Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Karoora Dhiheessii Maashinaroota fi Konkolaattota Bara 2008-2012



Yüklə 1,97 Mb.
səhifə35/42
tarix03.01.2022
ölçüsü1,97 Mb.
#39165
1   ...   31   32   33   34   35   36   37   38   ...   42
2.4.7.2 Karoora Dhiheessii Maashinaroota fi Konkolaattota Bara 2008-2012
Hojii ijaarsaa fi suphaa daandilee akkasumas ijaarsa gamoo fi bishaanii waggootaan shanan dhufan keessatti raawwatamuuf karoorfamaniif mashinaarootaa fi konkolaatoota barbaachisan akkaataa gabatee armaan gadii keesatti mul’atuun karoorfameera. Dhiheesiin mashinarootaa/konkjolaatoota karoorfame kun humna intarpiraayizichaa waggaa waggaan cimsaa adeemamu irratti hundaa’uun yammuu ta’u iddoo garaagarummaan fedhii uumamuutti ammoo kan kiraatiin guutamee akka hojjetamutti yadamee kan karoorfameedha.
Kanuma irratti hundaa’uun mashinarootaa fi konkolaatoota kiraa waggaa waggaan karoorfamaniifis baasiin gosa gosaan fi waliigalaan barbaachisuus tilmaamamee akkaataa gabatee kanaa gadii keessaatti mul’atuun karoorfameera. Haaluma kanaan, yeroo karoora KGT II keessatti walumaagalaan baasiin kiraa hojii caqafameef ooluu qarshii biliyoona 1.70 ta’u kroorfameera. Baasii kiraa waggaa waggaan qabamee jiru gadii bu’aa kan dhufeef bara 2009 irraa eegalee mashinarootni bittaa dandeetti cimsuutiin raawwataman hojii keessa ni galu jedhamee waan yaadameefidha.

Gabatee-22


Yüklə 1,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   31   32   33   34   35   36   37   38   ...   42




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin