|
Karoora Bittaa Dandeettii Cimsuu 2008-2012 (Gosaa fi Baayyinaan)
|
səhifə | 34/42 | tarix | 03.01.2022 | ölçüsü | 1,97 Mb. | | #39165 |
| Bu səhifədəki naviqasiya:
- Ida’ama 31 37 27 42
- Ida’ama 36 24 40 22
- Ida’ama Waliigalaa 80 61 67 64
- Karoora Bittaa Dandeetii Cimsuu 2008-2012, Qr 000n
- 162,000 114,545 162,000 146,004
- Idaama (2-7) 108,623.00
- 109,891 - Ida’ama Waliigalaa
- 162,000.00 114,545.00 162,000.00
- 2.4.7.1 Hojiiwwan Gurguddaa Raawwachuuf Karoorfaman.
Karoora Bittaa Dandeettii Cimsuu 2008-2012 (Gosaa fi Baayyinaan)
Lakk
|
Gosa Meeshaa
|
2008
|
2009
|
2010
|
2011
|
2012
|
Ida'ama
|
1
|
Doozara
|
5
|
10
|
10
|
10
|
5
|
40
|
2
|
Gireedara
|
5
|
5
|
3
|
5
|
5
|
23
|
3
|
Loodara
|
10
|
6
|
4
|
7
|
6
|
33
|
4
|
Roolara
|
10
|
5
|
5
|
7
|
7
|
34
|
5
|
Foorki liiftii
|
|
1
|
|
|
|
1
|
6
|
Waagan Diriilii
|
1
|
|
|
|
|
1
|
7
|
Eksikavaatara
|
|
3
|
2
|
8
|
3
|
16
|
8
|
Tiraaktara harkifama waliin
|
|
7
|
3
|
5
|
|
15
|
|
Ida’ama__31__37__27__42'>Ida’ama
|
31
|
37
|
27
|
42
|
26
|
163
|
1
|
Konkolaataa garagalchaa
|
20
|
10
|
15
|
10
|
5
|
60
|
2
|
Konkolaataa Xiqqaa
|
5
|
5
|
10
|
5
|
5
|
30
|
3
|
Loobedii
|
|
|
|
2
|
|
2
|
4
|
Konkolaataa Bottee Bishaanii
|
7
|
5
|
5
|
3
|
|
20
|
5
|
Konkolaataa Fe’iinsaa
|
|
2
|
4
|
2
|
|
8
|
6
|
Konkolaataa Boottee boba’aa
|
3
|
2
|
5
|
|
|
10
|
7
|
“Truck Mixer”
|
1
|
|
1
|
|
|
2
|
|
Ida’ama
|
36
|
24
|
40
|
22
|
10
|
132
|
1
|
Meeshaalee Asfaaltii Gosa Adda Addaa
|
13
|
|
|
|
|
13
|
2
|
Bittaa Meeshaalee Dhaabbataa Gaaraajii
|
Add addaa
|
|
|
|
|
|
3
|
Investimantii adda addaa
|
“
|
|
|
|
|
|
4
|
Bittaa Meeshaalee dhaabbataa Biiroo Keessaa
|
“
|
|
|
|
|
|
5
|
Meeshaalee Ijaarsaa Kan biroo
|
“
|
|
|
|
|
|
6
|
Meeshaalee Qiyyaasaa
|
“
|
|
|
|
|
|
7
|
Meeshaalee kaampii
|
“
|
|
|
|
|
|
|
Ida’ama Waliigalaa
|
80
|
61
|
67
|
64
|
36
|
308
|
Gabatee-21
Karoora Bittaa Dandeetii Cimsuu 2008-2012, Qr 000n
Lak.
