Intarpiraayizii Ijaarsa Daandiiwwan Oromiyaa



Yüklə 1,97 Mb.
səhifə12/42
tarix03.01.2022
ölçüsü1,97 Mb.
#39165
1   ...   8   9   10   11   12   13   14   15   ...   42
V. Kenna Tajaajilaa

  • Kenna tajaajilaa

  • IttiquufinsaTajaajilaa

  • Tajaajila si’aayinaa fi saffinaa

  • Bu’aa qabeessummaa

  • Sirna komiin itti keessumeessamu




  • Kenna tajaajilaa fedhii maamilaa guutu laachuuf sochiin jiru jajjabeessaa ta’uu isaa

  • Istaandaardiin kenna tajaajilaa jiraachuu isaa

  • Saffina fi si’aayinni kenna tajaajilaa ummaataaf laatamu JBAH hojii irraa oolchuudhaan hangi tokko fooyya’uu isaa

  • Kenni tajaajila keenya sadarkaa barbaadamuun itti quufinsa lammiillee mirkaneessuu dhabuu

  • Kenniinsi tajaajilaa istaandardii irratti hundaa’e bifa walitti fufiinsa qabuun kennamaa kan hin turre ta’uu isaa

  • Istaandaardiin kenna tajaajilaa fooyyeessuuf qoratame hojiirra ooluu dhabuu isaa

  • Meeshaaleen jijiiramaa (JBAH) sadarkaa barbaadamuun TQOfi MISn deeggaramuu dhabuu

  • Sirni keessumeessa komii bifa walfakkaatuun diriiree hojii irraa kan hin oolle ta’uu isaa




Yüklə 1,97 Mb.

Dostları ilə paylaş:
1   ...   8   9   10   11   12   13   14   15   ...   42




Verilənlər bazası müəlliflik hüququ ilə müdafiə olunur ©muhaz.org 2024
rəhbərliyinə müraciət

gir | qeydiyyatdan keç
    Ana səhifə


yükləyin