Hoggansa/Caasaa Intarpiraayizichaa
|
Caaseffamni hojjechiisuu danda’u sadarkaa hundatti jiraachuu (proceess based organizational structure)
| |
|
| |
-
Adeemsa fi sirna (karoora, hordoffii, gamaaggama, gabaasaa fi “MIS” )
|
| -
Karoora waggaa (Action plan) jiraachuu
-
Karoorrii gocha hojii pirojaktootaa yeroo fi haala qulquliina qabun qophaa’u
| -
Karooraaf kan fayyaduu danda’u ragaan guutuu ta’ee fi gabaasni raawwii qulqullinaa qabu dhabamuu.
-
Karoora yeroo dheeraa (long term plan) hogganamu dhabu
|
| -
Sirni deggersaa, hordoffiifi kilaastariin qooduun jiraachuu
|
|
-
Sirna Bulchiinsa Odeeffannoo (MIS)
|
| |
| -
Hojimaatni tajaajila wal fakkaatu iddoo tokkootti haala kennuu danda’uun qubsaa ta’u baatus gurmaa’uun hojjetamaa jiraachuu isaa (JBAH)
-
Hoggansa kaayizanii hoji irra olchuu
| -
Hojimaata diriiree jiru itti fufiinsaan hojii irra oolchuu fi fooyyeessaa deemuu (ittin hogganamuu) dhabuu
-
Ilaalcha hojiimaata durii keessa bahuu dhabuu
|
|