|
Rakkoo Bulchiinsa Gaarii Hiikuf Hojjiwwaan Gama Humna Namaatiin hojjatamu qaban
|
səhifə | 21/42 | tarix | 03.01.2022 | ölçüsü | 1,97 Mb. | | #39165 |
| Rakkoo Bulchiinsa Gaarii Hiikuf Hojjiwwaan Gama Humna Namaatiin hojjatamu qaban
-
Sagantaalee rifoormii fi paakeejii bulchiinsa gaarii hojiirra oolchuudhaan ol’aantummaa seeraa mirkaneessuun madda kiraa-saasaabdummaa hundeerraa dhabamsiisuu
-
Hoggansa sadarkaa sadarkaan jiru ilaalcha, yaadaa, amalaa fi raawwii hojii isaatiin humna jijjiiiramaa fi gahumsa qabu taasisuu
-
Hojimaata hoggansi raawwii hojii isaa yeroo yeroodhaan ittiin gamaaggamu diriirsuu
-
Sirna keessumeessaa komii tajaajilamtootaa diriirsuun hojiirra akka oolu taasisuu
-
Ergama, mul’ata, kaayyoo fi galma dhaabbatichaa dhugoomsu dandeessissu hojii irra olchu
-
Sirna TQO diriirsu
-
Aadaa gareen hojjachu babal’isuu
-
Hojjataan hojii irraatti ofiitti amantummaa akka horatuu haala mijeessu
Faayinansi
-
Riiformii to’annoo faayinaansii itti fufiinsaan hojii irraa akka ooluf irratti hojjachu
-
Mala qabiinsa herreega kompitaraan deeggarame hojii irra oolchu
-
Bulchiinsa maallaqa callaa fi qabiinsa heerrega baasii cimsu
Dhimmoota Ijoo Dadhabbinaa fi Sodaa Irraa Maddan fi Tarkaanfii Fudhatamuu Qaban
Dostları ilə paylaş: |
|
|