|
Gosa Meeshaa
|
2008
|
2009
|
2010
|
2011
|
2012
|
(2008-2012)
|
IIDO
|
MNO
|
IIDO
|
MNO
|
IIDO
|
MNO
|
IIDO
|
MNO
|
IIDO
|
MNO
|
IIDO
|
MNO
|
1
|
Bittaa Mashinarii fi Konkolaataa
|
50,000
|
189,966
|
83,289
|
162,000
|
114,545
|
162,000
|
146,004
|
162,000
|
178,301
|
-
|
572,139
|
675,966
|
1.1
|
Maashinarii
|
29,000
|
66,423
|
83,289
|
100,000
|
66,697
|
100,000
|
104,141
|
140,000
|
152,601
|
|
435,771
|
406,423
|
1.2
|
Konkoolaatoota Gosa Addaa Addaa
|
21,000
|
62,000
|
|
62,000
|
47,848
|
62,000
|
41,863
|
22,000
|
25,700
|
|
136,368
|
208,000
|
1.3
|
Meeshaalee Asfaaltii Gosa Adda Addaa
|
|
61,543
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
61,543
|
2
|
Bittaa Meeshaalee Dhaabbataa Gaaraajii
|
26,462
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
26,462
|
-
|
3
|
Investimantii adda addaa
|
67,500
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
67,500
|
-
|
4
|
Bittaa Meeshaalee dhaabbataa Biiroo
|
5,578
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
5,578
|
-
|
5
|
Meeshaalee Ijaarsaa
|
3,830
|
|
893
|
|
|
|
|
|
|
|
4,723
|
-
|
6
|
Meeshaalee Qiyyaasaa
|
1,838
|
|
|
|
|
|
|
|
|
|
1,838
|
-
|
7
|
Meeshaalee kaampii
|
3,415
|
|
375
|
|
|
|
|
|
|
|
3,790
|
-
|
|
Ida'ama (2-7)
|
108,623.00
|
|
1,268.00
|
|
|
|
|
|
|
|
109,891
|
-
|
Ida’ama Waliigalaa
|
158,623.00
|
189,966.00
|
84,557.00
|
162,000.00
|
114,545.00
|
162,000.00
|
146,004.00
|
162,000.00
|
178,301.00
|
0.00
|
682,030.00
|
675,966.00
|
Ibsa:-
MNO: Mootummaa Naannoo Oromiyaa
IIDO: Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiy
2.4.7 Bulchiinsa Qabeenyaa
2.4.7.1 Hojiiwwan Gurguddaa Raawwachuuf Karoorfaman.
-
Gahumsa itti fayyadama ikuupimentootaa (Efficiency) hojii irra oolaa jiru cimsuun itti fayadama maashinarii/konkolaatootaa waggaa waggaan %5 dabalaa deemuun bara 2012titti % 64 irra gahuu.
-
Gabaasa itti Fayyadama Yeroo, raawwii hojii Maashinarii fi Konkolaatota fi Baasii waliin qabatamee jiru Xinaxaluu fi Qindeesuun, Gabaasa Dhiyeesuu
-
Sababoota maashinarii fi konkolaatootiin humna gadii hoojatanii yookan hojii ala ta’an qorachun tarkaaffi sirreefama fudhachu.
-
Maashinarii baay’ina 73, konkolaatoota gurguddaa fi xixiqqaa baay’ina 160 fi Meeshaalee garagara kan tajaajila ala ta’an addaa baasuun akka maqsamaniif raagaa guutuu ta’e qindeessun.
-
Meeshaalee dulluminaan moofaa’anii tajaajila ala ta’uun iddoo qabatanii jiran (kan akka gommaa, barmeela zayita, baatrii, Siree Sibiilaa fi Mukaa, Haftee Sibiila armaataa deebi’ee tajaajiluu hin dandeenye, fi kkf) iddoo giddugaleessa ta’uu danda’utti walitti qabuun gurgurtaa caal-baasiitiin dhabamsiissuu,
-
Qabeenyaan balaa ibdaan tasa akka hin mancaaneef fi eegumsi wal-irraa hin cine taasifamuuf hojjetoota bulchiinsa qabeenyaa irratti boba’anii leenjiin dhimma kana ilaalchisee ogeessaan ni kennama, sababa humnaa oliin balaa ibiddaa ka’uun rakkoon akka hin uumamneef of-eegannoof meeshaaleen ittisa balaa ibiddaa jiraniif haaromsi (Chemical Re-fill) ni taasifama, pirojeektii hin qabneef haaraan bitamee akka galuuf ni taasifama.
Dostları ilə paylaş: |
|
|