Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa


Xiinxala Haalaa Ka’umsa Karoorichaa



Yüklə 1,97 Mb.
səhifə6/42
tarix03.01.2022
ölçüsü1,97 Mb.
#39165
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   42
2.1. Xiinxala Haalaa Ka’umsa Karoorichaa

2.1.1. Karoora Hojii Daandii Naannoo Oromiyaa Bara 2008-2012

Karoorri bara 2008-2012 akka ibsutti daandiin sadarkaa isaa eegatte km 2,475.6 yoo ta’u kana keessaa haaraan Km 1,672.1 dha. Akkasumas, ijaarsa daandii asfaaaltii magaloota km 105.15 ta’u gaggeesssuuf kan karoorfame yammuu ta’u kana keessaa km 34.45 kan adeemsifamaa jiru fi haaraan ammoo km 70.7 dha.


Walumaagalatti bara 2008-2012tti ijaarsa daandii km 2,580.75 ta’u hojjechuuf yammuu karoorfamu kana keessaa km1,742.80 ta’u daandii haaraa bara 2009 irraa eegalamee hojjetamuuf kan karoorfameedha. Gama biraatiin Suphaa daandii km 32,815.30 wagga shanan dhufan keessatti hojjatamuuf karoorfamee jira. Dabalataanis sagantaa waliin gahiinsa daandii bonaa gannaa (URRAPtiin) ijaarsa daandii bon aa gannaa km 24,438 gaggeessuuf karoorfameera.


Yüklə 1,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   2   3   4   5   6   7   8   9   ...   42




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin