-
Bulchiinsa (Governance)
|
(management)
| -
Feedhii fi kaka’umsai hojii jiraachu
-
Qajeelfamoota fi hojiimaata hojjachisu jiraachuu fi maddota kiraa sassaabdummaa adda baasani hojjachu
-
Gareen hojjachu danda’uu
-
Ilaalcha misoomawaa qabaachu
-
Dandeettii gaggeesummaa qabaachu
-
Meeshaalee riiformii (JBAH, SMBKT, RJD fi Kaayizan) amantaadhan fudhachun hojii irra olchu.
| -
Ilaalcha eeggatummaa jiraachu
-
Karoora dhiheessii ilaalanii yeroon hojiitti hiikuu dhabuu
-
Ilaalchi tajaajiltummaa walqiixa ta’u dhabu
-
Ilaalchi kiraa sasaabdummaa jiraachuu
-
Humna namaa ga’aa ta’e dhiyeessuu dadhabuu
-
Karoora tarsima’aatiin hogganamu dhabu
-
Sirna deeggarsaa fi hordoffii itti fufiinsa dhabuu
-
Yaada haaraa maddisisurratti hanqinii jiraachu,
-
Sirna hojiimaataan dirirsun hoogganamuurra hojii guyyaa guyyaarrattii xiyyeefachu
|
-
Tasgabbii Gaggeessitoota (stability)
|
Sadarkaa wajjiraatti tasgabbiin geggeessitootaa jiraachuu
|
Hoggansii tasgabbii of bira jiru gara hojjataatti busurratti hanqinni jiraachu
|
| -
Ergama fi mul’ata hojjechisiisuu jiraachuu
|
Ergamni, mul’atni, Kaayyoo fi galmi yaa jiraatu malee qaamnii hogganuu fi raawwatu sirriitti beekee hojii irraa olchuu irrattii hanqinni jiraachu
|
-
|