

13

Shawee Angetuu

4,511.91

 

 

 

 

4,511.91

14

Silxaanaa-Miiccituu

(1,029.11)

 

 

 

 

(1,029.11)

 II

Kan Itti Fufan (Kan Ce'an)

132,251.15

172,253.32

83,712.03

46,618.40




433,909.31

15

Abaayyaa- Naccisaar

10,358.33

18,637.00

8,340.40

7,586.82




44,922.55

16

Baggee-Kattaa

10,456.09

29,437.76










39,893.85

17

B/diimtuu-Hantuuti

16,541.45

11,729.28

12,878.42







41,149.15

18

Ciraa-Afaalloo –Cariiqoo

16,071.93

9,715.76










25,787.69

19

Dubuluq-Diilloo

6,727.27

4,228.28










10,955.55

20

G/masqal-Walaaqaa

14,923.12

9,901.97

3,811.68

(2,245.04)




26,391.73

21

Kurbii-Qiwwee Daadoo

5,133.32

2,118.92










7,252.24

22

Miccaa-Beeltuu

5,613.97

3,431.91

3,193.66







12,239.54

23

Qarccaa-Shaakkisoo

11,692.52

32,768.48

23,628.74

32,745.80




100,835.54

24

Sh/Boke-Haranfamaa

7,644.20

5,568.38










13,212.58

25

Walal-Nuunnuu

9,673.28

31,739.19

31,534.62

8,530.82




81,477.91

26

Waachoo- Gaarii

9,082.52

5,109.98

324.51







14,517.01

27

Yaayyoo-Elemoo

7,407.56

7,866.41










15,273.97




Daandii Bonaa Gannaa (kan turan)

207,662.15

172,253.32

83,712.03

46,618.40




509,245.97

28

Ijaarsa Daandii haaraa

10,500.00

126,891.00

244,497.00

332,918.40

406,875.00

1,121,681.40

29

Suphaa Daandii Cirachaa

3,600.00

6,000.00

9,750.00

14,700.00

19,687.50

53,737.50

30

Ijaarsa daandii Asfaaltii




12,000.00

19,200.00

29,920.00

39,600.00

100,720.00

31

Suphaa Asfaaltii




15,000.00

30,000.00

56,100.00

66,000.00

167,100.00

32

Ijaarsa Gamoo

700.00

840.00

1,050.00

1,050.00

1,400.00

5,040.00

33

Ijaarsa bishaanii







900.00

1,800.00

2,250.00

4,950.00

 

Ida'ama

222,462.15

332,984.32

389,109.03

483,106.80

535,812.50

1,962,474.87

4.5 Hojii Bulchiinsa Kontiraataa

Yeroo ammaa Intarpiraayizichi baayyina pirojeektoota 27 hojii ijaarsa daandiiwwan bonaa gannaa dheerina waliigalaa km 1,131.28 fi Maallaqaan ammoo Qr Biiliyoona 5.16 kontiraata seenee of harkaa qaba. Kana keessaa hojiin isaa kan raawwataame km 642.21 fi maallaqaan qarshii Biliyoona 2.38 yammuu ta’u yeroo ammaa km 489.07 fi hojiin gatii qarshii Biliyoona 2.76 ta’u kan hafee dha.

Intarpiraayizichi gabaa keessatti dorgomaa ta’ee argamuun kaayoo dhaabbateef bakkaan ga’uun irraa eegama. Kana waan ta’eef hojii harkaa qabu qulqullinaan raawwatee maamilaa isaa qubsuun yeroo waliigaltee keessatti raawwatee dabarsuun alatti dabalataan gabaa iraa hojii garagaraa barbaaduun argachuutu irra jira. Haaluma kanaan, bara 2008-2012 keessa hojii daandii bonaaa gannaa km 1,110 Qr Biliiyoona 5.54 kan ta’u argamuu akka daanda’u karoorfamee jira. Walumaagalatti daandii bonaa gannaa harkaa qabu dabalatee km 1,599.07 fi maalaqaan qarshii Biiliyoona 8.27 irratti hojjatamuuf karoofameeraa. Akkasumas, hojii suphaa daandiii km 760 fi maalaqaan miiliyoona 391.25, ijaarsa gamoo alaa argamu fi dameewwan suphaa adda addaa irratti ijaaruuf karoorfame maalaqaan qarshii miiliyoona 260, hojii bishaanii qarshii miiliyoona 350, suphaa Asfaaltii km 450 maalaqaan qarshii miiliyoona 960, asfaaltii haaraa km 125, maalaqaan qarshii Biiliyoona 1.06 waggootan shanan kana keessa argachuuf akka irratti hojjatamu karoorfameera.

Karoora kanas galmaan ga’uuf bulchiinsa kontiraataa wajjin walqabatee hojiiwwan raawwachuuf karoorfaman keessa gurguddoo kan ta’an:-



  • Hojii ijaarsaa garagaraa gabaa irraa barbaaduun, piropoozaala tekinikaa fi faayinansii qopheessuun caalbaasii irratti hirmaachuu, pirojeektota ijaarsaa irra jiran haala waliigalteetiin hordofuun bulchuu

  • Gatii hojii ijaarsaa (Unit Price) haala gabaa yeroo wajjiin wal-simsiisuun galmeessuu, qorannoo gaggeessuu fi sireessuuf irratti hojjachuu,

  • Pirojaktoota bara 2008-2012 keessa fi sana dura xumuraman 44 wal harkaa fuudhinsi duraa akka raawwatu taasisuu, akkasumas bara baraan kan xumuraman bifa wal fakkatuun raawwachuu.

  • Pirojektoota yeroo adda addaa keessa xumuraman baay’inni 47 ta’an KGT II keessa wal-harkaa fuudhinsa dhumaa gochuu.

  • Pirojaktoota dheerina guddaa qabani yookan atattamaan tajaajila geejibaaf barbaadaman jedhamnii yaadaman 8 Walharkaa fuudhinsaa dhaawwataa (partial hand over) gochuun abbaa pirojaktiif dabarsuu.



Yüklə 1,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   28   29   30   31   32   33   34   35   ...   42




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin